Afaan Oromo

Hidhaan Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi Xummurame.

Hidhaan Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi Xummurame.

09 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hidhaan Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi Xummurame. Ministeera duraanii mallazenawidhaan wagga 14 dura ijaarsi isaa kan eegalee, Hidhaan Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi, har’a Fulbaana 9/2025, eebbifameera. …

Uummanni Oromoo daangaalee naannoo Amaaraatin jiran finxaaleyyii Faannotiin ajjeefamaa jiraachuun barame.

Uummanni Oromoo daangaalee naannoo Amaaraatin jiran finxaaleyyii Faannotiin ajjeefamaa jiraachuun barame.

09 Sep 2025 · FNN Staff

Uummanni Oromoo daangaalee naannoo Amaaraatin jiran finxaaleyyii Faannotiin ajjeefamaa jiraachuun barame. ODUU FNN Uummanni Oromoo daangaa naannoo Amaaratirra jiran irra deddeebiin ajjeeffamaa jiraachuu jiraattonni godinaalee …

Dhalattoonni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Toroontoo jiraatan Irreecha bara 2025 irreeffatan.

Dhalattoonni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Toroontoo jiraatan Irreecha bara 2025 irreeffatan.

08 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhalattoonni Oromoo biyya Kaanaadaa magaalaa Toroontoo jiraatan Irreecha bara 2025 irreeffatan. Dhalattoonni Oromoo sirna Irreechaa kana irratti gamtaan bahuuni kan hirmaatan. Sirna Irreechaa …

Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Mana Hidhaa  Jiran Dararamaa Jiraachuun Himame

Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Mana Hidhaa Jiran Dararamaa Jiraachuun Himame

08 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hidhamtoonni siyaasaa Oromoo mana hidhaa Federaalaa Caffee Tumaa (Abbaa Saamu'eelitti) hidhamanii jiran akkaan dararamaa jiraachuun barame. Shira murni mootummaa pp qindeesseen ilmaan oromoo …

Arsii Bahaa ona Boqojjii fi Honqooloo Waabee keessatti humnoonni mootummaa uummata dararaa jiraachuun barame.

Arsii Bahaa ona Boqojjii fi Honqooloo Waabee keessatti humnoonni mootummaa uummata dararaa jiraachuun barame.

08 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Arsii Bahaa ona Boqojjii fi Honqooloo Waabee keessatti humnoonni mootummaa uummata dararaa jiraachuun barame. Murni mootumma Arsii Bahaa ona Boqojjii keessatti barattoonni mana …

Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 223 ta'an godaantummaaf saaxilaman jedhame.

Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 223 ta'an godaantummaaf saaxilaman jedhame.

08 Sep 2025 · FNN Staff

Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 223 ta'an godaantummaaf saaxilaman jedhame.Lammiileen Itiyoophiyaa 223 ta'an karaa seeraan alaatiin gara biyyoota Arabaa fi kanneen biroottii godaanuu dhabbanni Godaantota Addunyaa (IOM)gabaasee …

Naannoo Tigraayitti mindaa hojattootaaf qarshii biiliyoona 20 akka isa barbaachisu barame.

Naannoo Tigraayitti mindaa hojattootaaf qarshii biiliyoona 20 akka isa barbaachisu barame.

06 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Tigraayitti mindaa hojattootaaf qarshii biiliyoona 20 akka isa barbaachisu barame. Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraayi, miindaa hojjattoota osoo hin kaffalin hafee kaffaluuf qarshii …

Ethiopia keessatti konkolaachiftoonni 40 ol ajjeeffaman.

Ethiopia keessatti konkolaachiftoonni 40 ol ajjeeffaman.

06 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ethiopia keessatti woggoota lamaan darban konkolaachiftoonni konkolaataa fe'umsaa 40 yoo ajjeefaman, 200 ol ammoo madaa'utu gabaafame. Waggaa lamaan darban keessa qofa konkolaachiftoonni konkolaattota …

Wallagga Horroo Guduruu Aabee Dongorootti namoonni 6629 buqqa’an.

Wallagga Horroo Guduruu Aabee Dongorootti namoonni 6629 buqqa’an.

06 Sep 2025 · FNN Staff

Wallagga Horroo Guduruu Aabee Dongorootti namoonni 6629 buqqa’an. Wallagga Horroo Guduruu Aabbee Dongoroo ganda Hoomaa Gaalessaatti namoonnii 6629 haleellaa hidhattoota finxaaleyyii Faannootiin guyyoota dura raawwatameen …