Afaan Oromo

Bunnoo Baddalleetti ogeessi seeraa hidhame.

Bunnoo Baddalleetti ogeessi seeraa hidhame.

04 Sep 2025 · FNN Staff

Godina Bunnoo Baddalleetti Ogeessi Seeraa hidhame. Godina Buunnoo Beddellee aanaa Daaphoo Annaatti abbaan murtii sababa hidhamtoota siyaasaaf mirga wabii eegeef hidhame. Godina Buunnoo Beddellee Aanaa …

Masirii fi Suudaan hidha guddicha Ethiopiarratti ibsa waloo baasaan.

Masirii fi Suudaan hidha guddicha Ethiopiarratti ibsa waloo baasaan.

04 Sep 2025 · FNN Staff

Masirii fi Suudaaan dhimma hidhaa guddicha Ethiopiarratti ibsa waloo baasuun beekkame. Yeroo hiidhi guddichi Abbayi heebbaaf qophaa'aa jirutti ministeeronni biyyoota lamaanii Kaayirootti wal-gayii taasisanirratti ibsa …

Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ethiopia Hojii Gadhiisan.

Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ethiopia Hojii Gadhiisan.

04 Sep 2025 · FNN Staff

Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Obbo Maammoo Mirhatuu aangoo gadhiisaan. Bulchaan Baankichaa fuula midia hawwaasaa isaanirratti yaada qoodaniin aangoo gadhiisuu beeksisan. Akka jedhanitti aangoo kan gadhiisaan fedhii …

Humnoonni Mootummaa Dargaggoota Nagaa Mana Hidhaatti Guuraa Jiraachuun Barame.

Humnoonni Mootummaa Dargaggoota Nagaa Mana Hidhaatti Guuraa Jiraachuun Barame.

04 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Oduu Hidhaa. Fulbaana 3/2025 Humnoonni mootummaa dargaggoota mana hidhaatti guuraa jiraachuun barame. Magaalaa Shaggar keessatti humni mootummaa milishaan dargaggoota karaarraa walitti qabee mana …

Balaa Sigiga Lafaa Suudanitti Muuddateen Namoonni hedduun du'an.

Balaa Sigiga Lafaa Suudanitti Muuddateen Namoonni hedduun du'an.

02 Sep 2025 · FNN Staff

Balaa Sigiga Lafaa Suudanitti muuddateen namoonni 1000 ol du'uun beekkame. Akka midiyaaleen adda addaa ibsanitti Suuudaan Lixaa Naannoo tulluu maarraa jedhamutti balaa sigiga lafaa tasa …

Dararrii Barsiisotarra qaama PPtiin ga'aa jiru.

Dararrii Barsiisotarra qaama PPtiin ga'aa jiru.

01 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Gujii Lixaa Ona Bulee Horaatti Humnoonni PPsafuu hin beekne Barsiisaa Huccuu irraa baasuun Ummata fuundura oofaa ooluun dhaga'ame. Akka maddeen keenya jedhanitti …

Oduu FNN: Abbee Dongoroo, Hoorroo Guduruu Wallaggaatti Shororkeessitooti Faannoo Lammii Oromoo 26 Ajjeefte

Oduu FNN: Abbee Dongoroo, Hoorroo Guduruu Wallaggaatti Shororkeessitooti Faannoo Lammii Oromoo 26 Ajjeefte

29 Aug 2025 · FNN

Hagayya 29/2025 | Godina Horroo Guduruu Wallagga. Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona Abee Dongoroo ganda Hoomaa Gaalessaatti hidhattoonni Faannoo lubbuu namoota 26 galaafachuun beekkame. Gochi …

Oduulee FNN

Oduulee FNN

29 Aug 2025 · FNN

ODUU FNN HAGAYYA 29/2025 Hagayya 29/2025 Godina Booranaa fi Daangaa Sumaalee. Godina Booranaa daangaa naannoo Sumaaletti halleelaa hidhattoota naannoo Sumaalerraa dhufaniin hawwaasni nagaa miidhaman. Hagayya …

Sagantaa Marii Hawaasaa ABO-WBO Kaaba Ameerikaan qophaawe, Seattle, WA, USA

Sagantaa Marii Hawaasaa ABO-WBO Kaaba Ameerikaan qophaawe, Seattle, WA, USA

03 Aug 2025 · FNN

Lammiileen Oromoo Qabsoo Isaanii Kan Ofii Godhachuu Qabu Oromoon saba miliyoona Jaatamaa ol tahuu dha Afrikaa keessatti lakkoobsaan 6ffaatii hamma 9ffaa keessatti argama Addunyaarraa lakkoobsaan …