Afaan Oromo

Mootummaan Itiyoophiyaa Hidhamtoota Siyaasaa beellamaan jiran himata isaanii akka adda kutuu fi warreen murtii qaban akka Dhiifama godhee lakkisuun Dirree Siyaasaa bal’isuu qaba jedhe Dhaabbatni Falmaa Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa .

16 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbatni Falmaa Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa mootummaan hidhamtoota siyaasaa himanni irratti banamee jiru akka adda citee hiikamanii fi hidhamtoota yakkaan itti murtaa'ee jiruuf dhiifama …

Oduu Oolmaa Oromiyaa

Oduu Oolmaa Oromiyaa

15 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Qarsaa Maallimmaa keessatti waraanni Mootummaa PP manneen hawaasaa gubaa jiraachuun barame. Godina Kibba Lixa Shaggar Ona Qarsaa Maallimmaa …

Oduu Oolmaa Oromiyaa Torban Kanaa

Oduu Oolmaa Oromiyaa Torban Kanaa

14 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Gujii Lixaa Aanaa Qarcaatti WBOn Diina Adabe. Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa godina Lixa Gujii Aanaa Qarcaa ganda Laayyoo Qundhii keessatti …

Kutaalee Oromiyaa bakkoota hundumaatti maatii qabsaa'otaa qabanii mana hiraarsaa keessatti dararaa hamaa irraan ga'aa jiru jedhame.

Kutaalee Oromiyaa bakkoota hundumaatti maatii qabsaa'otaa qabanii mana hiraarsaa keessatti dararaa hamaa irraan ga'aa jiru jedhame.

13 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina 𝗤𝗲𝗹𝗹𝗲𝗺 𝗪𝗮𝗹𝗹𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 keessatti maatii qabsaa'otaa baadiyyaarraa funaananii magaalaa Dambi Doolloofi magaalaawwan biroo keessatti hidhanii dararaa jiraachuun beekkame. Sababa kanaan guyyaa guyyaatti namni …

Mootummaan Ameerikaa eegumsa seeraa baqattoota Itoophiyaaf kennaa ture adda kute

Mootummaan Ameerikaa eegumsa seeraa baqattoota Itoophiyaaf kennaa ture adda kute

13 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan Ameerikaa waggaa sadi dura lammiileen Itoophiyaa eegumsa seeraa yeroo murtaa'eef kenname jala akka jiraatan wabii ta'eefii kan ture amma dhaabuusaa ibseera. Eegumsi …

Guyyoota kudhan booda Itoophiyaatti nami Vaayirasii Marbargiin qabame ammas deebi'e mul'ate

Guyyoota kudhan booda Itoophiyaatti nami Vaayirasii Marbargiin qabame ammas deebi'e mul'ate

13 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ministeerri Fayyaa Itiyoophiyaa Mudde 12, 2025 Vaayirasiin Maarbargi dabalataan nama tokko irratti argamuu beeksisee jira. Dhukkubsataan haaraan kun Hospitaala Waliigalaa Jinkaatti yaalamaa kan …

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa kiiramuu keessatti weerara Finxaaleyyii Amaaraa bananiin jiraattotni baadiyyaa beelladoota isaanii ooffatanii godaanaa jiru.

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa kiiramuu keessatti weerara Finxaaleyyii Amaaraa bananiin jiraattotni baadiyyaa beelladoota isaanii ooffatanii godaanaa jiru.

10 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Aanaa Kiiramuu Gandoota baadiyyaa keessatti Mudde 8/2025 irraa eegalee weerara humnootiin Finxaaleyyii Faannoo Amaaraa daangaa qaxxaamuranii seenuun jiraattota naannoo sanaa irratti dhukaasa bananiin …

Abbootiin Alangaa Naannoo Jimmaa Arjootti butamanii turan lakkifamuun himame

Abbootiin Alangaa Naannoo Jimmaa Arjootti butamanii turan lakkifamuun himame

06 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Abbootiin Alangaa Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti butaman gadhiifamuun gabaafamee jira. Obbo Abbabaa Taammiruu, Bulchaan Aanaa Jimmaa Arjoo, “Abbootii Alangaa …

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Maarutti Mootummaan Ummata Nagaa Fixuun Barame.

Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Maarutti Mootummaan Ummata Nagaa Fixuun Barame.

06 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Wallagga Lixaa Ona Gullisoo Ganda Maaruutti waraanni mootummaa ummata meesha maleeyyii irratti ajjeechaa sukkaneessaa raawwachuun barame. Gochi kun kan raawwate qaama mootumma …