Afaan Oromo

Dhimma Barattoota Dubaraa Musliimaa fi Falmii Niqaabaa - Yuunivarsiitii Finfinnee

Dhimma Barattoota Dubaraa Musliimaa fi Falmii Niqaabaa - Yuunivarsiitii Finfinnee

09 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Yuunivarsiitiin Finfinnee (AAU), inni hangafa dhaabbilee barnoota olaanoo Itoophiyaa ta’e, yeroo ammaa dhimma mirga amantii fi qajeelfama naamusaa haaraa baaseen wal-qabatee mormii guddaa …

Oduu torban kanaa,  Oromiyaa fi Aduunyaa

Oduu torban kanaa, Oromiyaa fi Aduunyaa

08 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Gujii Lixaa ona Bulee Horaatti namoonni nagaa hedduun Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hariiroo qabdu jedhamanii hidhaatti dararamaa jiraachuun ibsame. Namoonni miseensi maatii …

Magaalaa Finfinneetti uummanni tajaajilli geejibaa dhabamuu isaatiin rakkoo hamaa keessa jiraachuun ibsame.

Magaalaa Finfinneetti uummanni tajaajilli geejibaa dhabamuu isaatiin rakkoo hamaa keessa jiraachuun ibsame.

07 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Jiraattonni magaalattii keessa jiraataan maddeen keenyaaf yaada kennan akka jedhanitti, haalli geejjibaa rakkisaa ta'uu fi yeroo barbaannettii baanee galuu dadhabuurraan kan ka'e baasii …

Lammiileen Itoophiyaa Somaaliilaand jiraatan haala ulfaataa keessa jiraachuun ibsame.

Lammiileen Itoophiyaa Somaaliilaand jiraatan haala ulfaataa keessa jiraachuun ibsame.

07 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Lammiileen Itoophiyaa harka caalaan dhalattoota Oromoo ta'an hedduun Somaaliilaand keessa jiraatan maddeeniif yaada keennan akka jedhanitti, mirgi isaanii garmalee sarbamaa akka jiru himaniiru. …

Jiddugaleessa galaana Meditiraaniyaanii keessatti bidiruun godaantoota feetee turte garagaluun lubbuun namoota 70 olii darbe.

Jiddugaleessa galaana Meditiraaniyaanii keessatti bidiruun godaantoota feetee turte garagaluun lubbuun namoota 70 olii darbe.

07 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Bidiruun gara namoota 105 fe’attee turte Sambata darbe Liibiyaa irraa erga kaatee booda jiddu galeessa galaana Meditiraaniyaanii keessatti dhidhimuunsii dhagahameera. Dhaabbileen miti mootummaa …

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti sochiin finxaaleyyii Faannoo itti fufuu jiraattonni himan.

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti sochiin finxaaleyyii Faannoo itti fufuu jiraattonni himan.

03 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan, aanaalee Kiiramuu, Giddaa Ayyaanaa, Abee Dongoroo fi Jaardagaa Jaartee keessa ammas humni kun bakkeewwan garaagaraatti sochiitti akka jiru …

Dooniin fe'umsaa Faransaay nagayaan 'Strait of Hormuz' bira darbite!

Dooniin fe'umsaa Faransaay nagayaan 'Strait of Hormuz' bira darbite!

03 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Erga waraanni kun jalqabee guyyaa 35ffaatti dooniin fe’umsaa Faransaay yeroo jalqabaaf nagaadhaan Strait of Hormuz keessa darbiteetti. Dooniin kun erga waraanni kun jalqabee …

Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay, bakka filannoon shakkii keessa jirutti teessoo paarlaamaa fi mana maree naannoof kaadhimamaa tokkollee akka hin dhiheessine tarreen kaadhimamaa BBBn gamaaggame ni mul'isa.

27 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Naannicha keessatti Paartileen siyaasaa mormitootaa jahaa fi gamtaan lama kaadhimamaa 101 galmeessaniiru. Tigraay keessatti lakkoofsi kaadhimamaa waliigalaa ammatti dhiyaate lakkoofsa teessoo paarlaamaa fi …

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti sochiin humnoota finxaaleyyii Faannoo hammaataa dhufuun dhagahame.

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti sochiin humnoota finxaaleyyii Faannoo hammaataa dhufuun dhagahame.

27 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan, dhalattoonni saba Amaaraa Raayyaa Ittisa Biyyaa naannichatti bobbaafame keessa jiran meeshaa waraanaa qabatanii jaratti makamaa jiraachuu himan. Guyyoota …