Afaan Oromo

Hoggantuun duraanii Baangilaadesh fincilaan aangoorraa kaate murtee du'aan akka adabamtu gaafatame

Hoggantuun duraanii Baangilaadesh fincilaan aangoorraa kaate murtee du'aan akka adabamtu gaafatame

17 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hoggantuun duraanii Baangilaadesh fincilaan aangoorraa kaate murtee du'aan akka adabamtu gaafatame. Hoggantuun duraanii Baangilaadesh fincilaan aangoorraa kaate sheekii Hasiinaa murtee du'aan akka adabamtu …

Mormii qeerroo Madakaaskar booda qondaalli waraanaa pirezidantii ta'uun kakuu seene

Mormii qeerroo Madakaaskar booda qondaalli waraanaa pirezidantii ta'uun kakuu seene

17 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mormii qeerroo mootummaa Madakaaskar diigsise booda qondaalli waraanaa biyyattii Kol Mikaayel Randiriyaaniriinaa pirezidantii ta'uun kakuu seenan. Pirezidantiin Madagaaskar mormii qeerroo torbanootaaf ture booda …

Oduulee dhiittaa mootummaan PP uummta Oromoo irraan ga'aa jiruu fi kanneen biroo.

Oduulee dhiittaa mootummaan PP uummta Oromoo irraan ga'aa jiruu fi kanneen biroo.

16 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hidhattoonni mootummaa PP Wallagga Bahaa keessatti qonnaan bulaa tokko ajjeesuu fi qabeenya saamuun barame. Godina Wallagga Bahaa ona Haroo Limmuu keessatti hidhattoonni mootumma …

USA Mootummaa DRC fi garee Finciltoota M23 jidduutti hordoffii dhukaasa dhaabuu fi waliigaltee mirkaneessuu simatte.

USA Mootummaa DRC fi garee Finciltoota M23 jidduutti hordoffii dhukaasa dhaabuu fi waliigaltee mirkaneessuu simatte.

15 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ameerikaan waliigaltee dhukaasa dhaabuu hordoffii fi mirkaneessuu Kaatar Dohaatti mootummaa Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo(DRC)fi garee finciltoota M23 jidduutti taasifame gammachuudhaan simatte. Waliigaltichi waldhabdee waggoota …

Mariin Itoophiyaan liqeessitootashee waliin taasifte bu’aa male hafe, warri liqeessan "tarkaanfii seeraatti deemuu feena" jedhu

Mariin Itoophiyaan liqeessitootashee waliin taasifte bu’aa male hafe, warri liqeessan "tarkaanfii seeraatti deemuu feena" jedhu

15 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Kibxata kaleessaa Itoophiyaan haala kaffaltii liqaa isheerra jiru fooyyeffachuuf liqeessitoota waliin mariin gaggeessite walii galtee malee xumurameera. Rooyitarsi akka gabaasetti, kanaafis ka’umsa kan …

Oduulee Oromiyaa fi idila Addunyaa.

Oduulee Oromiyaa fi idila Addunyaa.

14 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Yuunvaristileen Itoophiyaa keessa jiran hedduun bara dhufurraa eegalee tajaajila biroof ooluu akka danda’an ministeerri barnootaa beeksise. Akka ministeerichi hibsetti, barattoonni yuunivarsiitii filatanitti barachuu …

Suudaanitti haleellaa kaampii buqqaatotaa irratti raawwateen daa'imman 17 du'uun himame.

Suudaanitti haleellaa kaampii buqqaatotaa irratti raawwateen daa'imman 17 du'uun himame.

13 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Suudaanitti haleellaa kaampii namoota sababa lola naannichatti taasifamaa jiruun buqqa'an irratti taasifameen lubbuun daa'imman 17 darbuun, daa'imman 21 miidhamuu UNICEF’fif gabaafamuu miidiyaaleen garagaraa …

Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaatti bara 2025'tti hiyyummaa dhibbentaa 43'n dabaluu danda'aa' jedhe.

Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaatti bara 2025'tti hiyyummaa dhibbentaa 43'n dabaluu danda'aa' jedhe.

13 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Gabaasni Baankiin Addunyaa hiyyummaa fi walqixxummaa qabeennaa ilaalchisuun tibbana baase akka tilmaama kaa'etti, Itiyoophiyaa keessatti bara 2025tti sadarkaan hiyyummaa gara dhibbeentaa 43tti ol …

Dhiittaan mirga namoomaa naannolee afur keessatti raawwatamu “yaaddoodha” jedha EHRC

Dhiittaan mirga namoomaa naannolee afur keessatti raawwatamu “yaaddoodha” jedha EHRC

12 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa godinaalee Amaaraa, Oromiyaa, Beenishaangul Gumuz fi Gaambeellaatti haleellaa, uggura, saamichaa fi manca’iinsa daandii irraan kan ka’e mirgi bilisummaa sochii …