Afaan Oromo

WBOn magaalota guguddaa seenuu jalqabe | Bilxiginnaan H Lixaa aanaa Habrootti qeerro guuraa jiraachuutu dhagahame

WBOn magaalota guguddaa seenuu jalqabe | Bilxiginnaan H Lixaa aanaa Habrootti qeerro guuraa jiraachuutu dhagahame

15 Jun 2022 · FNN

Waraanni Bilisummaa Oromoo magaalota Lixa Oromiyaatti argaman kan akka Dambi Doolloo, Gimbii, Najjoo, Mandii, Inaangoo, Boojji, fi Anfilloo, akkasumas magaalaa Gaambeella seenuun waraana PP irratti …

Cuunfaa Oduu Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Bahaa

Cuunfaa Oduu Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Bahaa

08 Jun 2022 · FNN

Cuunfaa Oduu Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Bahaa Cibraa Odaa Adoolaa    Guyyaa Waxabajjii 6, 2022 Abdii fi  wonteen ummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa …

Eebba Waraana Bilisummaa Oromoo Cibraa Odaa Bulluq

Eebba Waraana Bilisummaa Oromoo Cibraa Odaa Bulluq

28 May 2022 · FNN

WBOn Oromoo maran hidhachiisa jechaa jira warri Oromoo hiikkachiisuu barbaadu abdii haa kutu. WBOn Cibraa Odaa Bulluqi marsaa 10ffaa eebbise.Caamsaa 2022Baha Wallaggaa, Oromiyaa

ODUU AMMEE| Magaalaa Oromiyaa Fixaaleyyii Amaaraa Faannoon barbaadoofte| FNN 04-23-2022

ODUU AMMEE| Magaalaa Oromiyaa Fixaaleyyii Amaaraa Faannoon barbaadoofte| FNN 04-23-2022

23 Apr 2022 · FNN

Oduu BBC n gabaase akka ibsutti Finxaaleyyiin Amaaraa Faannoo jedhaman daangaa Oromiyaa seenuun Baha Wallaggaa, Anaa Limmuu Galiilaatti magaa argamtu Fiixee Boqqoo jedhamutu gaafa Amajjii …

Duguuggaan Sanyii Oromoota Walloo irratti deemaa jiru xiyyeeffannoo argachuu qaba

Duguuggaan Sanyii Oromoota Walloo irratti deemaa jiru xiyyeeffannoo argachuu qaba

19 Apr 2022 · FNN

Lammiilee Oromoo Walloo irratti duguuggaan sanyii humnoota badiinsaa naannoo Amaaraa fi naannoo Affaar akkasumas tiksitoota garboomfataan deemaa jiru haalaan nama surura. Yakki akkasii kun oolee …

Duula WBO fi Oromiyaa Irratti Labsame

Duula WBO fi Oromiyaa Irratti Labsame

14 Apr 2022 · FNN

Marii keenya harraa keessatti haalla duulli WBO fi Oromiyaa irratti deemaa jiru, haala hidhamtootni siyaasaa Oromoo keessa jiran, Guyyaa Gootota Oromoo fi lola TDF fi …

ODUU INJIFANNOO WBO

ODUU INJIFANNOO WBO

11 Feb 2022 · FNN

Gurraandhala 9/2022 Abdii fi Gaachanni Uummata Oromoo WBOn Zooni Kibbaa Cibraa Soddom Booroo Lola Guyyaa 9ffaa Diina tiksitoota Impaayera Itoophiyaa kanneen godinoota gargaraa irraa walitti …

Seenaa Artist Nuhoo Goobanaa Hiriyyaasaa Jaal Jamaal Ibroo irraa

Seenaa Artist Nuhoo Goobanaa Hiriyyaasaa Jaal Jamaal Ibroo irraa

05 Feb 2022 · FNN

Sagantaa kana keessatti seenaa Artist Nuhoo Goobanaa hiriyyaa isaarraa dhageenya. Jaal Jamaal Ibroo artist Nuhoo waliin guddatan. Yeroo baayyees waliin dabarsan. Seenaa Nuhoo isa dhugaa …

CUUNFAA ODUU INJIFANNOO WBO

CUUNFAA ODUU INJIFANNOO WBO

15 Jan 2022 · FNN

KONYAA WALLAGA LIXAA Guyyaa 01 /15/2022  ONA MANDII Bakka addaa Maqa Harawwee jedhamutti humna dabalata Orali 1 FI 3F 2 akka isheen fiigaa jirtutti WBOn …