Afaan Oromo

Olmaa Oromiyaa

Olmaa Oromiyaa

24 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Baha Wallaggaa Ona Guutoo Giddaa keessatti humnoonni Bilxiginnaa qonnaan bultoota dirqamaan gara leenjii milishummaatti guuraa jiraachuun barame. Baha Wallaggaa ona Guutoo Giddaa …

Balaa tiraafikaa Naannawa Daseetti mudateen namootni 12 du’an, 49 miidhaan irra gahe

Balaa tiraafikaa Naannawa Daseetti mudateen namootni 12 du’an, 49 miidhaan irra gahe

24 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Balaa tiraafikaa Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa, Ona naannawaa Daseetti mudateen namootni 12 du’uun himame. Ajajaan Qajeelcha Poolisii Onichaa Komaandar Sa’iid Mohaammad, konkolaataan …

Aksuumitti murteen Hijaabarratti darbe barattoota Musliimaaf haaragalfii ta’us hojiirra oolmaan isaa shakkiidha jedhame.

Aksuumitti murteen Hijaabarratti darbe barattoota Musliimaaf haaragalfii ta’us hojiirra oolmaan isaa shakkiidha jedhame.

24 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Murtee Manni Murtii Waliigalaa Tigraay kenneen barattoonni Musliimaa manneen barnootaa keessatti hijaaba uffachuuf mirga akka qaban kan mirkaneesse yoo ta’u, barattoota hijaaba uffatan …

Poolisiin naannoo Somaalee daangaa darbee dhufee magaalaa Dirree Dhawaatii akkuma fedhetti namoota hidhaa jedhan jiraattonni.

Poolisiin naannoo Somaalee daangaa darbee dhufee magaalaa Dirree Dhawaatii akkuma fedhetti namoota hidhaa jedhan jiraattonni.

24 Sep 2025 · FNN Staff

Jiraattonni yaada isaanii kennan akka jedhanitti, poolisiin naannoo Somaalee tibbana magaalaa Dirree Dhawaatii namoota hedduu butuu himuun haalli kun baay'ee ulfaata jedhan. Barsiisaa tokko butanii …

Godina Arsii Bahaa Ona Shanan Kooluutti loltoonni Mootummaa haadha ilmaan 6 ajjeesuun dhaga’ame.

Godina Arsii Bahaa Ona Shanan Kooluutti loltoonni Mootummaa haadha ilmaan 6 ajjeesuun dhaga’ame.

23 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Humnoonni mootummaa Oromiyaa hunda keessatti duguuggaa sanyii hawaasa nagaa irratti raawwachaa jiran jabeessuun, Fulbaana 19,202 haadha ilmaan 6 kan taate Aadde Haliimaa Matoo …

Namoonni nagaa mana hidhaa magaalaa Holotaatti dararamaa jiraachuun barame

Namoonni nagaa mana hidhaa magaalaa Holotaatti dararamaa jiraachuun barame

19 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Shaggar dhiyaa Magaalaa Hoolataatti namoonni hedduun maqaa hidhata WBO qabdu jedhamuun qajeelcha poolisii magaalichaa keessatti hidhamanii dararamaa jiraachuu maatiin hidhamtootaa maddeenitti himan. Namoota …

Godina wallagga Bahaa Ona Guutoo Giddaa Bulchiinsa Magaalaa Luugootti, Finxaaleyyiin Amaaraa daa’ima ganna 5 ajjeesuun barame.

Godina wallagga Bahaa Ona Guutoo Giddaa Bulchiinsa Magaalaa Luugootti, Finxaaleyyiin Amaaraa daa’ima ganna 5 ajjeesuun barame.

19 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina wallagga Bahaa Ona Guutoo Giddaa Bulchiinsa Magaalaa Luugootti, Finxaaleyyiin Amaaraa daa’ima ganna 5 ajjeesuun barame. Humnoonni Finxaaleyyii kun irra deddeebiidhaan daangaa ce’anii …

Komishiniin Gamtaa #Awurooppaa waliigaltee daldalaa Israa'el waliin qabu dhabuuf yaada dhiyeesse

Komishiniin Gamtaa #Awurooppaa waliigaltee daldalaa Israa'el waliin qabu dhabuuf yaada dhiyeesse

19 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Komishiniin gamtaa Awurooppaa yaada daldala bilisaa Israa’el waliin dhaabuu fi ministeerota Israa’el lama irrattis qoqqobbii kaa’uuf yaada dhiheessera, kunis tarkaanfiiwwan hariiroo Israa’elii fi …

Finfinneetti Lafti Sigigaachuun Namoonni Hedduun Buqqa’uun Barame.

Finfinneetti Lafti Sigigaachuun Namoonni Hedduun Buqqa’uun Barame.

18 Sep 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Magaalaa Finfinnee naannoo kondominiyeemii Mikiiliilaandi jedhamutti sababa sigiga lafaa muudateen namoonni 150 qa’ee isaanni irraa akka fagaatan taasifamuu hojii gaggeessaan olaanaa bulchiinsa Magaalaa …