Afaan Oromo

ODUU FNN | BITOOTESSA 2025

ODUU FNN | BITOOTESSA 2025

29 Mar 2025 · FNN

Oduulee Ji'a Bitootessaa Oromiyaa fi Itiyoophiyaa keessatti raawwatan kanneen FNN gahan akka asii gadiitti dhiheessina. Bitootessa 24, 2025 - Qilxu Kaarraa, Wallagga Lixaa: Godina Lixa …

Ibsa Kora ABO-KFO

Ibsa Kora ABO-KFO

23 Feb 2025 · FNN

ABO fi KFOn Gurraandhala 19 haga Gurraandhala 22, 2025 itti Hoteela Ililii Finfinnee jirutti kora godhachuun ibsa baasanii xumuran. Ibsa isaanii kana keessatti hirmaattoti imaanaa …

Gen. Tasfaayee Ayyaaleewu eenyu?

Gen. Tasfaayee Ayyaaleewu eenyu?

29 Nov 2024 · FNN

Dhaloonni isaa Darraa ta'ee Goojjamee dha.Yeroo OPDO' n galu oppireetara raadiyoo ta'ee Abbaa Duulaa jalatti hojjechaa ture. Yeroo caasaan paartii OPDO fi mootummaa adda bahu …

NAGAA BOORESSAA NAGAA LABSUUN AKKAMIIN TA’A?

NAGAA BOORESSAA NAGAA LABSUUN AKKAMIIN TA’A?

02 Sep 2024 · Birhaanuu Hundee

PP biratti nagaan maali? Nagaadhumaa beekuu? Birhaanuu Hundeetiin Erga namtichi Muummicha Ministeerotaa Bilxiginnaa (PP) jedhamu, Koloneel Abiyyi Ahimad aangootti dhufee kaasee biyyi Itoophiyaa jedhamtu tun …

Qabsoon Oromoo tarkaanfii lama fuulduratti tokko boodatti deemuu keessatti hidhameera

Qabsoon Oromoo tarkaanfii lama fuulduratti tokko boodatti deemuu keessatti hidhameera

09 Aug 2024 · FNN

Qabsoon bilisummaa Oromoo waggoota 50 dura jalqabe. Bu'aan qabsoo bilisummaa Oromoos Oromoo akka sabaatti eenyummaasaa dhabamsiisuuf irratti duulamaa ture jalaa dandamachiisuun Oromummaa daraarseera. Orummaan maal …

Guddinaa fi jabina Waraana Bilisummaa Oromoo

Guddinaa fi jabina Waraana Bilisummaa Oromoo

06 Jun 2024 · Birhaanuu Hundee

GUDDINA FI JABINA WARAANA BILISUMMAA OROMOO (WBO) - Cibraarraa gara Birgeediitti, Bobbaa J/ Laggasaa Wagiirraa gara Bobbaa Irbuu Shinnigaatti - Erga akka qaama fi damee …

Diraamaa Bilxiginnaa (PP) fi Dararama Uummata Oromoo

Diraamaa Bilxiginnaa (PP) fi Dararama Uummata Oromoo

04 May 2024 · Birhaanuu Hundee

Akkuma irra deddeebi’amee jedhame, jedhamuu qofaas mitii lafarratti mul’achaa jiru, uummatni Oromoo seenaa saba kanaa keessattis ta’ee kan impaayara Itoophiyaa keessatti akka bara Bilxiginnaa kana …

Ergaa Jaal Marroo Dirribaa | Guyyaa Goototaa Bara 2024

Ergaa Jaal Marroo Dirribaa | Guyyaa Goototaa Bara 2024

14 Apr 2024 · FNN

Sagantaa kana keessatti ergaa Jaal Marroo Dirribaa Guyyaa Gootota Oromoo bara 2024 ilaalchisuun dabarse isiniin geenya. Turtiin keessan nu waliin haa tahu. #JaalMarroo #GuyyaaGoototaOromoo #Oromoo …

Ergaa Jaal Marroo Dirribaa | Guyyaa Gootota Oromoo