Afaan Oromo

Oromoon Walabummaa fi Bilisummaa isaa goonfachuuf Adda tokko jalatti walitti tokkoomuu qaba jedhan hayyoonni haala qabsoo Oromoo ilaalchisuun marii taasisan.

Oromoon Walabummaa fi Bilisummaa isaa goonfachuuf Adda tokko jalatti walitti tokkoomuu qaba jedhan hayyoonni haala qabsoo Oromoo ilaalchisuun marii taasisan.

30 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Oromoon Walabummaa fi Bilisummaa isaa goonfachuuf Adda tokko jalatti walitti tokkoomuu qaba jedhan hayyoonni haala qabsoo Oromoo ilaalchisuun marii taasisan. Piroofeesar Asaffaa Jaallataa, …

Godina shawaa lixaatti humnoonni mootummaa barsiisota lama ajjeeesuun barame.

Godina shawaa lixaatti humnoonni mootummaa barsiisota lama ajjeeesuun barame.

29 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina shawaa lixaatti humnoonni mootummaa barsiisota lama ajjeeesuun barame. B/saa Lammii Naccoo fi obbo Joonsee Daanyee kanneen jedhamaan bara dheeraaf dararaa sirnoota dhufaa …

Mootummaan Faransaay doonii haaraa humna niwukilaraa hojjetu, seenaa isaa keessattis ta’e Awurooppaa keessatti isa guddaa ta’e ijaaruuf karoora qabaachuu isaa ifatti mirkaneesseera.

Mootummaan Faransaay doonii haaraa humna niwukilaraa hojjetu, seenaa isaa keessattis ta’e Awurooppaa keessatti isa guddaa ta’e ijaaruuf karoora qabaachuu isaa ifatti mirkaneesseera.

28 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Faransaay seenaa keessatti doonii waraanaa guddaa humna niwukilaraa hojjetu ijaaruuf karoorfachuu isii beeksiste. Mootummaan Faransaay doonii haaraa humna niwukilaraa hojjetu, seenaa isaa keessattis …

Mootummaan Oromiyaa haleellaa humnoota finxaaleyyii Faannoo godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa maqsuun nageenya uummataa waaraan mirkaneessee afuura akka nu fudhachiisu feena jedhan jiraattonni.

ODUU FNN Oppireeshiniin amma jalqabame duula tuttuqanii dhiisuu akka hin taane jiraattonni mootummaa gaafataniiru. Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan, mootummaan duula amma finxaaleyyii irratti jalqabe …

Poolaandi haleellaa xiyyaaraa Raashiyaan booda tajaajila buufata xiyyaaraa lama addaan kutte.

Poolaandi haleellaa xiyyaaraa Raashiyaan booda tajaajila buufata xiyyaaraa lama addaan kutte.

28 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Poolaandi haleellaa xiyyaaraa guddaa Raashiyaan biyya ollaa Yukireen irratti raawwatte hordofuun buufata xiyyaaraa idil-addunyaa lama kibba baha biyyattii keessatti sa’aatii hedduudhaaf cuftee jirti. …

Manni Maree Nageenyaa UN dhimma Somaalilaandiif walgahii ariifachiisaa waame

Manni Maree Nageenyaa UN dhimma Somaalilaandiif walgahii ariifachiisaa waame

28 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Israa'el Somaalilaandiif beekamtii kennuu hordofee walgahii ariifachiisaa waame. Manni Marichaas Wixata baruu walgahii ariifachiisaa taa'uun dhiimma Israa'el …

Komishinii Bulchiinsa Yaaddoo Balaa Itiyoophiyaa Tigraay buufata Hitsaatsitti 'gargaarsi addaan hin cinne jedhe.

Komishinii Bulchiinsa Yaaddoo Balaa Itiyoophiyaa Tigraay buufata Hitsaatsitti 'gargaarsi addaan hin cinne jedhe.

25 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Komishiniin Bulchiinsa Yaaddoo Balaa Itoophiyaa gargaarsi lammilee buufata Hitsaats keessa dahatanii jiraniif dhiyaatu addaan hin cinne jedheera. Komishinichi ibsa Roobiii Muddee 24/2025 baaseen …

Filannoo namni tokko sagalee tokko kennuu waggoota 58 booda Somaaliyaatti gaggeeffamaae

Filannoo namni tokko sagalee tokko kennuu waggoota 58 booda Somaaliyaatti gaggeeffamaae

25 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Erga bara 2004 as angafawwan gosaan kan bakka bu’aa filataa turan lammileen Somaaliyaa Mooqadiishootti kallattiin filannoo mana maree taasisaa jiru Jiraattonni Magaalaa Mooqadiishoo …

Mootummaan naannoo Somaalee karaa godina Boorana Bahaatiin Oromiyaa irratti lolli bane itti fufuu jiraattonni himan.

Mootummaan naannoo Somaalee karaa godina Boorana Bahaatiin Oromiyaa irratti lolli bane itti fufuu jiraattonni himan.

25 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan naannoo Somaalee karaa aanaalee Gumii Eeldalloo fi Liibaniin humna guddaa bobbaasuu jiraattonni dubbatan. Haleellaan mootummaa naannoo Somaalee guyyoottan darban walitti aansee adeemsifamaa …