Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ethiopia Hojii Gadhiisan.

Published Sept. 4, 2025, 8:51 a.m. by FNN Staff

717



Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo Mirhatuu aangoo gadhiisaan.

Bulchaan Baankichaa fuula midia hawwaasaa isaanirratti yaada qoodaniin aangoo gadhiisuu beeksisan.

Akka jedhanitti aangoo kan gadhiisaan fedhii isaniitiin ta'uu ibsuun,hojii dhuunfaakoo hojachuuf yeroon kiyya waan gayeef hojii gadhiisuu filadhe jedhan.


Similar posts:

Ibsa Gaddaa

WALLAGGA BAHAA: BUQQAATONNI KUMAATAMAAN LAKKAA’AMAN BOSONA ALII KEESSATTI BEELLI HAMAAN MUDDATE.

MARII BIYYAALLESSAA FI GAAFFII UUMMATA OROMOO.

GABAASA HAALA NAGEENYAA GODINA WALLAGGAA.