Afaan Oromo

Balaa Ibiddaa Bidiruu Muuddateen Lubbuun Namoota Hedduu Darbuun Gabafame.

Balaa Ibiddaa Bidiruu Muuddateen Lubbuun Namoota Hedduu Darbuun Gabafame.

18 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Liibiyaatti ‎Bidiruu Godaantota Afrikaa feetee imalaarra turte Balaa ibiddaa muudateen lubbuun namoota 50 darbuun gabaafame. Bidiruun Godaantota Afrikaa Jireenya fooyya'aa ta'e barbaachaaf akkasuma …

Magaalaa Finfinneetti balaa tiraafikaatiin lubbuun namaa darbe.

Magaalaa Finfinneetti balaa tiraafikaatiin lubbuun namaa darbe.

17 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Magaalaa Finfinnee kutaa Magaalaa Araadatti balaa tiraafikaa muuddateen lubbuun nama tokkoo darbuu Koomishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise. Balaan kun kan muuddate guyyaa har'aa …

Sochiin waldaalee siiviilii hawaasaa Itoophiyaa dhiphachuunsaa gabaafame.

Sochiin waldaalee siiviilii hawaasaa Itoophiyaa dhiphachuunsaa gabaafame.

17 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Sochiin waldaalee siiviilii hawaasaa Itoophiyaa dhiphachuusaa biyyoottan 42 Gamtaa Mootummootaaf ibsa ergan Hiyumaan Raayits gama isaatiin ibsa isaan labsiin ragga’uuf dhiyaate kun mootummaa …

Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu Magaalaa Harootii Uummatni Buqqa'aa Jira Jedhan

Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu Magaalaa Harootii Uummatni Buqqa'aa Jira Jedhan

17 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Wallagga Bahaa Ona Kiiramuu Magaalaa Harootti Uummanni Buqqa'aa Jira Jedhame. Godina Wallagga Bahaa Ona Kiiramuutti hidhattoonni finxaaleyyii Faannoo kaleessa haleellaa banuun dhagahame. Magaalaa …

Itoophiyaatti Miidhaan Koorniyaa Akkaan Jabaachaa JiraachuunI Barame.

Itoophiyaatti Miidhaan Koorniyaa Akkaan Jabaachaa JiraachuunI Barame.

16 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Manneen Barnootaatti miidhaan saalaa fi kaan barattoota dubaraarra gahaa jraachuu Komishiniin Mirga Namoomaa ibse. Manneen barnootaa kutaalee biyyattii adda addaa keessattuu naannoo Amaaraa …

Lakkoofsi barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii waggaa waggaan gadi bu'aa jiraachuun barame.

Lakkoofsi barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii waggaa waggaan gadi bu'aa jiraachuun barame.

16 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Akka ragaan qabxii barattota bara 2017 guyyaa kaleessa Fulbaana 5/2018 baye agarsiisutti, lakkoofsi barattoota qormaata biyyaalessaa darban fooyya’iinsa agarsiisus, lakkoofsi barattoota qormaata kana …

Injifannoo WBO Birgeedii Waloo

Injifannoo WBO Birgeedii Waloo

16 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Gootichi WBO akkuma guyyaa kaanii har’as injifannoo addaa galmeessisuu beeksise. Bifuma Kanaan WBOn zoonii gidduu galaa birgeediin Waloo Lola Fulbaana 15, 2025 tasiisen …

Suudaanitti sababa roobaatiin namoonni kumaatamaan lakaa’aman buqqa’uun barame.

Suudaanitti sababa roobaatiin namoonni kumaatamaan lakaa’aman buqqa’uun barame.

15 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Suudaan naannawaa bulchiinsa jiddu galeessa biyyattiitti Uum Alquraa jedhamutti rooba roobe hordofee balaa lolaa muudateen namoonni kuma 4 ol qe’eerraa yoo buqqa’an, manneen …

Haala Oromiyaa fi Uummanni Oromoo irra jirurratti Waldaan Wabii Maccaa ibsa baase.

Haala Oromiyaa fi Uummanni Oromoo irra jirurratti Waldaan Wabii Maccaa ibsa baase.

15 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ibsa isaa kanaaniis yaaddoo qabu ibsuun Mootummaan Itoophiyaa saba nagaa fixaa jira jedhe. Waldaan Wabii Maccaa jeequmsa hawaasa Oromoo irratti dhiibbaa geessisaa jiru, …