Afaan Oromo

Burukiinaa Faasoon Afrikaanotaaf Viizaa bilisaa eeyyamuu Beeksifte.!

Burukiinaa Faasoon Afrikaanotaaf Viizaa bilisaa eeyyamuu Beeksifte.!

12 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Burukiinaa Faasoo Afrikaanota garas imalaniif kaffaltii malee akka Viizaa argatan beeksiste.‎‎Biyyattiin viizaa bilisaa kan eyyemteef imala daawwattootaa si'eessuu fi sochiin shaqaxoota garaa garaas …

Lammileen Chaayinaa dhaabbata qorannoo NASA keessa akka hin hojanne dhorkaman

Lammileen Chaayinaa dhaabbata qorannoo NASA keessa akka hin hojanne dhorkaman

12 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN lammiilee Chaayinaa viizaa Ameerikaa qaban dhaabbata qorannoo NASA tokko keessa akka hin hojjanne dhorkuu beeksise. Lammiileen Chaayinaa akka kontiraaktaraa fi barattootaatti qorannoo keessatti …

Dararri Mootummaa PPtiin Uumatarra Ga’aa jiru Hammaachuun Barame.

Dararri Mootummaa PPtiin Uumatarra Ga’aa jiru Hammaachuun Barame.

12 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Baha Shaggar ona Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti humni mootummaa PP manneen uummataa ibiddaan gubanii barbadeessuun barame. Godinaalee Oromiyaa mara keessatti dararrii fi …

Miidhaa Shororkeessitoota Faannotiin Uummata  Wallaggaarra Ga'aa Jiru.

Miidhaa Shororkeessitoota Faannotiin Uummata Wallaggaarra Ga'aa Jiru.

11 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abee Dongorootti Dararri finxaaleyyii Faannootiin Uumatarra Ga’aa Jiru Hammaachuu Jiraattonni Dubbatan. Wanti nurratti ta’aa jiru seenaa Harka Muraa …

Dhaabbanni Chaayinaa teeknoolojii hordoffii fi gulaalliif oolu, gara Itiyoophiyaa ergaa turuun barame.

Dhaabbanni Chaayinaa teeknoolojii hordoffii fi gulaalliif oolu, gara Itiyoophiyaa ergaa turuun barame.

10 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni Chaayinaa teeknooloojii saansura interneetiif hojiirra oolan gara Itiyoophiyaatti ergamaa turuu ragaaleen ba'an saaxilan. Kana malees biyyoota kanneen akka Miinmaar, Paakistaanii fi Kaazaakistaanitti …

Neeppaalitti Diddaan Uummataa Mootummaa Aangorraa Fonqolche.

Neeppaalitti Diddaan Uummataa Mootummaa Aangorraa Fonqolche.

10 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Neppaal keessatti mormii malaammaltummaa fi uggurri miidiyaa hawaasaa irratti kaa’ame hordofee, qondaalota qabeenya biyyaa saamuun durooman irratti mormii hamaan qunnamuun kan beekkamuudha. Kanaanis …

Masiriin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Xalayaa ergite.

Masiriin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Xalayaa ergite.

10 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Masiriin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Xalayaa ergite. Masiriin eebba ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaa hordofuun, dhaabbata Mootummoota gamtoomaniitti Mana Maree Nageenyaaf xalayaa akeekachiisaa barreessuun …

Mootummaan Poolaandi buufatalee xiyyaaraa cufe jedhame.

Mootummaan Poolaandi buufatalee xiyyaaraa cufe jedhame.

10 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan Poolaandi buufatalee xiyyaaraa cufe jedhame. Poolaand buufata xiyyaaraa isa guddaa biyyattii keessaa magaalaa Waarsootti argamu dabalatee buufataalee xiyyaaraa afur cufuu beeksifte. Poolaand …

Israa'el Qondaalota Haamaas irratti Haleellaa raawwatte

Israa'el Qondaalota Haamaas irratti Haleellaa raawwatte

09 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN sraa'el Qondaalota Haamaas irratti Haleellaa raawwatte. Israa’el Magaalaa guddoo Kaataar keessatti qondaalota ol'aanoo Hamaas irratti haleellaa cimaa raawwachuu beeksifteen, qondaala nageenyaa dabalatee namoota …