Waamicha Tinnisa WBO

Published March 18, 2021, 6:40 p.m. by FNN

294



Gara: Oromoo Quuqama sabaaf qabu hundaaf

To : All Oromos who support the peace and stability of Oromos

WAAMICH TINNISA WBO 2021 MARSAA 2FFAA (GLOBAL WBO SUPPORT 2021 2nd ROUND)

Kabajamtoota, beektotaa ,hayyoottan , Ogeeyyota fi Saba Oromoo hundaaf:

Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) fi WBO utubuu keessatti gaheen isin gummachaa turtanii fi ammas itti jirtan bakka ol’aanaa

qaba. Kanaaf kabajaa fi galatin oromoon fi Tumsi WBO Hegeree Oromiyaa damee DMV isiniif qabu dachaa dha.

Yeroo ammaa kanatti diinotni keenya hammenyaan faalamanii Oromoo fi Oromummaa balleessuuf kallattii hundaan Oromoo irratti

lola bananii jiru. Diinotni keenya akkuma bara jaarraa 19ffaa sana meeshaa waranaa fi qabeenyaa Oromoo saamanii walitti kuufataa

turaniin madaala human isanii gabbisatanii,gaagga’am guddaa saba keenya irraan gahaa jiru.


Similar posts:

There are no similar posts yet.