Afaan Oromo

Lammiileen Itoophiyaa 137 Keeniyaatti hidhamanii turan gara biyyaatti deebifaman

Lammiileen Itoophiyaa 137 Keeniyaatti hidhamanii turan gara biyyaatti deebifaman

16 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Lammiileen Itoophiyaa 137 faddaaltotaan gowwoomfamanii daangaa Keeniyaarraan gara Afrikaa Kibbaatti ce’uuf osoo yaalanii qabamanii manneen hidhaa adda addaa Keeniyaa keessatti hidhamanii turan gara …

US dhimma Iraaniif Raashiyaa fi Chaayinaa Mana Maree Nageenyaatti himatte

US dhimma Iraaniif Raashiyaa fi Chaayinaa Mana Maree Nageenyaatti himatte

13 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ameerikaa fi michooti ishee dhihaa dhimma sagantaa niwukilaraa Iraan ilaalchisee walga'ii Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyota Gamtoomanii irratti Raashiyaa fi Chaayinaa waliin wal …

Gamtaan Mootummootaa, mootummaan Itoophiyaa miidhaa fayyaa omishni warqee Laga Dambii jiraattotarraan geessisaa jiru akka furu gaafate

Gamtaan Mootummootaa, mootummaan Itoophiyaa miidhaa fayyaa omishni warqee Laga Dambii jiraattotarraan geessisaa jiru akka furu gaafate

13 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Koreen Kabaja Mirga Daa’immanii, mootummaan Itoophiyaa faalama naannoofi miidhaa fayyaa omisha albuuda warqee Laga Dambi waliin walqabatee dhufu hatattamaan akka …

Humni Faannoo otoo danda'ameefii uummata Oromoo lafarraa duguuguuf  akeeka akka qabu hubatamuu qaba jedhan jiraattonni godinaalee Wallaggaa.

Humni Faannoo otoo danda'ameefii uummata Oromoo lafarraa duguuguuf akeeka akka qabu hubatamuu qaba jedhan jiraattonni godinaalee Wallaggaa.

13 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Humni finxaalessa Faannoo godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallagga Bahaa keessa socho'u damee humna finxaalessa Faannoo naannoo Amaaraa keessa socho'uutii jedhan dhalattoonni naannawaa …

Balaa sigiga lafaa Gaamootti uumameen lakkoofsi namoota du’anii  64 gahe; ammas namootni 64 eessa akka bu'an dhabaman barbaadamaa jiru

Balaa sigiga lafaa Gaamootti uumameen lakkoofsi namoota du’anii 64 gahe; ammas namootni 64 eessa akka bu'an dhabaman barbaadamaa jiru

13 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Kibba Ityoophiyaa Godina Gaamootti balaa lolaafi sigiga lafaa cimaa aanaalee sadiitti uumameen lubbuun namoota 64 darbee, namoonni 64 ammoo hanga ammaatti eessa …

Waraana Ameerikaa,Israa'el fi Iraan jiduutti balaan "wixinee misaa'elaa" dhufuuf jira!

Waraana Ameerikaa,Israa'el fi Iraan jiduutti balaan "wixinee misaa'elaa" dhufuuf jira!

04 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Lolli Iraanii fi Ameerikaa jidduutti gaggeeffamaa jiru guyyaa afraffaasaa wayita seenutti, Ameerikaa fi michoonni isii Galoo Galaanaatti meeshaaleen interceptoroonni diroonii fi misaa’ela Iraan …

Kooriyaan kaabaa gochaa Ameerikaa fi Israa'el iraan irratti raawwatan balaaleffatte.

Kooriyaan kaabaa gochaa Ameerikaa fi Israa'el iraan irratti raawwatan balaaleffatte.

01 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Kooriyaan kaabaa Taatee Tibbana muudachaa jiru ilaalchisuun ibsa kennite. Kooriyaan kaabaa gochaa Ameerikaa fi Israa'el iraan irratti raawwatan balaaleffatte. "Gochi Kun gochaa seeraan …

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaatti humna finxaalessa Faannoo irratti jalqabee “ajaja gubbaa dhufe” jedhamee guyyoota muraasa keessatti dhaabsifamuun uummata gatii guddaa kafalchiisaa jiraachuu jiraattonni himan.

ODUU FNN Oppireeshiniin tibba darbe qindoomina humna farra riphee lolaa Oromiyaa fi milishoota naannawaa sanaatiin godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaatti humna finxaalessa Faannoo …

Gamtaan Mootummoota buufata baqattoota Suudaan keessatti haleellaan diroonii daa’imman irratti raawwatamuu hordofee nageenni daa’immanii yaaddoo keessa jiraachuu akeekkachiise.

Gamtaan Mootummoota buufata baqattoota Suudaan keessatti haleellaan diroonii daa’imman irratti raawwatamuu hordofee nageenni daa’immanii yaaddoo keessa jiraachuu akeekkachiise.

20 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Suudaan naannoo Lixaa Koordofaan, bakka Al Sunut jedhamu kan buqqaattoonni qubatan irratti haleellaa diroonii raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun daa’imman 15 darbuu hordofee, Gamtaan …