Afaan Oromo

Vaayirasiin Marbargiin namoonni du'an torba ga'an; Vaayirasichi Hawaasaattis mul'achuun himame.

Vaayirasiin Marbargiin namoonni du'an torba ga'an; Vaayirasichi Hawaasaattis mul'achuun himame.

27 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Vaayirasiin Marbargi haga yoonatti lubbuu namoota torbaa galaafachuufi Magaalaa Hawaasaatti nama tokkorratti argamuu Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa ibse. Ibsa Ministirri Ministeera Fayyaa Doktar Maqdas …

Bittaa xaa’oon wal qabatee angawoonni kisaaraa qarshii biliyoona 5.6 ol geessisan jedhaman himataman.

Bittaa xaa’oon wal qabatee angawoonni kisaaraa qarshii biliyoona 5.6 ol geessisan jedhaman himataman.

27 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Angawoota mootummaa “faayidaa isaanif hin malle argachuuf yookan argamsiisuuf” dambiilee bittaa xaa’oo cabsuun kisaaraa Birrii biliyoona 5.6 ol geessisan jedhamuun shakkaman irratti himanni …

Oduu oolmaa Oromiyaa keessaa.

Oduu oolmaa Oromiyaa keessaa.

26 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Wallagga Lixaa Ona Gullisootti humnoonni mootummaa dargaggoota 6 ajjesuun brame. Godina Wallagga Lixaa Ona Gullisoo ganda Maaruu jedhamutti Sadaasa 23, 2025 humnoonni …

Komishiniin Siivil Sarviisii ​​fooyya’iinsi mindaa yeroo jedhametti gama hundaan maaliif hojiirra ooluu akka hin dandeenye akka ibsu gaafatame.

Komishiniin Siivil Sarviisii ​​fooyya’iinsi mindaa yeroo jedhametti gama hundaan maaliif hojiirra ooluu akka hin dandeenye akka ibsu gaafatame.

25 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Fooyya’iinsi mindaa yeroosaatti naannoo hundatti hojiirra ooluu kan dadhabeef rakkoolee naannoleen uuman irraa kan ka’e ta'uu Komishiniin Siivil Sarviisii ​​ibseera. Komishiniin Siivil Sarviisii …

Mootummaan Ertiraa gaaffii ulaa galaanaa argachuuf Itoophiyaan irra deddeebiin gaafachaa jirtu gocha walabummaa biyyattii sarbuuf yaalamaa jiru waan ta'eef cimseen balaaleffadha jette.

Mootummaan Ertiraa gaaffii ulaa galaanaa argachuuf Itoophiyaan irra deddeebiin gaafachaa jirtu gocha walabummaa biyyattii sarbuuf yaalamaa jiru waan ta'eef cimseen balaaleffadha jette.

25 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Itoophiyaan gaaffii ulaa galaanaa dhiheessuun hariiroo biyyoota lamaa kan laaffise yoo ta'u, booda keessa ifatti wal himachaa akkasumas walitti dhaadachaa jiraachuun kan beekkamuudha. …

Israa'el qondaala olaanaa Hezboollaa Beeruut keessatti ajjeesuun barame.

Israa'el qondaala olaanaa Hezboollaa Beeruut keessatti ajjeesuun barame.

24 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Waraanni Israa'el haleellaa qilleensarraa raawwateen miseensa gameessa Hezboollaa kibba magaalaa guddoo Libaanos Beeruutitti ajjeese. Israa'el kana kan raawwatte waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuudhaani. Qondaalli …

Oduu Torban kanaa haala Oromiyaa fi Addunyaa.

Oduu Torban kanaa haala Oromiyaa fi Addunyaa.

24 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Gujjii Ona Sorraa Ganda Raayyaa Booddaatti namoota bosonni keenya abba qabeenyaaf dabarfamee hin kennamu fi mancaatiin bosonaa yaa dhaabbatu jechuun hiriira ba’an …

Oduu haala Oromiyaa fi Addunyaa

Oduu haala Oromiyaa fi Addunyaa

23 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Lixa Shaggar Ona Ambootti humnoonni PP Onoota irraa walitti dhufuun kallattii ittiin Waraana Bilisummaa Oromoo balleessan jedhuun waltajjii ta'aa turuun barame. Murtoon siyaasaa …

Dhaabbanni Mirga Namoomaa irratti hojjatu Oromia Support Group jedhamu dhiittaan mirga namoomaa bal'aan Itoophiyaa keessatti raawwataamaa jira jedhe.

Dhaabbanni Mirga Namoomaa irratti hojjatu Oromia Support Group jedhamu dhiittaan mirga namoomaa bal'aan Itoophiyaa keessatti raawwataamaa jira jedhe.

21 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni Mirga Namoomaa irratti hojjatu Oromia Support Group dhiittaan mirga namoomaa bal'aan Itoophiyaa keessatti raawwataamaa jira jedhe. Dhaabbatichi gabaasa bal'aa haala namoomaa, siyaasaa …