Afaan Oromo

Afrikaan Kibbaa xiyyaara lammilee Paalestaayin 150 fe'ee biyya ishee seene qorataa akka jirtu himte

15 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Tajaajilli odeeffannoo nageenyaa Afrikaa Kibbaa xiyyara tajaajila dhuunfaa tokko kan Laammilee Gaazaa waraanaan miidhaman namoota 150 ol qabatee gara Johaannesbarg fa'ee dhufe eenyutu …

Namoota Walloo Kibbaatti osoo albuuda baasanii holqi itti jige waggaa lamaan booda lafeensaanii argame.

Namoota Walloo Kibbaatti osoo albuuda baasanii holqi itti jige waggaa lamaan booda lafeensaanii argame.

15 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo, Aaanaa Daalaantaatti namoota osoo albuuda Opaal baasaa jiranii holqi irratti kufe saddeeti waggaa tokkoofi baatii saddeetiin booda lafeen …

Barsiisonnii fi hojjattoonni dhaabbilee garaagaraa sababa mindaan yeroon hin kaffalamneef rakkoo hamtuu keessa jiraachuu dubbatan.

12 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Barsiisonnii fi hojjattoonni dhaabbilee garaagaraa mindaan yeroon kafalamaafii akka hin jirree fi daballiin mindaas akka isaan bira hin geenye himan. Barsiisonnii fi hojjattoonni …

Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu hundumaa akka taasiftu Pireezidaanti Doonaald Tiraamp ibsaniiru.

Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu hundumaa akka taasiftu Pireezidaanti Doonaald Tiraamp ibsaniiru.

12 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Tiraamp Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu maraa ni taasisti jedhan. Ameerikaan milkaa’ina Sooriyaaf waan dandeessu hundumaa akka taasiftu Pireezidaanti Doonaald Tiraamp ibsaniiru. Marii …

Xiyyaarri waraanaa Turkiyyee nama 20 qabatee deemaa ture, Joorjiyaa keessatti kufee caccabe.

Xiyyaarri waraanaa Turkiyyee nama 20 qabatee deemaa ture, Joorjiyaa keessatti kufee caccabe.

12 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Xiyyaarri waraanaa fe’umsaa C-130 Azarbaajaan irraa gara Turkiyyeetti deebi’aa ture, kufee caccabuu isaa gabaafame. Xiyyaaricha keessa hojjettoonni waraanaa 20 ol kan turan yoo …

Sochiiwwan filannoo bara 2018 eegalaman ilaalchisee adeemsi filannoo osoo hin jalqabin dura fooyya'iinsi bu’uuraa akka taasifamu Paartileen Mormitootaa gaafatan.

Sochiiwwan filannoo bara 2018 eegalaman ilaalchisee adeemsi filannoo osoo hin jalqabin dura fooyya'iinsi bu’uuraa akka taasifamu Paartileen Mormitootaa gaafatan.

12 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Paartileen mormitootaa Itoophiyaa keessatti filannoon bilisaa fi haqa qabeessi akka filatamu haal-duree uumuu ilaalchisee ibsa waloo baasaniin, sochii Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo …

Wiixata kaleessaa halkan magaalaa guddoo Hindii Niiw Deelii naannoo Fort Fort jedhamutti boombiin konkolaataa irratti dhooheen lubbuun namoota 13 darbuu fi 20 madaa’uu qondaaltonni himan.

11 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hinditti dhohiinsa boombii konkolaataa irratti muudateen yoo xiqqaate namoonni 13 du'an. Wiixata kaleessaa halkan magaalaa guddoo Hindii Niiw Deelii naannoo Fort Fort jedhamutti …

Wiixata kaleessaa halkan magaalaa guddoo Hindii Niiw Deelii naannoo Fort Fort jedhamutti boombiin konkolaataa  dhooheen lubbuun namoota 13 darbuu fi 20 madaa’uu qondaaltonni himan.

Walta'iinsi biyyoota Galaana Diimaa Masrii fi Sa'ud Arabiyaan ijaaraaman kan 'Red Wave 8' jedhamuu fi hirmaannaa biyyoota biroo afurii qabu shaakala waraanaa galaanaa waloon eegalan.

ODUU FNN Walta'insi biyyoota Galaana Diimaa Itoophiyaa moggeesse. shaakala waraana galaanaarraa eegale waloo kun humnoota galaanaa Masrii, Sa'udii, Joordaan, Sudaan, Yaman fi Jibuutii irraa hirmaataniin …