Afaan Oromo

Haleellaa diroonii Godina Giddu Galeessa Tigraayitti mudachuun gabaafameen namni tokko du’uun himame.

Haleellaa diroonii Godina Giddu Galeessa Tigraayitti mudachuun gabaafameen namni tokko du’uun himame.

31 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Miidiyaan Bulchiinsa Naannoo Tigraayi haleellaa diroonii Godina Giddu Galeessaa Naannoo Tigraayi bakka Entichoo jedhamutti raawwatameen nami tokko du’ee tokko madaa’uu gabaase. Haleellaan kun …

Koomishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa, waraana Tigraayitti haaromfame hordofee mirgi lammiilee siivilii akka eegamu akeekkachiise

Koomishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa, waraana Tigraayitti haaromfame hordofee mirgi lammiilee siivilii akka eegamu akeekkachiise

31 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Koomishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa, naannolee daangaa Tigiraayi, Amaaraa fi Affaar keessatti walitti bu’iinsa lafaa dhalateen wal-qabatee, mirgi lammiilee nagaa akka hin sarbamne akeekkachiise. …

Mootummaan federaalaafi TPLF haala naannoo Tigraay hammeessuurraa akka of qusatan Gamtaan Afrikaa gaafate

Mootummaan federaalaafi TPLF haala naannoo Tigraay hammeessuurraa akka of qusatan Gamtaan Afrikaa gaafate

30 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dura ta'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahimud Alii Yusuuf, mootummaan federaalaa fi TPLF haala naannoo Tigraay keessa jiru hammeessuurraa "cimsanii akka of qusatan" gaafate. …

Namni qabsoo Oromoo keessatti  qooda guddaa qaban Obbo Maammaa Argoo du'aan addunyaa kana irraa boqotan.

Namni qabsoo Oromoo keessatti qooda guddaa qaban Obbo Maammaa Argoo du'aan addunyaa kana irraa boqotan.

29 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Biyya Ameerikaa Siyaatil kan jiraatan obbo Maammaa Argoo qabsoo Oromoo keessatti nama takkaa ofduuba hin jenne, hanga har'aa ijjannoo hin daddaaqamneen qabsoo Oromoo …

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Qilxuu Kearraatti dargaggoon tokko hidhattoota mootumma PP'n ajjeeffamuun barame.

Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Qilxuu Kearraatti dargaggoon tokko hidhattoota mootumma PP'n ajjeeffamuun barame.

28 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Qilxuu Kearraatti dargaggoon tokko hidhattoota mootumma PP'n ajjeeffamuun barame. Amajjii 25,2026 galgala godina Lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraa, ganda …

Gaaffiin ogeeyyota fayyaa cimee itti fufaa jiraachuun beekkame.

Gaaffiin ogeeyyota fayyaa cimee itti fufaa jiraachuun beekkame.

28 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Gaaffiin ogeeyyota fayyaa cimee itti fufaa jiraachuun beekkame. Godina Shawaa Kibba Lixaatti ogeeyyiin fayyaa Hospitaala Waliigalaa Walisoo kafaltiin hojii yeroo sa'aatii dabalataa Duty'n …

Waraanni Sudaan, naannoo daangaa Itoophiyaa amma-dura humna Raappiid Sappoorti Foorsi (RSF) to'atamee ture deebisee qabachuu beeksise

Waraanni Sudaan, naannoo daangaa Itoophiyaa amma-dura humna Raappiid Sappoorti Foorsi (RSF) to'atamee ture deebisee qabachuu beeksise

27 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Waraanni Sudaan, humna Raappiid Sappoorti Foorsi (RSF) irraa naannoo daangaa Itoophiyaa Al-Silik jedhamu kan bulchiinsa 'Biluu Naayil' keessatti, argamtu deebisee to'achuu beeksise. Tarkaanfiin …

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii “Addunyaan keenna ol'aantummaa seeraa irraa gara ‘seera bineensa bosonaatti’ ce’aa jirti” jedhe.

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii “Addunyaan keenna ol'aantummaa seeraa irraa gara ‘seera bineensa bosonaatti’ ce’aa jirti” jedhe.

27 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Barreessaan Muummicha Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutereez ol'aantummaan seeraa idil-addunyaa manca’ee “seera bineensa bosonaatiin" bakka bu’aa jiraachuu akeekkachiisa hatattamaa kennaniiru. Barreessaan muummichi Wiixata …

Qondaali Waraanaa Chaayinaa guddaa fi Jeneraalli dhageettii guddaa qabu  to'annoo jala oole!

Qondaali Waraanaa Chaayinaa guddaa fi Jeneraalli dhageettii guddaa qabu to'annoo jala oole!

25 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Waggootaaf Ijaarsa Waraana Chaayinaa irratti akkasuma dhaabbilee gurgurguddoo biyyattiitti dhageettii fi ol'aantummaa namni qaban Jeneraal Zhang Yixiao, sarbiinsa naamusaahamaa (malaammaltummaa)tiin shakkamaniiQorannoon irratti gaggeeffamuu …