Afaan Oromo

Ibsa Gaddaa

Ibsa Gaddaa

07 Sep 2026 · FNN Staff

IBSA GADDAA FNN Du’aan boqochuu weellistuu beekamtuu, jaalatamtuu fi kabajamtuu; falmattuu haqaa, qabsooftuu bilisummaa Oromoo, akkasumas abukaatoo mirga namoomaa, Artisti Ilfineesh Qannoo ilaalchisee gadda guddaa …

WALLAGGA BAHAA: BUQQAATONNI KUMAATAMAAN LAKKAA’AMAN BOSONA ALII KEESSATTI BEELLI HAMAAN MUDDATE.

WALLAGGA BAHAA: BUQQAATONNI KUMAATAMAAN LAKKAA’AMAN BOSONA ALII KEESSATTI BEELLI HAMAAN MUDDATE.

31 Aug 2026 · FNN Staff

Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Giddaa Ayyaanaa — Bosona “Alii” jedhamu keessatti guyyoota 15 darbaniif buqqaatonni kumaatamaan lakkaa’aman rakkoo beelaa hamaa keessa akka jiran jiraattonni himaniiru. …

MARII BIYYAALLESSAA FI GAAFFII UUMMATA OROMOO.

MARII BIYYAALLESSAA FI GAAFFII UUMMATA OROMOO.

23 Aug 2026 · FNN Staff

FNN XIINXALA MARII BIYYAALESSAA. Xiinxala Siyaasaa Qabxiilee Murteessoo Sadii Irratti Hundaa’e. Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa yeroo ammaa adeemsifame ilaalchisee yaadni gara garaa ka’aa jira. 1ffaa. Mootummaan …

GABAASA TAATEE TORBAN KANAA.

GABAASA TAATEE TORBAN KANAA.

15 Aug 2026 · FNN Staff

FNN QOPHII ADDAA TAATEE TORBAN KANA GABAASA TAATEE TORBAN KANAA. Akkam jirtu hordoftoota keenya kabajamoo? Qophii keenya taatee torban kanaatiin SIYAASA, NAGEENYA, DIINAGDEE FI TAATEEWWAN …

GABAASA HAALA NAGEENYAA GODINA WALLAGGAA.

GABAASA HAALA NAGEENYAA GODINA WALLAGGAA.

14 Aug 2026 · FNN Staff

FNN.Hagayya 14/2026. Haalli nageenyaa Godinaalee Wallaggaa keessatti, keessumaa Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa, ammallee yaaddessaa ta’uu gabaasoonni adda addaa ni mul’isu. Rakkoon nageenyaa naannichaa …

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abee Dongoroo keessatti humni finxaalessi Faannoo guddaan walitti qabamee jiraachuu odeessi maddeen dhaqqabe ni mul’isa.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abee Dongoroo keessatti humni finxaalessi Faannoo guddaan walitti qabamee jiraachuu odeessi maddeen dhaqqabe ni mul’isa.

12 Aug 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abee Dongoroo keessatti humni finxaalessi Faannoo guddaan walitti qabamee jiraachuu odeessi maddeen dhaqqabe ni mul’isa. Jiraattonni naannichaa akka …

Tigray: Reeffi Loltoota TPLF 15 Laga Satiit Keessatti Argamuu Gabaafame; Walitti Bu'iinsi Daangaa Hammaachaa Jira

Tigray: Reeffi Loltoota TPLF 15 Laga Satiit Keessatti Argamuu Gabaafame; Walitti Bu'iinsi Daangaa Hammaachaa Jira

05 Aug 2026 · FNN Staff

Tigray: Reeffi Loltoota TPLF 15 Laga Satiit Keessatti Argamuu Gabaafame; Walitti Bu'iinsi Daangaa Hammaachaa Jira Walitti bu'iinsi cimaan guyyoota muraasa darban keessa kaaba dhiha Itoophiyaa, …

GABAASA TORBAN KANAA

GABAASA TORBAN KANAA

01 Aug 2026 · FNN Staff

FNN. GABAASA TORBAN KANAA Haala Nageenyaa fi Siyaasaa Itoophiyaa Seensa Baga nagaan dhuftan kabajamoo hordoftoota FNN. Torban darbe keessa taateewwan nageenyaa fi siyaasaa Itoophiyaa keessatti …

Beeksisa Fnn

Beeksisa Fnn

30 Jul 2026 · FNN Staff

Barri amma keessa jiraannu bara odeeffannoo fi dijitaalaati. Dhugaan saffisaan yoo wal ga'e, haqni uummataa ni kabajama. Ati bakka kamiyyuu yoo jiraattellee, taatee naannoo keetti …