Afaan Oromo

Ekeraa Minilik haasofsiisuu calqabanii?

Ekeraa Minilik haasofsiisuu calqabanii?

13 Feb 2024 · Birhaanuu Hundee

Ebla bara 2018 yeroo Koloneel Abiyyi Ahmad akka Muummicha Ministeerotaa (MM) Impaayara Itoophiyaatti muudamu haasa’a godhe keessatti yommuu Minilik faarsu, waan yaadu fi dubbate sana …

Gaachana Sirnaa PP

Gaachana Sirnaa PP

07 Feb 2024 · FNN

Godina Lixa Harargee Sabaa Habroo: Torbee kana bilxiginnaan leenjii gaachana sirnaa miseensa haaraya jette bifa haarayaan hawaasa dirqisiisuu jal qabdee jiraachu maddeen FNN himan. Haaluma …

Sabaa-Himaalee Hawwaasaa fi Nageenya Daa'immanii

Sabaa-Himaalee Hawwaasaa fi Nageenya Daa'immanii

07 Feb 2024 · FNN

Gaafa Amajjii 31, 2024 balaa Sabaa-Himaaleen Hawwaasaa hawaasaa irratti qabu ilaalchisuun Seenetiin Ameerikaa qeeqa guddaa gaggeesitoota Sabaa-Himaalee Hawwaasaa irratti gaggeessee jira. Gidduu kanatti ture hoji …

Araara: Eenyu wajjin? Akkamitti?

Araara: Eenyu wajjin? Akkamitti?

26 Jan 2024 · Birhaanuu Hundee

Dhugaa ta’uu ykn olola fi burjaajii ta’uu beekuu baadhus, mariin araaraa marsaa sadaffaa ABO/WBO fi mootummaa PP jidduutti godhamuuf jira waan jedhu dhagaheen ture. Rakkoon …

ABO-WBO n iddoo hedduutti injifannoo gonfataa jira

ABO-WBO n iddoo hedduutti injifannoo gonfataa jira

25 Dec 2023 · FNN

Injifannoolee ABO-WBO torban kanaa: ➭WBOn Birgeedii Caffee Tumaa godina Baha Shaggar magaalota 8 keessatti diina harcaase. Halkan tokkotti WBOn konyaa Baha Shaggar Birgeediin Caffee Tumaa …

Jilli Waraanaa Embasii UK Itiyoophiyaa jiruu Giddugala Leenjii Waraanaa Bilaattee Daawate

Jilli Waraanaa Embasii UK Itiyoophiyaa jiruu Giddugala Leenjii Waraanaa Bilaattee Daawate

14 Dec 2023 · FNN

Jilli Waraanaa Embasii UK Itiyoophiyaa jiru Giddugala Leenjii Qilleensaa fi Komaandoo Bilattee daawwate, leenjii, bu'uuraalee misoomaa fi hojiiwwan kanaan walqabatan ilaale. Ityoophiyaatti jilli waraanaa Yunaayitid …

Antibaayootikiin tokkollee waan hojjechuu dideef, dubartiin kun lubbuu abbaa warraa ishee baraaruuf gara diina uumamaa baakteeriyaatti garagalte

Antibaayootikiin tokkollee waan hojjechuu dideef, dubartiin kun lubbuu abbaa warraa ishee baraaruuf gara diina uumamaa baakteeriyaatti garagalte

07 Dec 2023 · FNN

Fulbaana 2016, ogeettiin dhibee daddarbaa Steffanie Strathdee harka abbaa warraa ishee du’aa jiru qabattee, lola dadhabsiisaa infekshinii superbug lubbuu namaa galaafatu waliin yeroo mo’amu ilaalaa …

MOOTUMMAA DHALOOTA NYAATU

MOOTUMMAA DHALOOTA NYAATU

26 Nov 2023 · Birhaanuu Hundee

Impaayarri Itoophiyaa dhiigaan waan ijaaramtee fi dhiigaan waan as geesseef, biyya tana keessatti dhiigni ilmaan namaa dhangala’uun hin dhaabbatu. Mootummootni abbaa irree dhufaa dabranis dhiiga …

DHALOOTA JIILE

DHALOOTA JIILE

24 Nov 2023 · Birhaanuu Hundee

Mariin mootummaa Bilxiginnaa (PP) fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jidduutti Taanzaaniyaatti turban lamaa ol godhamaa ture fi nagaa fidinaa laata jedhamee abdiidhaan eegamaa ture waliigaltee …