Afaan Oromo

ODUU FNN

ODUU FNN

22 Oct 2022 · FNN

ODUUGuyaa har’aa Mootummaan Itoophiyaa lixa shaggar Ona Meettaa Walqixxeetti lola WBO waliin godheen miidhaa isa irra gaheen mufatee ummata nagaa irratti haleellaa qilleensaa raawwatuun dhagahame …

Mootummaan dirqiin qeerroo fi qarree gara waraanaatti ergaa jira | Oduu garagaraa

Mootummaan dirqiin qeerroo fi qarree gara waraanaatti ergaa jira | Oduu garagaraa

08 Oct 2022 · FNN

1 Gaazzixeessitoonni ONN lamaanii fi Kanneen isaan waliin himataman namoonni 17 kaleessa mana murtiitti dhihaatan. Miseensotni Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa labsitan jedhamuun  galmee …

Godina Shawaa bahaa aanaa Boosat ganda Qaawwaa jedhamutti waraanni mootummaa guyyaaa kaleessaa jechuunis Onkoleessa 06, 2022 manneen maatii qonnaan bulaa 8 gubuun dhagahame

Godina Shawaa bahaa aanaa Boosat ganda Qaawwaa jedhamutti waraanni mootummaa guyyaaa kaleessaa jechuunis Onkoleessa 06, 2022 manneen maatii qonnaan bulaa 8 gubuun dhagahame

08 Oct 2022 · FNN

Godina Shawaa bahaa aanaa Boosat ganda Qaawwaa jedhamutti waraanni mootummaa Onkoleessa 06, 2022 manneen maatii qonnaan bulaa 8 gubuun dhagahame. Ganda Qaawwaa iddoo addaa Haraa jedhamtutti …

Naannoo Gaambellaatti gareen Qindaa’e Hojjettoota KMNI sodachiisuu dhaabbatichi beeksise

Naannoo Gaambellaatti gareen Qindaa’e Hojjettoota KMNI sodachiisuu dhaabbatichi beeksise

08 Oct 2022 · FNN

  Namoonni gareen qindaa’an Onkolooleessa 5, 2022 biiroo Koomishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) damee Gaambeellaatti argamuun  hojjattoota dhaabbatichaatti dhaadachuun, qabeenya barbadeeessuun “dhaabbilee mirga namoomaa biroo …

Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa Namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni birrii kuma 200 ol baankiin ala kaawwachuun dhorkaa ta’uu ibse

Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa Namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni birrii kuma 200 ol baankiin ala kaawwachuun dhorkaa ta’uu ibse

08 Oct 2022 · FNN

Itoophiyaa keessatti namni dhuunfaan maallaqa birrii kuma 100 ol, dhaabbatni ammoo birrii kuma 200 ol baankiin ala  kaawwachuun dhorkaa ta’uu Baankiin Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Akkasumas …

Mariin nageenya dhuma torbee kanaatti geggeeffamuuf ture dheereffamuu fi Uhuruu keniyataan Jaarsummaa keessaa bahuun gabaafame

Mariin nageenya dhuma torbee kanaatti geggeeffamuuf ture dheereffamuu fi Uhuruu keniyataan Jaarsummaa keessaa bahuun gabaafame

08 Oct 2022 · FNN

Mariin nageenyaa Mootummaa Itoophiyaa fi Humnoota Tigraay jidduutti Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamuuf ture dheereffamuufi kanneen jaarsummaa taahan keessaa tokko Uhuruu Keeniyaataan keessaa bahuun isaanii gabaafame. Mariin …

Oduu Injifannoo WBO

Oduu Injifannoo WBO

25 Aug 2022 · FNN

Oduu tarkaanfii  WBO zoonii GG Hagayya 19, 2022Irreef gaachanni Ummata Oromoo  WBOn zoonii GG tarkaanfii iddoo garagaraatti fudhateen injifannoo gonfatee jira.Ona Kuyyuu ganda Uuyyee Cabareetti …

Hayyu-Dureen ABO Jaal Dawud Ibsaa fi Dura-Taa'aan KFO Prof. Marara Guddinaa Bakkabu'oota Mootummaa Ameerikaa Waliin Finfifinneetti walarguun mariyachuu ABOn beeksise

Hayyu-Dureen ABO Jaal Dawud Ibsaa fi Dura-Taa'aan KFO Prof. Marara Guddinaa Bakkabu'oota Mootummaa Ameerikaa Waliin Finfifinneetti walarguun mariyachuu ABOn beeksise

29 Jul 2022 · FNN

  HDn ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Dura Taa’aan KFO Prof. Maraaraa Guddinaa Hayyat Regency Hotel magaalaa Finfinneetti argamutti argamuun Mootummaa Ameeriikaatti jiila bakka bu’oota …

Cuunfa Injifannoo WBO

Cuunfa Injifannoo WBO

16 Jul 2022 · FNN

Tarkaanfii Adoolessa 15,2022 ganama barii eegaleen godina lixa Wallaggaa ona Mana Sibuu fi Qilxu Kaarraa gidduu gandaa Rigaa Sachii jedhamtu irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen 35 …