Afaan Oromo

Gocha hammeenyummaa finxaaleyyiin Faannoo Uummta wallaggaarratti raawwatan.

Gocha hammeenyummaa finxaaleyyiin Faannoo Uummta wallaggaarratti raawwatan.

28 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Harmeen Godina Shawaa Lixaa Aanaa Naannoo Ganda Halloo Dinkii keessaa haleellaa humna Finxaalessa Faannootiin Onkoloolessa 19 bara 2025 raawwatameen butamanii bosona keessa tursiifaman …

Liqaan Itoophiyaarra jiru walii galaan biliyoona 23 hin caalu jedhan ministeerri Itoophiyaa Abiyyi Ahamad.

Liqaan Itoophiyaarra jiru walii galaan biliyoona 23 hin caalu jedhan ministeerri Itoophiyaa Abiyyi Ahamad.

28 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Liqaan waliigalaa Itoophiyaarra jiru doolaara biiliyoona 23 hin caalu, biyyattiin liqaa irra jiru kaffaluuf rakkoo homayyuu hinqabdu” - Abiy Ahimad Ministirri Mummee Itoophiyaa …

Hidhattoonni finxaaleyyii Faannoo godina Wallagga Bahaatti sochii uummanni taasisu danqaa jiraachuun barame.

Hidhattoonni finxaaleyyii Faannoo godina Wallagga Bahaatti sochii uummanni taasisu danqaa jiraachuun barame.

27 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Hidhattoonni finxaaleyyii Faannoo godina Wallagga Bahaatti sochii uummanni taasisu danqaa jiraachuun barame. Jiraattonni maddeeniif akka yaada isaanii kennanitti Uummanni Aanaalee garaagaraatii sochii gara …

Balaa Hagayya 3/2025 Bidiruu godaantota feetee deemaa turterra qaqqabeen namni 90 du'uun gabaafame.

Balaa Hagayya 3/2025 Bidiruu godaantota feetee deemaa turterra qaqqabeen namni 90 du'uun gabaafame.

27 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Akka gabaasni baye ibsutti bidiruun nama 200 ol feetee imalaa turte qarqara galaana edan irratti dhidhimuun lubbuun namoota 90 olii kan galaafataman yoo …

Dhaabbati Saa’udii buufata Taajuraa waggaa 30 bulchuuf walii galtee mallatteesse

Dhaabbati Saa’udii buufata Taajuraa waggaa 30 bulchuuf walii galtee mallatteesse

27 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbati daldalaa Saa’udii Arabiyaa Reed Sii Wiingeetis (Red Sea Wingates) jedhamu buufata doonii Taajuraa waggoottan soddomman dhufan bulchuuf Abbaa Taayitaa Buufataa fi Naannolee …

Keeniyaan murtee galmee koolu - galtoota Itoophiyaa fi Eertiraa irratti dabarsiterratti ibsa kennite

Keeniyaan murtee galmee koolu - galtoota Itoophiyaa fi Eertiraa irratti dabarsiterratti ibsa kennite

24 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Keeniyaan iyyata koolu galtummaa lammilee Itoophiyaa fi Eertiraa tokko tokkoon akka ilaaltu beeksifte. Kunis murtee galmee himataa koolu galtootaa lammilee Itoophiyaa fi Eertiraa …

Eegdonni daangaa Belaarus baqattoonni Ertiraa lama reeffa nama isaan waliin godaanaa turee qabatanii osoo deemanii arguu beeysisaniiru.

Eegdonni daangaa Belaarus baqattoonni Ertiraa lama reeffa nama isaan waliin godaanaa turee qabatanii osoo deemanii arguu beeysisaniiru.

24 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ertiraanonni reeffa baqataa isaan waliin ture qabatanii deemaa turan, daangaa Belaarus irratti argaman. Ertiraanonni lama reeffa baqataa isaan waliin godaansarra ture qabatanii deemaa …

Gabaastonni Dooche Veelee kan dhaabbata oduu Jarman ta'e hojiirraa ugguramuun barame.

Gabaastonni Dooche Veelee kan dhaabbata oduu Jarman ta'e hojiirraa ugguramuun barame.

23 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Naannolee Itiyoophiyaa bakka gara garaarraa dhaabbata oduu Jarman kan ta’e Dooche Veeleef kan gabaasan gaazexeessitoonni, akka hojii gabaasaa hin hojjenne dhoorgamuu isaanii dhaabbatichi …

Balaa tiraafikaa Boosatitti mudateen namootni sagal du’an; kanneen keessaa torba ogeeyyii fayyaati

Balaa tiraafikaa Boosatitti mudateen namootni sagal du’an; kanneen keessaa torba ogeeyyii fayyaati

23 Oct 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Balaa tiraafikaa Godina Shawaa Bahaa Ona Boosatitti mudateen namoonni sagal du’uu qajeelchi poolisii Ona beeksise. Iinispaktar Olaanaa Silashii Bayii; Qindeessaan Nageenya Tiraafikaa Ona …