Afaan Oromo

Ameerikaa, Katar, Turkii fi Masriin nagaa Gaazaa irratti mari’ataniiru.

Ameerikaa, Katar, Turkii fi Masriin nagaa Gaazaa irratti mari’ataniiru.

21 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN U.S Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Magaalaa Gaazaa taasifte. Ameerikaa, Katar, Turkii fi Masriin nagaa Gaazaa irratti mari’ataniiru. Biyyoonni kunneen hojiirra oolmaa dhukaasa dhaabuu Gaazaa …

Mootummaan maqaa qabata WBOtiin Ummata nagaa mana hidhaattii guuree dararaa jiraachuun barame.

Mootummaan maqaa qabata WBOtiin Ummata nagaa mana hidhaattii guuree dararaa jiraachuun barame.

19 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN WBOn godina Lixa Wallaggaa ona Begii keessatti humna diina irratti tarkaaffii fudhachu beeksise Abdii fi gaachanni uummata Oromoo WBOn diina maqaa sakkattaa jedhun …

WBOn lixa oromiyaa godina wallaagga bahaatti tarkaanfii fudhateen diina adabuu beeksise. Mudde-17/2025 Lixaa Oromiyaa Godina Wallaggaa Bahaa aanaa Saasiggaatti itti seenuun waajjira aanaa saasiggaa guutuummaa guutuutti dhuunfatee jiraachuu beeksise.

18 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN WBOn lixa oromiyaa godina wallaagga bahaatti tarkaanfii fudhateen diina adabuu beeksise. Mudde-17/2025 Lixaa Oromiyaa Godina Wallaggaa Bahaa aanaa Saasiggaatti itti seenuun waajjira aanaa …

Murtee Bulchiinsi Tiraampi dabarse hordofee lammileen Itoophiyaa yaaddoo keessa seenuu himan

Murtee Bulchiinsi Tiraampi dabarse hordofee lammileen Itoophiyaa yaaddoo keessa seenuu himan

17 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Bulchiinsi Tiraampi hojmaata lammilee Itoophiyaaf mirga da’annoo seeraa jireenyaa yeroof tiksu erga hambiseen booda lammiileen Itoophiyaa Koloraadoo jiran sodaa keessa galu dhaabbileen mirga …

Godina Wallagga Bahaatti humnoonni finxaaleyyii Faannoo uummata buqqaasuun jabaatee itti fufuun ibsame.

Godina Wallagga Bahaatti humnoonni finxaaleyyii Faannoo uummata buqqaasuun jabaatee itti fufuun ibsame.

17 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Jiraattonni yaada isaanii maddeeniif kennan akka jedhanitti amma inumaa uummanni kan buqqaafamaa jiru naannawaa magaalaa Naqamteetti dhihoo ta'an irraayyi jedhaniiru. Humnoonni finxaaleyyii Faannoo …

Bittaafi gurgurtaa maallaqa sobaa irratti namoota bobba’anii turan to’achuu Poolisiin Finfnnee beeysise.

Bittaafi gurgurtaa maallaqa sobaa irratti namoota bobba’anii turan to’achuu Poolisiin Finfnnee beeysise.

17 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Finfinneetti namoota nootii maallaqaa sobaa maxxansuun gara gabaatti seensisuuf turan Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Lidataa Aanaa torba bakka addaa Hoteela Asab jedhamutti maallaqa kanaa …

Jijjiirami haala qilleensaafi rakkoon nageenyaa Oromiyaa keessaa nama godaansisaa jiran – Gabaasa IOM

Jijjiirami haala qilleensaafi rakkoon nageenyaa Oromiyaa keessaa nama godaansisaa jiran – Gabaasa IOM

16 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Gogiinsa darbee mudataa jiruufi rakkoon nagaa Oromiyaa keessaa ammas sababa ta’uun jiraattota godaansaaf saaxilaa akka jiru Jaarmayaa Mootummootaatti Dhaabbati Dhimma Godaantotaa IOM gabaasa …

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasaa siiviikii 45’f filannoo haa taajjabaniif beekamtii kenne

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasaa siiviikii 45’f filannoo haa taajjabaniif beekamtii kenne

16 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa, Filannoo biyyaalessaa 7ffaa biyyattii akka taajjabaniif dhaabbilee hawaasaa siiviikii 45 ta’aniif guyyaa harraa Mudde 16, 2025 beekkamtii kenneefii jira. …

Raashiyaan Doolaara biiliyoona 226 Gamtaa Awurooppaa keessatti dhoorgamee ture deeffachuuf 'Euroclear' himatte

Raashiyaan Doolaara biiliyoona 226 Gamtaa Awurooppaa keessatti dhoorgamee ture deeffachuuf 'Euroclear' himatte

16 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Raashiyaan tarkaanfii seeraan alaa Gamtaan Awurooppaa qabeenna abbaa biyyummaa isii dhuunfachuuf fudhate irratti, tarkaanfii ariifataa haaloo bahuu akka fudhattu waadaa galte raawwatteetti. Baankiin …