Afaan Oromo

Ogeeyyiin fayyaa Naannoo oromiyaa iddoowwan garaagaraattii argaman  kaffaltii hojii saa'atii idileen alaa Wal qabatee rakkoo keessa Akka jiran Godinaalee Oromiyaa garaagaraa irraa komii isaanii dhageessisaa jiraachuun barame.

12 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ogeeyyiin fayyaa Naannoo oromiyaa iddoowwan garaagaraattii argaman kaffaltii hojii saa'atii idileen alaa Wal qabatee rakkoo keessa Akka jiran Godinaalee Oromiyaa garaagaraa irraa komii …

Projektiin Buufata Xiyyaara Bushooftuu namoota 15,000 qe'ee fi qabeenya isaanirra buqqise jedhame.

Projektiin Buufata Xiyyaara Bushooftuu namoota 15,000 qe'ee fi qabeenya isaanirra buqqise jedhame.

11 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti mootummaan naannoo Oromiyaa sadarkaa caasaa mootummaa dhabuu irra akka jiru dhagahame. Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan, caasaan mootummaa …

Godina Salaaleetti kan argamu hojjattoonni Hospitaala Waligalaa Kuyyuu baatiiwwan arfan darbaniif kafaltiin hojii yeroo sa'atii dabalataa nuuf hin kafalamnee jedhan.

Godina Salaaleetti kan argamu hojjattoonni Hospitaala Waligalaa Kuyyuu baatiiwwan arfan darbaniif kafaltiin hojii yeroo sa'atii dabalataa nuuf hin kafalamnee jedhan.

09 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Salaaleetti kan argamu hojjattoonni Hospitaala Waligalaa Kuyyuu baatiiwwan arfan darbaniif kafaltiin hojii yeroo sa'atii dabalataa nuuf hin kafalamnee jedhan. Hojjattoonni hospitaalichaa maddeeniif …

Godina Arsii, Aanaa Roobee Magaalaa Saddiiq keessatti qaamni mootummaa dargaggota mana hidhaatii baasanii dararaa hamaa irratti raawwachaa jiraachuu maddeen dubbatan.

Godina Arsii, Aanaa Roobee Magaalaa Saddiiq keessatti qaamni mootummaa dargaggota mana hidhaatii baasanii dararaa hamaa irratti raawwachaa jiraachuu maddeen dubbatan.

08 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Arsii, Aanaa Roobee Magaalaa Saddiiq keessatti qaamni mootummaa dargaggota mana hidhaatii baasanii dararaa hamaa irratti raawwachaa jiraachuu maddeen dubbatan. Akka maddeen jedhanitti …

Gara Aangootti Yommuu dhufuuf jedhu duula Filannoo pirezedaantummaa Rippaabilikaanota bakka bu'uun yommuu gaggeessu dhaadannoo "MAKE AMERICA GREAT AGAIN"/ Afaan Oromootti yommuu jijjiirru "Ammas Amerikaa Gudditti nitaasifna!" jedhu qabatanii dhufan.

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Doonaldi Tiraampi paartii Riippaabilikaanota Bakka bu'uun filannoof dorgome. Dhaadanno "Ammas Amerikaa Guddaa nitaasifna" jedhuun beekame. Fudhatamummaa guddaas uummata USA biratti argate. Kana qofaa …

Somaaliyaan Israa'el qondaala ishee gara Somaalilaand erguu baleelffatte

Somaaliyaan Israa'el qondaala ishee gara Somaalilaand erguu baleelffatte

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan. Somaaliyaan Israa'el qondaala ishee gara Somaalilaand erguu baleelffatte. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa …

Ertiraan qondaaltonni waraanaa olaanoo Ityoophiyaa tibbana kaartaa Asabi fi naannoo ishee Itoophiyaa keessatti hammatame agarsiisu qabatanii mul'achuun dubbii barbaadudha jette.

Ertiraan qondaaltonni waraanaa olaanoo Ityoophiyaa tibbana kaartaa Asabi fi naannoo ishee Itoophiyaa keessatti hammatame agarsiisu qabatanii mul'achuun dubbii barbaadudha jette.

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Kunis aggaammii' ta'e jedhee qondaalota mootummaa Itoophiyaan Ertiraa irratti raawwtamu jechuun himatte. Ministirri beeksisaa Eertiraa, Yamanee Gebremeskel, toora miidiyaa hawaasaa X irratti ibsa …

Iraaq keessatti gareewwan hidhattoota Iraanii deeggaraman ja'a ibsa kennaniin meeshaa waraanaa isaanii mootummaa Iraaqitti akka dabarsan waamicha dhihaate kuffisaniiru.

Iraaq keessatti gareewwan hidhattoota Iraanii deeggaraman ja'a ibsa kennaniin meeshaa waraanaa isaanii mootummaa Iraaqitti akka dabarsan waamicha dhihaate kuffisaniiru.

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Gareen hidhattoota Iraaq jaha hidhannoo hin hiikkannu jedhan. Ameerikaan biyyaa osoo hin ba’in mariin hidhannoo hiikkachuu hin taasifamu jedhaniiru. Iraaq keessatti gareewwan hidhattoota …

Samaraatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 22 darbe.

Samaraatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 22 darbe.

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Affaar magaalaa Samaraatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 22 darbe. Balichi har’a barii naannawaa sa’aatii 11:00 kan mudate yoo ta’u, konkolaataan fe’umsaa …