Afaan Oromo

Sooriyaan Israa'eliin akeekkachiifte.

Sooriyaan Israa'eliin akeekkachiifte.

21 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Soriyaan daawwannaa muummichi ministeera Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuu gara kibba biyyattiitti taasisan balaaleffattee, gocha weeraraa jechuun himatte. Ministeerri Dhimma Alaa Siiriyaa ibsa kenneen, Tel …

Hayyuu Oromoo gameessa Piroofeesar Mohaammad Hasaniif beekkamtiin kennamuuf jedha.

Hayyuu Oromoo gameessa Piroofeesar Mohaammad Hasaniif beekkamtiin kennamuuf jedha.

21 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hawaasni Oromoo biyya Ameerikaa Joorjiyaa Atlaantaa jiraataan sagantaa beekkamtii Hayyuu Oromoo gameessa Piroofeesar Mohaammad Hasaniif kennuuf qophii xummuruu beeksisan. akka karoora sagantaa kanaatti …

Safaariikoom babal'ina hojii Itoophiyaa fi keeniyaa keessaaf dolaara miiliyoona 300 liqeeffachuuf akka jiru barame.

Safaariikoom babal'ina hojii Itoophiyaa fi keeniyaa keessaaf dolaara miiliyoona 300 liqeeffachuuf akka jiru barame.

21 Nov 2025 · FNN Staff

Safaariikoom baball'ina hojii Itoophiyaa fi keeniyaa keessaaf doolaara miliyoona 300 liqeeffachuufi; Obbo Ermiyaas Isheetuus Dura Taa’aa Boordii Gorsaa Safaarikoom Itoophiyaa taasisuun muuduun beekkame. Dhaabbanni Safaariikoom …

Haleellaa Meeshaa gurguddaa TPLF raawwatuun jiraattonni naannoon Affaar haala rakkisaa keessa jiraachuun himame.

Haleellaa Meeshaa gurguddaa TPLF raawwatuun jiraattonni naannoon Affaar haala rakkisaa keessa jiraachuun himame.

21 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Torbee tokko dura gandoota Affaar jaha to’atee kan ture TPLF ammallee naannoo sanatti haleellaa meeshaa waraanaa gurguddaa raawwataa akka jiru qondaalli olaanaan Naannichaa …

Godina Guraagee Bahaatti maatiin nyaata summaa’e nyaatan keessaa namootni saddeet du’uu hordofee poolisiin namoota kudhan to'annoo jala oolchuu ibse

Godina Guraagee Bahaatti maatiin nyaata summaa’e nyaatan keessaa namootni saddeet du’uu hordofee poolisiin namoota kudhan to'annoo jala oolchuu ibse

21 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Giddu Galeessaa Itoophiyaatti miseensonni maatii tokkoo nyaata summaa'e nyaatan keessaa namootni saddeet dhibamanii achumaan lubbuun isaani darbuu Koomishiniin Poolisii Naannichaa beeksise. Bakka …

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa “ministeerri barnootaa dhimma amantaa keessa seenuufi heeraa sarbe” jechuun himate.

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa “ministeerri barnootaa dhimma amantaa keessa seenuufi heeraa sarbe” jechuun himate.

20 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa ibsa baaseen, qajeelfamoota Ministeera Barnootaa irraa kennaman balaaleffachuun, kun barattoota Musliimaa uffata amantaa isaanii irratti hundaa’uun qooda …

ABO fi KFOn PMNO obbo Shimallis Abdiisaaf Xalayaa banaa barreessan.

ABO fi KFOn PMNO obbo Shimallis Abdiisaaf Xalayaa banaa barreessan.

19 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Addi Bilisummaa Oromoo ABOn karaa HD dhaabichaa, Jaal Daawud Ibsaa akkasumas Kongireesiin Federaalawaa Oromoo KFOn karaa Hoogganaa paartichaa, prof. Mararaa Guddinaa haala nageenyaa …

Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO) maalirra jira?

Guddinni Qubee Afaan Oromoo (QAO) maalirra jira?

18 Nov 2025 · Birhaanuu Hundee

Birhaanuu Hundee tiin Waggoota shantama dura, yeroo Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa jedhamee dubbatamu sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee sadarkaa har’aa kanarra ni gaha …

Oduu torban kanaa haala Oromiyaa fi Addunyaa .

Oduu torban kanaa haala Oromiyaa fi Addunyaa .

17 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Harargee lixaa ona Ancaaritti humnoonni mootummaa dargaggoota 8 lubbuu dabarsuun barame. Murni mootumma PP kan naasuu namaa hin qabne kutaalee Oromiyaa mara …