Afaan Oromo

Humnoonni Naannoo Sumaalee Uummata Oromoorraatti Waraana Banuun Dhaga’ame

Humnoonni Naannoo Sumaalee Uummata Oromoorraatti Waraana Banuun Dhaga’ame

15 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godinaalee Harargee lamaan irratti humnoonni mootumma naannoo Somaalee ummata Oromoo irratti haleellaa qindaa’aa banuun barame. Akka jiraattonni maddeeniif yaada kennan ibsanitti, haleellaa hidhattoota …

OROMUMMAA DHA MOO AMANTIITU DURSA?

OROMUMMAA DHA MOO AMANTIITU DURSA?

14 Sep 2025 · Birhaanuu Hundee

Sabni ykn uummatni Oromoo wanti akka WALOOtti waliin qabu tokko “EENYUMMAA” isaa ti;collective identity dha. Bakkee/iddoo kamittuu dhalatus guddatus eenyummaan isaa tokkuma.Karaa seenaatiinis yoo laalame, …

Ministeerri Barnootaa Qabxii Ol'aanaan 591 Mana Barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa galmaa'e jedhe.

Ministeerri Barnootaa Qabxii Ol'aanaan 591 Mana Barumsaa Ifa Boruu Dodolaa irraa galmaa'e jedhe.

14 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Bara darbe qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa harki 8.4 dhibbeentaa 50fi isaa ol galmeessan. Ministirri Barnootaa Barattoota miiliyoona walakkaa ol qoraman keessaa …

Godinaalee Oromiyaa keessatti humnoonni Mootummaa yakka sukkaneessaa raawwachaa jiruu jedhame.

Godinaalee Oromiyaa keessatti humnoonni Mootummaa yakka sukkaneessaa raawwachaa jiruu jedhame.

14 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FN Godina Lixa Shaggar Onoota adda addaatti gudeeddin loltoota mootummaatiin, haawwan Oromoo fi daa’imman dabalatee shamarran irratti raawwatamaa jiru jabaachaa jiraachuu jiraattonni maddeen keenyatti …

Haleellaa Qaatar irratti Israa'eliin raawwatte hordofuun Turkiin Paatroolii Qilleensaa eegalte.

Haleellaa Qaatar irratti Israa'eliin raawwatte hordofuun Turkiin Paatroolii Qilleensaa eegalte.

14 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Turkiin Haleellaa Israa'el Qaatar irratti raawwatte hordofuun Paatroolii Qilleensaa eegalte jiraachuu marsariitiin Middle East Eye beeksise. Humni Qilleensaa Turkii haleellaa Israa’el Doha irratti …

Hojjettoonni fayyaa mormii Eegaluuf Jedhame.

Hojjettoonni fayyaa mormii Eegaluuf Jedhame.

14 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hojjettoonni fayyaa Fulbaana 5 irraa eegalee mormii gaggeessuuf akka jiran barame. Amnesty International akka gabaasetti Kaffaltiin fooyya’aa fi haalli jireenyaa fooyya’aa ta’e ammallee …

NATOn Raashiyaaf Deebii Kennuuf Adeemsa Ba'amuu Qabu Cimsaa Jira Jedhame.

NATOn Raashiyaaf Deebii Kennuuf Adeemsa Ba'amuu Qabu Cimsaa Jira Jedhame.

13 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Roobii darbe dirooniwwaan Raashiyaa hedduun daangaa Poolaand weeraruu hordofee biyyoonni miseensa NATO loltoota fi jeettiwwan waraanaa heduu gara bahaatti sochoosuu eegalan jedhame. Biyyoonni …

Waraanni Biyyoolessaa Somaalee fi humnoonni naannolee wal ta’uun haleellaa Guddaa Al-Shabaab irraa isaan muudate qolatan

Waraanni Biyyoolessaa Somaalee fi humnoonni naannolee wal ta’uun haleellaa Guddaa Al-Shabaab irraa isaan muudate qolatan

13 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Waraanni Biyyaalessaa Somaaliyaa humnoota biyya keessaatiin deeggaramuun haleellaa guddaa al-Shabaab ona El-Dheer keessatti raawwatame ofirraa qolachuun hidhattoota 60 ol ajjeesuun, 50 ol madeessuu …

Bulchiinsi Naannoo Tigraayi Murtee Bordii Filannoo Biyyoolessaa  Morme.

Bulchiinsi Naannoo Tigraayi Murtee Bordii Filannoo Biyyoolessaa Morme.

13 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Prezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa, murtee Boordii Filannoo Biyyoolessaa Itoophiyaa (NEBE) dhaaba Siyaasaa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) akka …