Afaan Oromo

Maallaqni Itiyoophiyaa maallaqa laafaa Afrikaa 21 ta'an keessaa isa tokko jedhame.

Maallaqni Itiyoophiyaa maallaqa laafaa Afrikaa 21 ta'an keessaa isa tokko jedhame.

11 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Akka lakkoofsi Giriigooriyaanii bara 2025tti Biyyoota Addunyaa irraa maallaqa lafaa qaban keesaa sadarkaa 26ffaarratti argamti jedhame. Iraan, Libaanosiifi Zimbaabuweeitti aansuun biyya sadarkaa ol'aanaa …

Lola Walloo Kaabaatti dhiyeenya dabalaa dhufeen namootni du’uu fi madaa’uun gabaafame

Lola Walloo Kaabaatti dhiyeenya dabalaa dhufeen namootni du’uu fi madaa’uun gabaafame

11 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Lolli haaran humnoota mootummaa fi hidhattoota Faannooo Amaaraa gidduutti Naannoo Amaaraa, addattuu Godina Walloo Kaabatti as dhiyeenya kana dabalaa dhufe lubbuun namootaa galaafachuufi …

WFP Baqattoota Itiyoophiyaa balaan beelaa muudataa jira jechuun akeekkachiise.

WFP Baqattoota Itiyoophiyaa balaan beelaa muudataa jira jechuun akeekkachiise.

11 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa baqattoonni Itiyoophiyaa keessa jiran balaa beelaaf saaxilamuu akeekkachiise. Dhaabbatichi sababa hanqina maallaqaatiin raabsaa nyaataa hir'isuuf waan dirqameef …

Itoophiyaatti daa’imman hanqina midhaan nyaataa cimaaf saaxilaman kuma 100 ol yaaluu UNICEF gabaase

Itoophiyaatti daa’imman hanqina midhaan nyaataa cimaaf saaxilaman kuma 100 ol yaaluu UNICEF gabaase

10 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Guutummaa Itoophiyaatti ji’a Adoolessaa hanga Hagayyaa 2025 gidduutti daa’imman hanqina nyaataa cimaan isaan muudate kuma 100 ol wal’aansaaf mana yaalaa dhaquu Dhaabbanni Gargaarsa …

Godina Kaaba Shaggar ona Jiddaatti loltoonni mootummaa pp dubartii ganna 57 kan taate fi haadha ilmaan 12 ajjeesuun barame.

Godina Kaaba Shaggar ona Jiddaatti loltoonni mootummaa pp dubartii ganna 57 kan taate fi haadha ilmaan 12 ajjeesuun barame.

10 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN godina Kaaba Shaggar ona Jiddaa ganda Gaangoo eddoo Dooyyoo jedhamutti gaafa Onkoloolessa 6,2025 loltootni mootummaa haadha ilmaan kudha lamaa, maqaan ishee Ayyaluu Asfawuu …

Itoophiyaan, Ertiraa fi TPLF himatte.

Itoophiyaan, Ertiraa fi TPLF himatte.

07 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ertiraa fi TPLF waliin ta’uun waraana narratti banuuf jechuun Etoophiyaan himata banuu beeksifte.Haleellaa dhiheenya kana naannoo Amaaraa magaalaa Woldiyaa irratti hirmaachuu ragaa argadhee …

Ministeerri Barnootaa Qabxii Seensa Riimeediiyaalii Ifa godhe

Ministeerri Barnootaa Qabxii Seensa Riimeediiyaalii Ifa godhe

07 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ministeerri Barnootaa Qabxii Seensa Riimeediiyaalii beeysiseera. Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018tti barattoonni Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaa qabxii dhibbeentaa 49.5 gadi galmeessan; garuu ammoo …

Albaaniyaatti himatamaan dhaddacharratti abbaa murtii ajjeese.

Albaaniyaatti himatamaan dhaddacharratti abbaa murtii ajjeese.

07 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Albaaniyaatti himatamaan dhaddacharratti abbaa murtiitti dhukaasuun ajjjeese. Abbaan murtii Astriit Kalajaa mana murtii magaalaa guddoo biyyattii keessa argamutti itti dhukaafamee osoo gara hospitaalaa …

Baankiin Addunyaa biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii keessatti qaalayiinsi dabaluu akka danda’u akeeke

Baankiin Addunyaa biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii keessatti qaalayiinsi dabaluu akka danda’u akeeke

07 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Diinagdeen biyyoota Afrikaa kanneen Sahaaraa gadii bara kana keessa 3.8 % saffisaan guddachuuf kan eegamu yoo ta’u, kunis gatii tasgabbaa’aa kan qaamolee imaammata …