Afaan Oromo

Gartuun Bulchiinsa Mootummaa Yamanii Saa’udiin deeggaramu Gamtaan Eemireetotaa Yemen keessatti mana hidhaa dhoksaa qabdi jechuun himate

20 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Bulchiinsi Mootummaa Yamanii kan Saa’udii Arabiyaan deeggaramu mootummaan Gamtaa Eemireetota Arabaa magaalaa buufata doonii Kibba Yaman Mukallaa keessatti mana hidhaa dhoksaa akka qabdu …

Aanaan Kiiramuu bakka qubannaa, bakka itti wal ijaarmaa fi ulaa ittiin finxaaleyyiin Faannoo daddarbanii godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa ittiin goolan ta'uu jiraattonni dubbatan.

19 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Bakki humnoonni finxaaleyyii Faannoo naannoo Amaaraatii dhufan itti gurmaa'anii buufata taasifatan inni guddaan godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuuti jedhu jiraattonni. Aanichatti caasaan mootummaa …

Waldhabdeen dippilomaasii Ameerikaa fi Awurooppaa jidduu jiru gara waraana daldalaa guutuutti guddateera.

18 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Bulchiinsi Pireezidaant Doonaald Tiraamp biyyoota Awurooppaa 8 dhimma Giriinlaandi irratti gama hin fudhanne irratti taarifa haaraa akka kaffalu ifatti labseera. Tarkaanfiin kun biyyoota …

Itoophiyaatti namoonni miliyeena 15 ol gargaarsa hatattamaa akka barbaadaanDhaabbanni Piroojeektii FEWS NET beeksise.

16 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Itoophiyaatti namoonni miiliyoona kudha shanii ol hanga baatii Adoolessa bara 2026tti gargaarsa hatattamaa barbaadu jedhame Gabaasi haaraan dhaabbata sirna akeekkachiisa dursa beelaa marsariitii …

Itoophiyaatti  namoonni miiliyoona kudha shanii ol hanga baatii Adoolessa bara 2026tti gargaarsa hatattamaa barbaadu jedhame

Humnaan qabsoon godhamu Ameerikaa fi Deenmaark jidduutti hammaataa dhufe.

14 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Gaaffiin Ameerikaan Giriinlaandiin naannoo mataa isii akka taasiftu haaromtee jirtu hoggantoota Deenmaarkii fi Giriinlaandii biratti mormii cimaa uumuun waldhabdee waraanaa Arkitik keessatti uumame …

Kibba baha Suudaanitti haleellaa dirooniitiin namoonni 27 ajjeefaman.

Kibba baha Suudaanitti haleellaa dirooniitiin namoonni 27 ajjeefaman.

14 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Haleellaa dirooniin buufata ajaja waraanaa magaalaa guddoo naannoo Suudaan kutaa Sennar Sinjaatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 27 yoo du’an, 73 ammoo madaa’uu aanga’oonni …

Irree fi gaachanni saba Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa tarkaanfii laalessaa loltoota diinaa irratti fudhateen diinota hedduu adabuun injifannoo boonsaa galmeessisuu beeksise.

13 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN WBOn Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Lixaa keessatti waraana PP adabuu beeksise. Irree fi gaachanni saba Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa tarkaanfii laalessaa loltoota diinaa …

Manni Murtii Ol'aanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimma duguuggaa sanyii Rohinjiyaa dhaggeeffachuu eegaluufi.

Manni Murtii Ol'aanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimma duguuggaa sanyii Rohinjiyaa dhaggeeffachuu eegaluufi.

13 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Manni murtii ol'aanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimma irra caalaan isaanii eennummaa Muslimoota Rohinjiyaa ta’an irratti Miyanmaar duguuggaa sanyii raawwatte jechuun wiixata kaleessarraa dhaggeeffachuu …