Afaan Oromo

Oduu Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa Cibiraa Soddom Booroo

Oduu Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa Cibiraa Soddom Booroo

08 Jan 2022 · FNN

Ammajjii 5/2022-6/1/2022! Irreef Gaachanni Sabaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Zooni Kibbaa Cibraa Soddom Booroo Godina Gujii Bahaa Magaala Nageelle Booranaa irratti diina sakattaaf magaala keesa baate …

Ajjeechaa Jumlaa Godina Shawaa Dhihaa, Ona Gindabaratitti -Ibsa ABO

Ajjeechaa Jumlaa Godina Shawaa Dhihaa, Ona Gindabaratitti -Ibsa ABO

08 Jan 2022 · FNN

Ajjeechaa Jumlaa Godina Shawaa Dhihaa, Ona Gindabaratitti Ummata Oromoo Irratti Gaggeeffame Gadi Jabeessinee Balaaleffanna. Ibsa ABO- Amajjii 7, 2022 ABOn ajjeechaan Godina Shawaa dhihaa, Ona …

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)- Amajjii 1, 2022

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)- Amajjii 1, 2022

04 Jan 2022 · FNN

Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Haleellaa Diroonii fi Humna Qileensaa kutaaleeOromiyaa addaa addaa keessatti raawwateen namoota nagaa hedduu ajjeesee kaan ammoo madeessee jira. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo …

Oduu Injifannoo WBO fi Kan Biroo Amajjii 02-2022

Oduu Injifannoo WBO fi Kan Biroo Amajjii 02-2022

02 Jan 2022 · FNN

Amajjii 2 2022Irreef gaachanni Uummata Oromoo WBOn Zoonii Giddu Galeessa Oromiyaa Kaaba Lixa Shaggar Ona Hidhabuu Abooteetti guyyaa kaleessaa Amajjii 1, 2022 tarkaanfii humna diinaa …

Ibsa Bara Haaraa ABO/WBO | 2022

Ibsa Bara Haaraa ABO/WBO | 2022

01 Jan 2022 · FNN

Dhaamsa Bara Haaraa fi Amajjii 1 Guyyaa WBO Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO Mudde 31, 2021 Ø Miseensota ABO-WBO kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo dirqama duraa godhattanii falmaa …

Tarkaanfii WBO Kaaba Lixa Shaggarii fi WBO Zoonii Kibbaa

Tarkaanfii WBO Kaaba Lixa Shaggarii fi WBO Zoonii Kibbaa

31 Dec 2021 · FNN

Irreef gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kaaba Lixa Shaggar giddu galeessa Oromiyaa aanaa Meettaa Walqixxeetti tarkaanfii laalessaa waraana PP irraatti fudhateen injifannoo boonsaa galmeessuun magaalaa …

Oduu Injifannoo WBO Kaaba Shaggar

Oduu Injifannoo WBO Kaaba Shaggar

30 Dec 2021 · FNN

Irreef fi Gaachannii Ummata Oromoo WBOn zoonii gidduu galeessaa Kaaba Shaggar aanaa Darraatti tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP Ummata Oromoo gooluuf yaatu irratti fudhateen magaalaa …

Oduu Injifannoo WBO Baha Oromiyaa

Oduu Injifannoo WBO Baha Oromiyaa

27 Dec 2021 · FNN

Bobbaa WBO balleessuuf maqaa Duula Minilik jedhun mootummaan pp Oromiyaa irratti bante guyyoota 15 ol lakkoofisisee jira.  Irree fi gaachani ummata Oromoo WBOn Baha Oromiyaa …

Oduu Injifannoo WBO Mudde 24 2021

Oduu Injifannoo WBO Mudde 24 2021

24 Dec 2021 · FNN

Oduu Injifannoo Cibraa Soddom Booroo  Mudde 20-21/2021   Abdiif Gaachanni Sabaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Cibraan Soddom Booroo lukkeele fi Uuradhoote Godina Boorana bakkoota gargaraa irraa …