Naannoo Gaambellaatti gareen Qindaa’e Hojjettoota KMNI sodachiisuu dhaabbatichi beeksise

Published Oct. 8, 2022, 3:21 p.m. by FNN

315



 

Namoonni gareen qindaa’an Onkolooleessa 5, 2022 biiroo Koomishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) damee Gaambeellaatti argamuun  hojjattoota dhaabbatichaatti dhaadachuun, qabeenya barbadeeessuun “dhaabbilee mirga namoomaa biroo magaalattii keessa jiranis gadhiisanii akka bahaniif akeekkachiisaniiru,” jedhe KMNI. Ibsa baaseen.

Gabaasa Fulbaana 28 baaseen sababa humnoota nageenyaa mootummaa fi waraanni riphee loltoota naannicha keessa socho’an [waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi Adda Bilisummaa Gaambeellaa(ABG)] wajjiin godhameen lubbuun namootaa darbuusaa gabaasee ture. Erga haleellaan garee lamaan giddduutti godhame raawwatee booda Fulbaana 17 fi 18, 2022 “humnoonni nageenyaa  mootummaa lammiileee nagaarratti miidhaa geessuusaanii” KMNI gabaasee ture.

KMNI ibsa Onkoloolessa 6, 2022 baaseen akka jedhetti, badiin kuni kan qaqqabe sababa KMNI gabaasa haala sarbiinsa mirga namoomaa ilaalchisee baaseen kan walqabatu ta’uusaa eereera.

“Haata’u malee, erga gabaasichi ifa ta’ee booda ergaawwan jibbaa, sobaa fi dhaadannoo kan hojjattoota KMNI irratti xiyyeeffatan miidiyaa  hawaasaa fi miidiyaalee adda addaarra naanna’aa tureera,” jedha ibsi KMNI.

Koomishinarri KMNI Daani’eel Baqqalaa(PhD) mootummaan federaalaa fi naannichaa gochaa akkanaa dhaabsisuuf tarkaanffi hatattamaa akka fudhatan gaafataniiru.

“Hojjattoonni keenya yeroo qorannoo adeemsisan rakkoowwan adda addaa kan isaan qunnamu ta’us gochaan akkanaa kan dhaabbattoota mirga namoomaa biyyaalessaa fi hojjattoota irratti xiyyeeffatu gonkumaa fudhatama kan hin qabnee fi akkaataa qabiinsa mirga namoomaa naannicharratti ilaalcha badaa kan uumu waan ta’eef mootummaan federaalaa fi naannichaa waloon ta’uun badii kana hatattamaan dhaaabsiisuuf tarkaanfii akka fudhatan Koomishinichi ni hubachiisa,” jedhe  Koomishinar Daani’eel. Jechuun Addis satanderd beeksiseera.

 

 

 

Bu'aan gabaasa komiishinichaa akka kanaa gadiiti:

"
ዋና ዋና ግኝቶች

ከፍርድ ውጪ የተፈጸሙ ግድያዎች (Extra-judicial Executions)

የኦነግ ሸኔና እና ጋነግ ታጣቂዎች ጋምቤላ ከተማን ለቀው ከወጡ እና ከተማው በመንግሥት የጸጥታ ኃይሎች ቁጥጥር ስር ከገባ በኋላ ከሰኔ 7 ቀን 2014 ዓ.ም. ከቀኑ 7፡00 ሰዓት ጀምሮ እስከ ሰኔ 9 ቀን 2014 ዓ.ም. ድረስ የክልሉ የጸጥታ ኃይሎች ማለትም የክልሉ ልዩ ኃይል፣ መደበኛ ፖሊሶች፣ ሚሊሻዎች እና ከጸጥታ ኃይሎቹ ጋር ሲተባበሩ የነበሩ የተወሰኑ ወጣቶች በከተማው ልዩ ልዩ ክፍሎች በመዘዋወር፤ “ታጣቂዎቹ ከከተማው ነዋሪዎች ጋር ተቀላቅለው በመመሳሰል ተደብቀዋል ” በሚል ሲያደርጉ በነበረው አሰሳ፤ የኦነግ ሸኔና ጋነግ ታጣቂዎች ናቸው ያሏቸውን ቢያንስ 50 ሲቪል ሰዎችን በመኖሪያ ቤታቸው ግቢ እና ውጪ፤ በመንገድ ላይ እና በሕግ አስከባሪዎች ቁጥጥር ስር የነበሩ ሰዎችን ጭምር ከሕግ አግባብ ውጪ መግደላቸውን ኮሚሽኑ ባከናወነው ምርመራ አረጋግጧል። በክልሉ የመንግሥት የጸጥታ ኃይሎች የተፈጸሙት አብዛኞቹ ግድያዎች ተጠቂ ያደረጉት በአካባቢው በተለምዶ “ደገኞች” ተብለው በሚጠሩ የክልሉ ነዋሪዎች እና ሌሎች የተለያዩ ብሔሮች ተወላጆች የሆኑ ሲቪል ሰዎች ላይ ሲሆን፤ ከእነዚህ ሟቾች ውስጥ የታጣቂዎቹ አባሎች መኖራቸውን ለማረጋገጥ አልተቻለም። ሰኔ 7 ቀን 2014 ዓ.ም. ከቀኑ 10፡00 ሰዓት አካባቢ በከተማው 03 ቀበሌ በተለምዶ “ጎንደር ሰፈር” ተብሎ በሚጠራው ስፍራ የክልሉ ልዩ ኃይልና መደበኛ ፖሊሶች ለአሰሳ ወደ አንድ ንግድ ቤት በመግባት “ኦነግ ሸኔ እዚህ አለ ተጠቁመናል” እና “መሣሪያ አለ አውጡ” በማለት 11 ወንድ ሲቪል ሰዎችን ወደ ውጪ አስወጥተው መንገድ ላይ በማንበርከክ በጅምላ በጥይት ደብድበው ገድለዋል፤ በተጨማሪም በእዚሁ ዕለት ከዚሁ ንግድ ቤት ሌሎች 7 ወንድ ሲቪል ሰዎችን በመኪና ላይ ጭነው በመውሰድ በቁጥጥር ስር ከገቡ በኋላ የክልሉ ፖሊስ ኮሚሽን ዋና መሥሪያ ቤት በር ላይ በጅምላ ገድለዋል፡፡ እንዲሁም 1 ወንድ ሲቪል ሰው ከዚህ ንግድ ቤት ጎን ካለ ሌላ ንግድ ቤት ወደ ውጪ አውጥተው ገድለዋል፡፡
"
Sanyii Abboomaa tu barreesse. 


Similar posts:

Harassment continued in Oromia| OLF-OLA Leaders Reveal Causes of Failure in Peace Deal

Why is Batte Urgessa assassinated? Who is behind the assassination?

የፓርቲ ፖለቲካ በኢትዮጵያ - ከፊውዳል አርስቶክራሲ እስከ አብዮታዊ ዲሞክራሲ

Paul Bernard Henze, a CIA Operative and Journalist's Advice to Meles to Destroy OLF