Afaan Oromo

Oduu Injifannoo WBO fi Duula Imala Gara Finfinnee

Oduu Injifannoo WBO fi Duula Imala Gara Finfinnee

19 Dec 2021 · FNN

DUULA IMALA GARA Finfinnee Oduu Injifannoo WBO  Zoonii Kibbaa  Irreef gaachanni ummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa konyaa Gujii Bahaaaa keessa socho'u Cibraan Odaa Adoola tarkaanfii …

Oduu Injifannoo WBO

Oduu Injifannoo WBO

13 Dec 2021 · FNN

Injifannoo WBO Giddu Gala Oromiyaa Baha Shagari ================================== Guyya 11 / 12 / 2921 Irree fi gaachanni Uummata Oromoo WBO GGO baha Shagari guyyaa 11 …

ABO/WBOn dokumentii mootummaa Abiy Ahmed jalaa miliqxee baate ilaalchisuun ibsa baase

ABO/WBOn dokumentii mootummaa Abiy Ahmed jalaa miliqxee baate ilaalchisuun ibsa baase

10 Dec 2021 · FNN

   Qabsoo Bilisummaa Oromoo Ololaan Cabsuun Gonkumaa Hin Dandahamu!  (Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)  Qabsoon Bilisummaa Oromoo akeekaa fi galee mataa isaa qaba. Osoo akeekii fi …

Hiriira Mormii Awustraliyaa fi Biyyoota Birootti Gaggeeffamu

Hiriira Mormii Awustraliyaa fi Biyyoota Birootti Gaggeeffamu

07 Dec 2021 · FNN

Mootummaan Abbaa Irree Abiy Ahmed erga aangootti dhufee ti sirna fiwudaalaa deebisuuf hirriba malee hojjechaa jira. Sana milkeessuufis uummata Oromoo jimilaan fixaa jira. Xiyyaara nama …

Tumsa Finfinne News Network

Tumsa Finfinne News Network

20 Nov 2021 · FNN

Topic: FNN Fundraising Meeting Time: Nov 20, 2021 11:00 AM Pacific Time (US and Canada) | 2PM DC | 8PM Stockholm| 6AM Melbourne Australia Join …

Mootummaan abbaa irree Itiyoophiyaa Harxummaa, Walloo dironiin rukutuun uummata 50 ajjeessee 10 madeesse

Mootummaan abbaa irree Itiyoophiyaa Harxummaa, Walloo dironiin rukutuun uummata 50 ajjeessee 10 madeesse

04 Nov 2021 · FNN

Mootummaan Abbaa irree Itiyoophiyaa Abiy Ahmed magaala Harxummaa, Wallo dirooniin rukutuun nama 50 ajjeesee, 10 madeesuu akkasumas waraanni isaa baqatanii bahuu fi Gaarren naannoos gubachaa …

Ayyaana Waggaa 1ffaa FNN

Ayyaana Waggaa 1ffaa FNN

16 Oct 2021 · FNN

  Finfinne News Network bara Onk 20, 2020 ture sirnaan galmaa'ee kan dhaabbate. Waggaa darbe keessa bu'aa ba'ii hedduu keessa baanee gufuu nu mudatan irras …

Hidhamtootni siyaasaa Oromoo rakkoo guddaarra jiru jedhame

Hidhamtootni siyaasaa Oromoo rakkoo guddaarra jiru jedhame

04 Sep 2021 · FNN

Hidhamtootni Oromoo high profile tahan rakkoo hamaa keessa jiraachuunsaanii beekame. Haala kanaan Jaal Abdii Raggaasaa mooraa waraanaatti hidhuun nyaata dhowwataa jiraachuunsaanii beekame. Maatii Jaal Abdii …

Ibsa hoogganoota olaanoo WBO

Ibsa hoogganoota olaanoo WBO

22 Aug 2021 · FNN

Ibsa Hooggantooti Olaanoo WBO Jaal Marroo Dirribaa fi Jaal Gammachuu Abooyee guyyaa harraa laatan video kanarraa hordofaa.