Afaan Oromo

Itoophiyaan Indeeksii Hannaa addunyaatiin Biyyoota 112 Keessa sadarkaa 102ffaa irra jirti, ittisa yakka faayinaansii irratti saaxilamummaa gadi fagoo saaxilteetti

Itoophiyaan Indeeksii Hannaa addunyaatiin Biyyoota 112 Keessa sadarkaa 102ffaa irra jirti, ittisa yakka faayinaansii irratti saaxilamummaa gadi fagoo saaxilteetti

22 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Itiyoophiyaan biyyoota hanna irraa eegumsi xiqqaa ta’e keessaa tokko ta’ee haftee jirti, indeeksii hanna addunyaa bara 2025 irratti biyyoota 112 keessaa sadarkaa 102ffaa …

Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Toleetti ergamtoonni mootummaa PP namoota nagaa ukkaamsuun achi buutee isaanii dhabamsiisuu jiraattonni dubbatan.

Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Toleetti ergamtoonni mootummaa PP namoota nagaa ukkaamsuun achi buutee isaanii dhabamsiisuu jiraattonni dubbatan.

22 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Toleetti ergamtoonni mootummaa PP namoota nagaa ukkaamsuun achi buutee isaanii dhabamsiisuu jiraattonni dubbatan.Godina Kibba Lixaa Shaggar Ona Tole …

Dhabbaata Siivilii fi waraanaa Aveshinii Dajan keesaatti loogii hamaan jiraachuu hojattoonni himan.

Dhabbaata Siivilii fi waraanaa Aveshinii Dajan keesaatti loogii hamaan jiraachuu hojattoonni himan.

22 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhabbaata Siivilii fi waraanaa Aveshinii Dajan keesaatti loogii hamaan jiraachuu hojattoonni himan.Hojjettoonni Siivilii fi waraanaa dhaabbata Aviyeeshinii Dajan ogummaa isaanitiin hojjetan loogii hamaan …

Shawaa Lixaa onaa Noonnootti hidhattoonni Faannoo namoota nagaa hedduu ajjeesuu jiraattonni dubbatan.

Shawaa Lixaa onaa Noonnootti hidhattoonni Faannoo namoota nagaa hedduu ajjeesuu jiraattonni dubbatan.

21 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Shawaa Lixaa ona Noonnotti haleellaa hidhattoonni Faannoo gaggeessaniin namoonni nagaa 22 ol ajjeefamuu jiraattonni maddeeniif himan. Haleellaan kun ona Noonnoo ganda Halloo …

Balaa baaburaa muudateen namoonni 14 yoo du'an, 29 miidhaman

Balaa baaburaa muudateen namoonni 14 yoo du'an, 29 miidhaman

21 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Balaa baabura Wiixata galgala sarara Dirre Dhawaafi Dawwallee irratti muudateen namoota 14 lubbuun darbuun 29 balaa cimaan irra ga'uun barame. Balaan kun halkan …

Haleellaa ona Noonnootti Halkan Edaa raawwatameen namoonni nagaa 22 ajjeefamuun barame.

Haleellaa ona Noonnootti Halkan Edaa raawwatameen namoonni nagaa 22 ajjeefamuun barame.

20 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Shawaa Lixaa ona Noonnoo ganda Halloo Dinkiitti haleellaa Halkan edaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin namoonni nagaa 22 ajjeefamuu dhagahameera. Haleellaa kanaan namoonni sadi …

Oduulee keenya har’aatiin, Itoophiyaan liqaa irra jiru kaffaluu dadhabuu, humnoonni hidhatan naannoo Amaaraa bakkoota hedduu too’achuu, mootummaan naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa cabsuun Aanaalee hedduu too’achuuf karoorfachuu, miseensonni humnoot

19 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Oduulee keenya har’aatiin, Itoophiyaan liqaa irra jiru kaffaluu dadhabuu, humnoonni hidhatan naannoo Amaaraa bakkoota hedduu too’achuu, mootummaan naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa cabsuun Aanaalee …

Humnoonni Faannoo Naannoo Amaaraatti bakkoota hedduu “to’achuun” gabaafame

Humnoonni Faannoo Naannoo Amaaraatti bakkoota hedduu “to’achuun” gabaafame

18 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Lola naannoo Amaaraa keessatti humnootii Faanoo fi loltoota mootummaa gidduutti deemaa jiruun gareen faannoo naannicha keessatti bakkoota adda addaa too’aachuu jiraattoonnii fi hoggaantonni …

Ministirri Muummee Masrii Mostaafaa Madbuuliin laga Abbayyaa ''dhimma jiraachuu malee araarama hin qabne'' jechuun ibsaniiru, Itiyoophiyaa waliin waldhabdeen haaromfame keessatti Masriin laga daangaa ce'u irratti hirkattummaa guddaa qabaachuu ishee c

17 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Waggaatti bishaan Naayilii rooba meetira kiyuubii biiliyoona 1,660 ol kan argatu ta’us, gara meetira kiyuubii biiliyoona 84 qofa—tilmaamaan dhibbeentaa shan—Gibxii fi Sudaan kan …