Afaan Oromo

Mooraan leenjii humna addaa Sudaan (RSF) naannoo Benishaangul Gumuz keessatti ijaraamuu gabaasni qorannoo Rooyitars saaxile.Gabaasi kun wayita biyyoonni ollaa Sudaan fi Baha Giddugaleessaa waraana Sudaan keessatti hirmaannaa heddummeessaa jiraachuun

10 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Mooraan leenjii humna addaa Sudaan (RSF) naannoo Benishaangul Gumuz keessatti ijaraamuu gabaasni qorannoo Rooyitars saaxile. Gabaasi kun wayita biyyoonni ollaa Sudaan fi Baha …

Iraan yoo walitti bu’iinsi kallattiin uumame buufata waraanaa Ameerikaa naannicha keessa jiran mara akka rukuttu akeekkachiisa cimaa kennitee jirti, kunis waldhabdeen naannicha keessatti mul’ate akka malee hammaateera.

08 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Buufatni waraanaa Ameerikaa Baha Jiddu Galeessaa keessa jiru hundi haleellaa jala jira jette Iraan! Iraan yoo walitti bu’iinsi kallattiin uumame buufata waraanaa Ameerikaa …

Humnoonni mootummaa Ummata nagaa Ajjeesaa, Hidhaa fi Dararaa gara garaatiif saaxilaa jiraachuun barame.  Finxaaleyyiin Faannoo Ummata Oromoo Walloorratti ajjeechaa raawwachaa jiraachuun barame

Humnoonni mootummaa Ummata nagaa Ajjeesaa, Hidhaa fi Dararaa gara garaatiif saaxilaa jiraachuun barame. Finxaaleyyiin Faannoo Ummata Oromoo Walloorratti ajjeechaa raawwachaa jiraachuun barame

08 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN #, Lixa Wallaggaa Aanaa Mana Sibuutti dargaggoon tokko shiftoota maafiyaa PP'n ajjeefamuun ibsame Godina Lixa Wallaggaa, Aanaa Mana Sibuu keessatti ajjeechaan nama nagaa …

Wal-dhabdeen hidhannoo itti fufuu hordofee; walabummaan lammiilee  Itoophiyaa balaaf saaxilameera” Hiyumaan Raayitis Wooch.

Wal-dhabdeen hidhannoo itti fufuu hordofee; walabummaan lammiilee Itoophiyaa balaaf saaxilameera” Hiyumaan Raayitis Wooch.

05 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni mirga dhala namaaf falmu ‘Huumaan Raayitis Wooch’ qorannoo bara 2025 gaggeesseen, Itoophiyaa keessatti wal-dhibdee hidhannoo itti fufeen walabummaan lammiilee fi miidiyaa hawaasaa …

Godinaalee Oromiyaa mara keessatti hidhaa fi Ajjeechaan Ummata Oromoorratti mootummaadhaan ta’aa jiru jabaachaa jira jedhame.

Godinaalee Oromiyaa mara keessatti hidhaa fi Ajjeechaan Ummata Oromoorratti mootummaadhaan ta’aa jiru jabaachaa jira jedhame.

04 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Arsii Ona Muunessaatti waraanni mootummaa lubbuu maanguddoo ganna 70 dabarsuun dhagahame. Maatiin maddeeniif yaada isaanii kennan akka jedhanitti Obbo Buunkarii Badhaasoo Muunessaa …

Waldaan Qorannoo Oromoo OSA''n du'aan boqochuu piroofeesar Asmaroom Laggasaatiin gadda itti dhagahame ibse.

Waldaan Qorannoo Oromoo OSA''n du'aan boqochuu piroofeesar Asmaroom Laggasaatiin gadda itti dhagahame ibse.

04 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN OSA'n ibsa baaseen gadda guddaadhaan du’aan boqochuu isaanii kan dhageenye Piroofeesar Asmaroom Laggasaa, hayyuu antiroopooloojii olaanaa, hayyuu sodaa hin qabne, fi hayyuu qo’annoo …

Gaaffilee guyyaa har'aa Miseensota Mana Maree irraa ka'an keessaa muraasni kunooti.

Gaaffilee guyyaa har'aa Miseensota Mana Maree irraa ka'an keessaa muraasni kunooti.

03 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN * Aadaa Siyaasaa duubatti hafaa barootaaf tureen, fedhii siyaasaa humnaafi hidhannoon hiikuuf yaaliin taasifamu biyyattii miidheera, kun haga yoomiitti itti fufa? * Qaamolee …

Ministirri muummichaa har'a miseensota paarlaamaatiif dhimmoota dinagdee, siyaasaa fi diippiloomaasii irratti ibsa bal'aa kennaniiru.

Ministirri muummichaa har'a miseensota paarlaamaatiif dhimmoota dinagdee, siyaasaa fi diippiloomaasii irratti ibsa bal'aa kennaniiru.

03 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaa Eertiraa waliin waldiddaan kan jalqabame yeroo waraana kaaba Itoophiyaa loltoonni Eertiraa magaalota Tigraayitti saamicha, mancaatii fi lubbuu namaa dabarsuu raawwachuu isaaniitiin akka …

Godina kaaba Shaggari fi lixa Shaggaritti networkii balleessuun humnoonni mootummaa uummata nagaa maqaa gibiraan hiraarsaa jiru.

Godina kaaba Shaggari fi lixa Shaggaritti networkii balleessuun humnoonni mootummaa uummata nagaa maqaa gibiraan hiraarsaa jiru.

03 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan yeroo ammaa kana maqaa gibiraatiin, Keessattuu baadiyyaa Onoota akka Dharraa, Hidhabuu Abootee, Kuyyuu, Dagam, Warra-Jaarsoo, Yaayyaa gullallee, Wucaalee, Abunaa_gindabarat, Meettaa-roobii, Meettaa-wal-qixxee, Ada'aa-Bargaa, …