Afaan Oromo

MOOTUMMAAN UUMMATA OROMOO AJJEESISAA JIRU, AKKAMITTI MOOTUMMAA OROMOO TA’A?

MOOTUMMAAN UUMMATA OROMOO AJJEESISAA JIRU, AKKAMITTI MOOTUMMAA OROMOO TA’A?

31 Oct 2023 · Birhaanuu Hundee

Gaafatamni mootummaa tokkoo maali? Gaafatamni mootummaan biyya tokkoo qabu keessaa inni ijoon nagaa fi nageenya uummata biyya sanaa eeguu fi eegsisuu dha. Karaa siyaasaa fi …

Cuunfaa fi Ejjennoo Yaahii 12ffaa Gurmuu Hayyoota Oromoo

Cuunfaa fi Ejjennoo Yaahii 12ffaa Gurmuu Hayyoota Oromoo

16 Oct 2023 · FNN

Sabni Oromoo, sirna kolonii Habashaa jalatti baroota 150 oliif hacuucamaa ture, yeroo ammaa ammoo caalaatti akka sabaatti diineffatamee, haala qindaaween duullii daguuggaa sanyii qara hedduudhaan …

AMALOOTA QABSOO BILISUMMAA OROMOO MIIDHAN

AMALOOTA QABSOO BILISUMMAA OROMOO MIIDHAN

07 Oct 2023 · Birhaanuu Hundee

ANATU CAALAA BEEKAA, OFTUULUMMAA, JIBBINSA, HINAAFFAA FI XIIQII Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO)n diinota keessoo fi alaa akka qabu irra deddeebi’amee dubbatamaa ture jiras. Diinotni alaa …

Ajjeechaa Suukanneessaa Mootummaan Shimalis Abdiisaa fi Abiy Ahmad Raawwachaa Jiran

Ajjeechaa Suukanneessaa Mootummaan Shimalis Abdiisaa fi Abiy Ahmad Raawwachaa Jiran

08 Sep 2023 · FNN

Ajjeechaa Amaanu'eel Wandimu Oromoon hin yaadanne jira jechuun ulfaataa dha. Amaanu'eel Wandimmuu waggaa 2 dura Caamsaa 11, 2021 mana maatii isaatii qabanii Abbaa Torbeeti jechuun …

Dararri Baha Oromiyaatti Hammaate Jedhu Uummanni

Dararri Baha Oromiyaatti Hammaate Jedhu Uummanni

25 Aug 2023 · FNN

Hagayaa 23, 2023, Hararghee, OromiyaaYeroo ammaa kanatti godinaa Baha Oromiyaa nannoo Harar kessaatti rakkoon nageenyaa akkamalee hammaatee jira. Maqaa shanee waliin hidhata qabdan ja'uun uummaata …

ODUU FNN | HAGAYYA 2, 2023

ODUU FNN | HAGAYYA 2, 2023

03 Aug 2023 · FNN

Oduu Hagayya 2, 23 Oduu harra FNN gaheen humnooti mootummaa Itiyoophiyaa fi humnoota Ertiraa irraa ijaaraman kaampii waraanaa G/W/L Gimbii jiruu fi beta mangist jedhamuun …

ODUU FNN | ADOOLESSA 29, 2023 | AJJEECHAA SORA ABDETA

ODUU FNN | ADOOLESSA 29, 2023 | AJJEECHAA SORA ABDETA

30 Jul 2023 · FNN

Sirni Awwaalcha Artiist Soraa Abdataa, Bakka Dhaloota Isaa Magaalaa Jaarsoo,Bataskaana Gabri'eelitti har’a Gaggeeffamee oole  Sirni awwaalcha Artiist Soraa Abdataa, bakka dhaloota isaa Godina Wallaga Lixaa …

Oduu tarkaanfii waranaa WBO

Oduu tarkaanfii waranaa WBO

19 May 2023 · FNN

Gootichii waraannii bilisummaa Oromoo zoonii lixa keessa socho'uu mooraa diinaa buqqisuun godina Horroo Guduruu Wallaggaa keessa aanoota afur dhuunfaachu fi bakkeewwan garagaarati tarkaanfii fudhaacha jiraachu …

ODUU FNN | CAAMSAA 8, 2023

ODUU FNN | CAAMSAA 8, 2023

09 May 2023 · FNN

Waraanni raayyaa ittisa impaayerattii  sadii sirna bilxiginnaa ganuun godina Lixa Wallaggaa keessatti gooticha waraana bilisummaa Oromootti harka kennatan. Sirni cubbamaa fi balfamaan guyyaadhaa gara guyyaatti …