Afaan Oromo

Sheeh Gunjaa Roobalee hudhattoota mootummaatiin ajjeeffaman

Sheeh Gunjaa Roobalee hudhattoota mootummaatiin ajjeeffaman

06 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Arsii Ona martiitti hawaasa biratti kan beekaman Sheeh Gunjaa Roobalee humnoota mootummaatiin ajjeeffamuu jiraattonni himan. Jiraattonni maddeeniif yaada kennan akka jedhanitti Sheeh …

Ummanni Oromoo  Guddichi Gaanfa Afrikaa baga Irreeccha bara 2025 geessaan.

Ummanni Oromoo Guddichi Gaanfa Afrikaa baga Irreeccha bara 2025 geessaan.

03 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN. Sabni Oromoo guddichi gaanfaa Afrikaa durii kaasee jiruuf jireenya isaa keessatti, aadaa, duudhaa, safuufi safeeffannaa fi amantii mataa isaa qaba. Isa keessaa inni …

Kirkirri lafaa cimaan Filippiinsitti muudatee lubbiun namoota hedduu darbe.

Kirkirri lafaa cimaan Filippiinsitti muudatee lubbiun namoota hedduu darbe.

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Filippiinsitti kirkira lafaa reektar iskeeliii 6.9 muudateen yoo xiqqaate namoonni 69 du'an. Keessumaa bulchiinsa Cebu jedhamu keessatti miidhan qaqqabe guddaa ta'uurraa kan ka'e …

Godina Wallagga Bahaa ona Giddaa Ayyaanaatti humnoonni finxaaleyyiin konkolaataa dhaabsisanii uummata saamuun dhagahame.

Godina Wallagga Bahaa ona Giddaa Ayyaanaatti humnoonni finxaaleyyiin konkolaataa dhaabsisanii uummata saamuun dhagahame.

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Akka Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennanitti, Angar Guutee bakka Warabboo jedhamutti konkolaataa Giddaa irraa gara Naqamtee deemaa ture dhaabsisuun nama saaman jedhan.Kana malees …

Naannoo Amaaraatti mukti bataskaana ijaaramaa jirurraa jige lubbuu namoota hedduu galaafate

Naannoo Amaaraatti mukti bataskaana ijaaramaa jirurraa jige lubbuu namoota hedduu galaafate

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Minjaar Shankoraa Bulchiinsa Magaalaa Arartiitti, kabaja waggaa Maariyaam ilaalchisee osoo namoonni bataskaana ijaarsarra jiru daawwachaa jiranii mukti …

Dargaggoonni Madagaaskaar jireenyi itti ulfaatee fincila kaasaniin preezidaantiin biyyichaa mootummaa isaa diiguf dirqame

Dargaggoonni Madagaaskaar jireenyi itti ulfaatee fincila kaasaniin preezidaantiin biyyichaa mootummaa isaa diiguf dirqame

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dargaggoonni Madagaaskaar haalli jiruu fi jireenyaa itti ulfaachuun fincila lubbuu namoota 22 galaafatee namoota 100 ol irra miidhaa geessise erga taasisanii booda Pirezidaantiin …

Kaatar waraana Gaazaa dhaabsisuuf jaarsummaa akkatti fuftu himte.

Kaatar waraana Gaazaa dhaabsisuuf jaarsummaa akkatti fuftu himte.

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ministeerri Mummee Kaatar waraana Gaazaa dhaabuuf qophii tahuu himaniiru. Kunis Israa'el baatii tokko dura Hamaas irratti qiyyaafachuun magaalaa guddoo Kaatar Dohaa haleeluu isiif …

Tiraamp magaalonni Ameerikaa wiirtuu leenjii waraanaa ta'uu qabu jedhan

Tiraamp magaalonni Ameerikaa wiirtuu leenjii waraanaa ta'uu qabu jedhan

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp magaalonni Ameerikaa ''wiirtuu leenjii'' waraaanaa akka ta'an fedha akka qaban dubbatan. Bakka aanga'oonni waraanaa addunyaa wal ga'anitti haasaa kan …

Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota ol'aanoo gara 297'tti fooyya’e.

Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota ol'aanoo gara 297'tti fooyya’e.

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ministeerri Barnootaa qabxiin seensa dhaabbilee barnoota ol'aanoo 300 irraa gara 297’tti fooyya’uu ifoomseera. Imaammanni barnootaa fi leenjii barattoonni gara sadarkaa barnootaa itti aanuutti …