Afaan Oromo

IBSA GADDAA- DU’AAN BOQOCHUU OBBO ABDULJABBAAR HUSEEN

IBSA GADDAA- DU’AAN BOQOCHUU OBBO ABDULJABBAAR HUSEEN

13 Aug 2021 · FNN

OROMO LIBERATION FRONT  ADDA BILISUMMAA OROMOO                               IBSA GADDAA- DU’AAN BOQOCHUU OBBO ABDULJABBAAR …

Natoo  Deggersa FNN

Natoo Deggersa FNN

14 Jul 2021 · FNN

Natoo Finfinne News Network    July 17, from 2pm EST   Finfinne News Network has been established to be a voice for the voiceless Oromo …

Inni Waggaa tokko Duraa Hardhas haaraa dha!

Inni Waggaa tokko Duraa Hardhas haaraa dha!

29 Jun 2021 · FNN

Ajjeechaa Hacaaluu Ilaalchisee:   Ibsa Gadda Oromoota Biyya Jarmanii, Adoolessa 1, 2020 Qabsaa‘an ni kufa! Qabsoon itti fufa! Nuti, ilmaan Oromoo biyya Jarmanii jiraannu walummaa …

Waamicha Tinnisa WBO

Waamicha Tinnisa WBO

18 Mar 2021 · FNN

Gara: Oromoo Quuqama sabaaf qabu hundaaf To : All Oromos who support the peace and stability of Oromos WAAMICH TINNISA WBO 2021 MARSAA 2FFAA (GLOBAL …

Natoo  Deggersa FNN

Natoo Deggersa FNN

04 Feb 2021 · FNN

Finfinne News Network waliin dhaabbachuun sagaleen Oromoo akka dhagahamu gochuu keessatti qooda fudhadhaa. Gaafa Guraandhala 6, 2021 kara Zoom wal argina. Link Facebook keenyarraa argattu. …

Natoo  Deggersa FNN

Natoo Deggersa FNN

18 Jan 2021 · Daniel Dibaba

Naatoo Deggersa FNN hirmaadhaa, gargaaraa. #GurmuuSagalewwanQabsoo  

Mootummaan Abbaa Irree Itiyoophiyaa Duguuggaa Sanyii Oromoorraan Gahaa Jiraachuun Ibsame

Mootummaan Abbaa Irree Itiyoophiyaa Duguuggaa Sanyii Oromoorraan Gahaa Jiraachuun Ibsame

08 Jan 2021 · Daniel Dibaba

Akka ibsa Oromia Support Group (OSG)n ragaa qabatamaa wabeeffachuun baasetti mootummaan abbaa irree Abiy Ahmed duguuggaa sanyii raawwachaa jiraachuun beekame. Akka ibsa bara haaraa 2021  …

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa

01 Jan 2021 · Daniel Dibaba

  Amajjii 2021 Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniif Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ummata Oromoo Bal’aa Deggertoota QBO Firoottan QBOf …