FNN is a voice of the Oromo people! Welcome to Finfinne News Network. Latest Posts Godina Arsii, Aanaa Roobee Magaalaa Saddiiq keessatti qaamni mootummaa dargaggota mana hidhaatii baasanii dararaa hamaa irratti raawwachaa jiraachuu maddeen dubbatan. Gara Aangootti Yommuu dhufuuf jedhu duula Filannoo pirezedaantummaa Rippaabilikaanota bakka bu'uun yommuu gaggeessu dhaadannoo "MAKE AMERICA GREAT AGAIN"/ Afaan Oromootti yommuu jijjiirru "Ammas Amerikaa Gudditti nitaasifna!" jedhu qabatanii dhufan. Somaaliyaan Israa'el qondaala ishee gara Somaalilaand erguu baleelffatte Ertiraan qondaaltonni waraanaa olaanoo Ityoophiyaa tibbana kaartaa Asabi fi naannoo ishee Itoophiyaa keessatti hammatame agarsiisu qabatanii mul'achuun dubbii barbaadudha jette. Subscribe to our RSS feed