Afaan Oromo

Magaalaa Finfinnee keessatti ji'a sadii keessatti balaan tiraafikaa kuma saddeetii ol gahuun ibsame

Magaalaa Finfinnee keessatti ji'a sadii keessatti balaan tiraafikaa kuma saddeetii ol gahuun ibsame

03 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Balaan tiraafikaa kuma saddeetii ol magaalaa Finfinnee keessatti uummamuun barame. Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2018 keessa taatewwan balaa tiraafikaa yeroo 8,853 qabeenya irra …

Itoophiyaan  jaarsummaa ergachaa jiraachuun barame.

Itoophiyaan jaarsummaa ergachaa jiraachuun barame.

02 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Itiyoophiyaan Ameerikaa, Chaayinaa, Raashiyaa fi biyyoonni biroo hedduun dhimma Galaana Diimaa “giddu-galeessa” fi “furmaata akka argatan” gaafachuu ishee muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad …

Feedereeshiniin Gaazexeessitootaa Idil – Addunyaa (IFJ) murtee Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Odu – Gabaastota Dooche Veelee yeroof hayyama hojii isaanii dhoggachuu cimsee balaaleffate.

Feedereeshiniin Gaazexeessitootaa Idil – Addunyaa (IFJ) murtee Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Odu – Gabaastota Dooche Veelee yeroof hayyama hojii isaanii dhoggachuu cimsee balaaleffate.

01 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Feedereeshiniin Gaazexeessitootaa Idil Addunyaa eyyami Odu – Gabaastota Dooche Veelee dhooggamuu balaaleffate. Feedereeshiniin Gaazexeessitootaa Idil – Addunyaa (IFJ) murtee Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa …

Filannoo Taanzaaniyaa gaggeeffame Pireezidaantiin biyyatti Saamiyaa Suluuhuu  moo'achuun barame.

Filannoo Taanzaaniyaa gaggeeffame Pireezidaantiin biyyatti Saamiyaa Suluuhuu moo'achuun barame.

01 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mormiin kan itti jabaate Filannoo Taanzaaniyaa Pireezidaantiin biyyattii injifachuun himame. Filannoo Taanzaaniyaa gaggeeffame Pireezidaantiin biyyatti Saamiyaa Suluuhuu sagalee guddaa argachuun injifachuu Koomishiniin Boordii …

Hokkora filannoon booda Taanzaaniyaa keessatti namoonni dhibbaan lakkaa'aman du'uun barame.

Hokkora filannoon booda Taanzaaniyaa keessatti namoonni dhibbaan lakkaa'aman du'uun barame.

31 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mormii filannoo guyyoota sadii Taanzaaniyaa keessatti geggeeffameen namoonni gara 700 ta’an ajjeeffamuu isaanii paartiin mormituu guddichi Jimaata darbe kan ibse yoo ta’u, mormitoonni …

TPLF walii galteen nagaa Pretoria “Yeroo kamuu caalaa Sodaa hamaa keessa jiraachuu  beeksise.

TPLF walii galteen nagaa Pretoria “Yeroo kamuu caalaa Sodaa hamaa keessa jiraachuu beeksise.

31 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN TPLF walii galtee nagaa #Pretoria “Yeroo kamuu caalaa Sodaa hamaa keessa jiraachuu beeksise. Addi Bilisummaa Uummata #Tigraay (TPLF) mootummaan Itiyoophiyaa Waliigaltee Nageenya Piriitooriyaa …

Amnestii Internaashinaal US godaantota Itiyoophiyaa Yamanitti ajjeefteef beenyaa kaffaluu qabdi jedhe.

Amnestii Internaashinaal US godaantota Itiyoophiyaa Yamanitti ajjeefteef beenyaa kaffaluu qabdi jedhe.

31 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Amnestii Internaashinaal haleellaa qilleensaa lubbuu namaa galaafate kan Ebla 2025 keessa godaantota Itiyoophiyaa mana hidhaa Yaman keessatti hedduu ajjeesee fi madeesse ilaalchisee Ameerikaan …

Itiyoophiyaa keessatti daa’imman %12 qofti barnoota sadarkaa 1ffaa akka xumuran gabaafame.

Itiyoophiyaa keessatti daa’imman %12 qofti barnoota sadarkaa 1ffaa akka xumuran gabaafame.

29 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Gabaasni Hordoffii Barnoota Addunyaa (Global Education Monitoring) fi Gabaasa Afriikaa Giddu-galeessa Hoggansa Manneen Barnootaa Spotlight mata duree Lead for Foundational Learning jedhuun ba’e …

Kibba baha Oromiyaa godina Arsii Bahaa ona Shirkaa keessatti loltoonni mootumma namoota 14 ajjeesuun dhaga’ame

Kibba baha Oromiyaa godina Arsii Bahaa ona Shirkaa keessatti loltoonni mootumma namoota 14 ajjeesuun dhaga’ame

29 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan abbaa irree kan naasuu namaa takkallee hin qabne goleelee Oromiyaa mara keessatti namoota nagaa maqaa qabata Waraana Bilisumma Oromoo qabduutiin Ajjeesaa, Qabeenya …