Afaan Oromo

Godinaalee Oromiyaa mara keessaatti dararriin mootummaa PPtiin Ummatarraa ga’aa jiru jabaachaa dhufuu jiraattonni dubbatan.

Godinaalee Oromiyaa mara keessaatti dararriin mootummaa PPtiin Ummatarraa ga’aa jiru jabaachaa dhufuu jiraattonni dubbatan.

24 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keessatti qaama mootummaatiin miidhaa hammaataan uummata irratti raawwatamaa jiraachuu jiraattonni dubbatan. Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu …

Boordiin Filannoo Tigraayitti naannooleefi buufataaleen filannoo akka qindaa’an irra deebiin gaafate

Boordiin Filannoo Tigraayitti naannooleefi buufataaleen filannoo akka qindaa’an irra deebiin gaafate

24 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa, filannoo waliigalaa biyyaalessaa marsa 7ffaa Caamsaa 24, 2018 A.L.I gaggeeffamuuf qophiin duraa akka cimuuf, naannoo Tigraayitti waajjirri naannolee filannoofi …

Mootummaan naannoo Somaalee godina Baale bahaa aanaa Laga Hidhaatii uummata Oromoo buqqaasuu jiraattonni himan.

Mootummaan naannoo Somaalee godina Baale bahaa aanaa Laga Hidhaatii uummata Oromoo buqqaasuu jiraattonni himan.

23 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan ganda Adeellee fi Yabaloo bakka addaa Kolooloo jedhamuu uummata Oromoo buqqaasee jedhan. Humni addaa mootummaan naannoo Somaalee bobbaasu …

Tiraampi Humni waraanaa Ameerikaa guddaan gara Iraanitti qajeele jedhan.

Tiraampi Humni waraanaa Ameerikaa guddaan gara Iraanitti qajeele jedhan.

23 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp "humni waraanaa guddaan" gara Iraanitti socho'aa jiraachuu ibsan. Tiraamp xiyyaara isaanii walgahii Daavoos, Siwiizarlaanditti gaggeeffamerraa deebi'aa jirurratti gaazexeessitootaaf ibsa …

Haleellaa dheengadda hidhattoota finxaaleyyii Faannootiin godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti raawwatameen miidhaa cimaan gahuu jiraattonni dubbatan.

Haleellaa dheengadda hidhattoota finxaaleyyii Faannootiin godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti raawwatameen miidhaa cimaan gahuu jiraattonni dubbatan.

22 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Haleellaa dheengadda hidhattoota finxaaleyyii Faannootiin godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti raawwatameen miidhaa cimaan gahuu jiraattonni dubbatan. Akka jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennanitti ganda …

Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti humnoonni finxaaleyyii Faannoo kaampii haaraa ijaarrataa jiraachuun dhagahame.

Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti humnoonni finxaaleyyii Faannoo kaampii haaraa ijaarrataa jiraachuun dhagahame.

21 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Wallagga Bahaa aanaa Kiiramuutti humnoonni finxaaleyyii Faannoo kaampii haaraa ijaarrataa jiraachuun dhagahame. Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Andoodee Dichootti immoo meeshaa waraanaa hidhatanii …

Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi jala bultii Waltajjii Diinagdee Addunyaa Daavoositti taa'aamerratti michoota isaa dhiyoo NATO waliin lo-la  itti fufuun yeroo kana xiyyeeffannoo isaanii gara UK'tti deebise

20 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp ergaa Kibxata har'aa gama fuula miidiyaa hawaasaa isaanii "Truth Social" irratti erganiin, waliigaltee UK'n abbaa biyyummaa Odoola Chaagoos gara …

Masiriin dhimma Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa irratti beenyaan akka kanfalamuufi gaafatte

Masiriin dhimma Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa irratti beenyaan akka kanfalamuufi gaafatte

20 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Masiriin Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa irratti ejjennoo ishee jijjiiruun miidhaa sababa hidhaa kanaa narra gahe jetteef beenyaa gaafachuun ibsame. Ministirri Qabeenya Bishaaniifi Jallisii …

Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii keessatti Waraanni mootummaa Federaalaa Ummata Oromoo qe'ee fi qabeenya isaa irraa buqqise.

Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii keessatti Waraanni mootummaa Federaalaa Ummata Oromoo qe'ee fi qabeenya isaa irraa buqqise.

20 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ummata Oromoo Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii gandoota baadiyyaa akka Damaddas ,coqorsa,Tuskii Gambeellaa,Daalattii fi Geeshee keessaa Ummata Oromoo waraanni Federaalaa qabeenyaa dhiisee akka buqqa'u …