Afaan Oromo

Naannoo Tigraayitti namoonni 11 Koleeraan lubbuu dhaban

Naannoo Tigraayitti namoonni 11 Koleeraan lubbuu dhaban

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Tigraayi weerararri koleeraa iddoo garagaraatti mul'achuufi namoonni 11 lubbuun isaanii darbuun himame. Waajjira Fayyaa Tigraayitti qindeessaan fayyaa hawaasaafi kutaa hatattamaa Obbo Mabirahaatom …

Itiyoophiyaa fi liqeessitoonni isii haala itti Itiyoophiyaan liqii irra jiru kaffaluu dandeessu mijeessuf marii dhoysaarra jiraachuun himame.

Itiyoophiyaa fi liqeessitoonni isii haala itti Itiyoophiyaan liqii irra jiru kaffaluu dandeessu mijeessuf marii dhoysaarra jiraachuun himame.

01 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Itiyoophiyaan kaffaltii Yuurooboondii doolaaraa biliyoona tokko kanaan dura kaffaluu dadhabde akkaataa itti kaffaluu dandeessu irratti liqeessitoota waliin marii dhoysaa gageessaa jiraachuu Bloomberg gabaase. …

Mishigaanitti namichi dhukasa banee waldaa gube namoota afur galaafate.

Mishigaanitti namichi dhukasa banee waldaa gube namoota afur galaafate.

30 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mishigaanitti hidhataan tokko konkolaataadhan waldaa amantoota Kisristaanaa konkolaataadhaan cabsee seenee dhukaasa banuun ibidda itti qabsiise namoota afur galaafatee namoota biroo saddeet ammoo madeesse. …

Ispeen meeshaa waraanaa Ameerikaan karaa buufataalee Rota, Morón gara Israa'elitti ergitu uggurte

Ispeen meeshaa waraanaa Ameerikaan karaa buufataalee Rota, Morón gara Israa'elitti ergitu uggurte

30 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ispeen wiixata xiyyaaronni waraanaa Ameerikaa fi dooniiwwan meeshaa waraanaa, rasaasa ykn meeshaalee gara Israa’el karaa buufata isii Rota (Cádiz) fi Morón de la …

'Ethiopia keessatti Buqqaatiin sababa misooma koriidarii 'fedhii abbootii qabeenyaa daangesse jedhame.

'Ethiopia keessatti Buqqaatiin sababa misooma koriidarii 'fedhii abbootii qabeenyaa daangesse jedhame.

30 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Pirojeltiin misooma koriidarii jirattonniiifi daldaltoonni "kumootaman lakkaa'aman" akeekkachiisa gahaa malee akka ari'aman taasise "fedhii abbootiin qabeenyaa misooma invastimantiiratti bobba'uuf qaban daangessuu" gabaasni mootummaa …

Godina Baalee Lixaa keessatti mootumman humna waaraanaa bobbaasuun dargaggoota ukkamsanii gara adda waraanaatti guuraa jiraachuun barame.

Godina Baalee Lixaa keessatti mootumman humna waaraanaa bobbaasuun dargaggoota ukkamsanii gara adda waraanaatti guuraa jiraachuun barame.

30 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Baalee Lixaa onoota hunda keessatti dargaggoota adamsuun bakkeewwan daldalaa fi iddoowwan hojii garaa garaa namoonni baay'inaan irratti argamanitti xiyyeeffachuun afaan qawween ilmaan …

Oromiyaatti bakkeewwaan mana hidhaa fii kaneen biroo keessaatti shakkamtoota to’ataman irratti reebichi fi sodaachisi gahaa jiraachuu KMNI gabaase.

Oromiyaatti bakkeewwaan mana hidhaa fii kaneen biroo keessaatti shakkamtoota to’ataman irratti reebichi fi sodaachisi gahaa jiraachuu KMNI gabaase.

29 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itiyoophiyaa, naannoo Oromiyaatti shakkamtoonni waajjiralee poolisiif manneen sirreessa keessa jiran haala yeroo jechuun yeroo dheeraaf hidhamuu dabalatas doorsifamaa, sodaachifamaa fi …

Maatiin dubartii ulfa ji'a 9 waliin Gujii Ona Sabbaa Boruutti ajjeefamtee hidhamuu fi qabeenyi ishee barbadaa'uun gabaafame.

Maatiin dubartii ulfa ji'a 9 waliin Gujii Ona Sabbaa Boruutti ajjeefamtee hidhamuu fi qabeenyi ishee barbadaa'uun gabaafame.

25 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Haadha ilmaan lamaa kan turte Aadde Suyyee Quxxalaa mucaa isaanii kan ganna ja'aa waliin oyruu irraa jaldeessa eegaa osoo jiranuu dhukaasa humnoota mootummaatiin …

Imbaasiin Ameerikaa Lammiilee ishee Seera Immigireeshinii Itoophiyaa kabajuus akka qaban yaadachiise

Imbaasiin Ameerikaa Lammiilee ishee Seera Immigireeshinii Itoophiyaa kabajuus akka qaban yaadachiise

24 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Imbaasii U.S. kan magaalaa Finfinneetti argamutti ambassadara kan ta’an Erviin Masingaa lammiileen Ameerikaa kan Itoophiyaa keessa jiraatan ykn daawwannaaf kan dhufan seera immigireeshinii …