FNN is a voice of the Oromo people! Welcome to Finfinne News Network. Latest Posts Yuunaayitid Isteetis hariiroo dippilomaasii Eertiraa waliin qabdu haaromfachuuf xiinxalaa jirti jedhame. Manni Murtii dhaabbata Tiyaansi Itoophiyaa qarshii miiliyoona 20, gaggeessitoota isaa lama immoo bakka isaan hin jirretti hidhaa waggaa 17โ fi adabbii qarshii miiliyoona 10 irratti dabarse Amineestii Internaashinaal galmee mirga namoomaa Itiyoophiyaa bara 2025 keessaa ilaalchisee, yakka raawwatameef himatamuu dhabuu, buqqaatiifi sochiin mirga hawaasaa dhiphachuu yaaddoo qabu ibse Pirezidaanti Tiraampi Doonii Iiraan toโannoo jala oolchuu isaanii beeksisuu hordofee gatiin bobaโaa daballii agarsiise Subscribe to our RSS feed