Afaan Oromo

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaatti humnoonni finxaaleyyii Faannoo haleellaa qindaa'aa raawwachuuf qophiitti jiraachuun dhagahame.

Godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaatti humnoonni finxaaleyyii Faannoo haleellaa qindaa'aa raawwachuuf qophiitti jiraachuun dhagahame.

21 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Akka ragaa maddeen argatan ibsanitti gandoota aanaalee haleellaan hidhattoota finxaaleyyii Faannoo itti heddummaatuutti humni kun irra deebiin tibbana ofgurmeessaa fi bobbii fudhataa jiraachuu …

Godina Shawaa Lixaa aanaa Ilfataatti barsiisonni gandoota baadiyyaa irra barsiisan bulchiinsi aanichaa gaaffii lafa mana jireenyaa argachuu keenya sarbee jedhan.

Godina Shawaa Lixaa aanaa Ilfataatti barsiisonni gandoota baadiyyaa irra barsiisan bulchiinsi aanichaa gaaffii lafa mana jireenyaa argachuu keenya sarbee jedhan.

21 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Barsiisonni maddeeniif yaada isaanii kennan, inisheetiivii mootummaan bocee gadibuuse keessaa tokko dhimma lafa mana jireenya barsiisotaa akka ta'e himan. Haa ta'u malee aanaan …

Dirooniin bakka Aangawoonni US  jiraatan samii marsite.

Dirooniin bakka Aangawoonni US jiraatan samii marsite.

19 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Qondaalonni Yunaayitid Isteet dirooniiwwan hin beekamne bakka jireennaa aangawoota US yeroo marsitu arguun gabaafame. Miidiyaan US Waashingitan Poost akka gabaasetti dirooniin kuni buufata …

Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixaa Somaaliyaa Abdiyaziz Hasan Mohammad wal-dhabdee Siyaasaa hammmaateen aangoo gadhiisan

Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixaa Somaaliyaa Abdiyaziz Hasan Mohammad wal-dhabdee Siyaasaa hammmaateen aangoo gadhiisan

19 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixaa Somaaliyaa Abdiyaziiz Hasan Mohaammad Laftagareen, Paartii Haqaa fi Tokkummaa (JSP) kan Pireezidaantii biyyattii Hasan Sheek Mohammuudiin hoogganamu irraa aangoo …

Waraanni Oromiyaa keessaa dhaadannoodhaan otoo hin taane marii hundagaleessaa fi haqaqabeessa ta'een furamaa jedhame

Waraanni Oromiyaa keessaa dhaadannoodhaan otoo hin taane marii hundagaleessaa fi haqaqabeessa ta'een furamaa jedhame

19 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Akkuma barootaaf argaa turre Oromiyaan nagaa dhabdee lubbuun dhibbootaa darbuu, dhiigni kumootaa dhangala'uu fi hedduun manaa, qabeenyi isaanii jalaa manca'uu fi hedduunis qe'ee …

Itiyoophiyaanonni viizaa Ameerikaa argachuuf hanga dolaara kuma 15 akka qabsiisan gaafatamuufi.

Itiyoophiyaanonni viizaa Ameerikaa argachuuf hanga dolaara kuma 15 akka qabsiisan gaafatamuufi.

19 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN .Itiyoophiyaanonni daldalaafi daawwannaaf viizaa gara Ameerikaa deemuuf isaan dandeessisu argachuuf iyyatan maallaqa dolaara kuma shanii hanga kuma 15 akka qabsiisaniif gaafatamuuf. Hojmaanni Itiyoophiyaanonni …

Walitti bu’iinsa Sudaan Kibbaan namootni kuma dhibbaa ol Itoophiyaatti baqachuun gabaafame

Walitti bu’iinsa Sudaan Kibbaan namootni kuma dhibbaa ol Itoophiyaatti baqachuun gabaafame

19 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ajaja waraanni Sudaan Kibbaa magaalaa garee Finciltootaan qabamte Akooboo akka gadi lakkisaniif baase hordofuun, namoonni kuma 100tti tilmaamaan daangaa qaxamuruun gara Itoophiyaatti baqachuu …

Godina Wallagga Lixaa aanaa Boojjii Dirmajjiitti milishoonni mootummaa nama nagaa dhukaasanii lubbuu dabarsuun dhagahame.

Godina Wallagga Lixaa aanaa Boojjii Dirmajjiitti milishoonni mootummaa nama nagaa dhukaasanii lubbuu dabarsuun dhagahame.

19 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Maatiin maddeeniif yaada kennan akka jedhanitti namni lubbuun darbe abbaa ilmaan 5ti jedhan. Ganda Amoomaa Agalootti qonnaan bulaan Bultii Tolaa Dheeressaa jedhaman kun …

Barattoonni Manneen Barnootaa Bultii Addaa Federaalaatti baratan manneen barnootaa itti baratan hanqinoota garaagaraa akka qabu himan.

Barattoonni Manneen Barnootaa Bultii Addaa Federaalaatti baratan manneen barnootaa itti baratan hanqinoota garaagaraa akka qabu himan.

16 Mar 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Barattonni maddeeniif yaada isaanii kennan, mnisteerri barnootaa bara kana akka guutuu biyyaatti iddoo Shan irratti qormaata nu qoree nu calalee ramaddii nuuf kennee …