Masirii fi Suudaan hidha guddicha Ethiopiarratti ibsa waloo baasaan.
Published Sept. 4, 2025, 12:43 p.m. by FNN Staff
Masirii fi Suudaaan dhimma hidhaa guddicha Ethiopiarratti ibsa waloo baasuun beekkame.
Yeroo hiidhi guddichi Abbayi heebbaaf qophaa'aa jirutti ministeeronni biyyoota lamaanii Kaayirootti wal-gayii taasisanirratti ibsa waloo kana akka baasianiis beekkamee jira.
Walga'yii ministiroonni guyyaa kaleessaa Roobii hagayya 3/2025 kaayirootti taa'aniratti ibsa kana baasuun baramee jira.
Ibsa kanaaniis yaaddoo hiidhi Ethiopian ijaarte sadarkaa isa kan eeggatee miti waan ta'eef biyyoota yaa'a gadiirratti rakkoo uumuu mala jechuun yaaddoo qaban ibsatan.
Similar posts:
Ibsa Gaddaa
WALLAGGA BAHAA: BUQQAATONNI KUMAATAMAAN LAKKAA’AMAN BOSONA ALII KEESSATTI BEELLI HAMAAN MUDDATE.
MARII BIYYAALLESSAA FI GAAFFII UUMMATA OROMOO.
GABAASA HAALA NAGEENYAA GODINA WALLAGGAA.