Afaan Oromo

Hararghee Oromiyaa: Hidhaa fi Diigamuu Manneen Uummataa

Hararghee Oromiyaa: Hidhaa fi Diigamuu Manneen Uummataa

19 Feb 2023 · FNN

ODUU FNN Gaafa Gurraandhala 15, 2023 itti G/H/B/A/Goroo Gutuu Aradaa Yakkaa Amaan Ganda Waree kessatii Abbaan aradaa #Abduraman Adam Amad Robaa jedhamuu qeerroo waranaa ittii …

ODUU FNN: Waamicha Araaraa ABO-WBO fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Gidduu

ODUU FNN: Waamicha Araaraa ABO-WBO fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa Gidduu

18 Feb 2023 · FNN

Pirezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa WBO waliin mariyachuuf waamicha dhiyeessan. Caffeen Oromiyaa Yaa'ii PP idilee 4ffaa, Waggaa 2ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa isaa har’a gaggeessuu eegale. …

𝐌𝐢𝐫𝐠𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐮.

𝐌𝐢𝐫𝐠𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐮.

13 Feb 2023 · FNN

  Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo – Gurraandhala 11,2023 Heerri Adda Bilisummaa Oromoo mirga amantaa lammiilee ni kabaja. Addi Bilisummaa Oromoo dhimma amantii keessa seenuu irraa …

ODUU FNN Guyyaa Harraa

ODUU FNN Guyyaa Harraa

10 Feb 2023 · FNN

  Jila Phaaphaasotaa, Abuuna Saawuroosiin durfaman gara kutaa lallaba Shawa Kibba Lixaatti imalaniif simannaan taasifame. Sabbataa hanga Walisootti uummata kuma dhibbootaan lakkaa'amutu bahee akka simate …

Mootummaan hooggantoota ABO seera malee mana hidhaatti dararaa jira

Mootummaan hooggantoota ABO seera malee mana hidhaatti dararaa jira

03 Feb 2023 · FNN

Dhimma  hoggantootaafi qondaaltota ABO mana hidhaa jiranii qaama gaafannu wallaallee jedhan Abukkaattoon Seeraa Obbo Tuulii Bayisaa . Hoggantootaafi Qondaalota ABO olaanoon mana hidhaa jiran erga …

Hooggantootni Orthodoksii Itiyoophiyaa mootummaan isaan deggeruu diduu isaa mormuun hookkara kaasuuf yaalaa jiru

Hooggantootni Orthodoksii Itiyoophiyaa mootummaan isaan deggeruu diduu isaa mormuun hookkara kaasuuf yaalaa jiru

02 Feb 2023 · FNN

  Erga hooggantootni Amantaa Orthodoksii Oromiyaa hooggansa haaraa gaafa Amajjii 22, 2023 uumanii kaasee Orthodoksiin Itiyoophiyaa hookkara cimaa keessa seenee jira. Abbootiin Amantaa Orthodoksii Oromiyaa …

Bilxiginnaan diigamaa jira

Bilxiginnaan diigamaa jira

25 Nov 2022 · FNN

Hattuun yeroo hattu utuu hin ta'in yeroo hirmaannaa wal lolti. Bilxiginnaan Gidduutt jeequmsi guddaan ka’ejira. Lolli Bilxiginnaa gidduutti ka'ee jiru kunis:-   1ffaa. Lola garee …

Sabboontota fi diina Oromoo

Sabboontota fi diina Oromoo

17 Nov 2022 · FNN

Sababa Maaliif Cabne Yeroo diinni Oromiyaa qabachuuf weerara baanee fi erga Oromiyaan harqoota diinaa jalatti kufteetii kaasee Oromoon bilisummaa isaaf qabsoo adda kutee hin beeku. …

Erga ABUT waliigaltee mallatteessee TDF ni hiikkataa?

Erga ABUT waliigaltee mallatteessee TDF ni hiikkataa?

04 Nov 2022 · FNN

  Araarri Adda Bilisa-baasaa Uummata Tigiraay (ABUT) fi  Bilxiginnaa (PP) gidduutti tahe utuu hin bulin cabee jira. Mootummaan ammallee xiyyara nama maleeyyiin rukuttaa magaalota kan …