Afaan Oromo

Pirezidaanti Tiraampi Doonii Iiraan to’annoo jala oolchuu isaanii beeksisuu hordofee gatiin boba’aa daballii agarsiise

Pirezidaanti Tiraampi Doonii Iiraan to’annoo jala oolchuu isaanii beeksisuu hordofee gatiin boba’aa daballii agarsiise

20 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, Humni Raayyaa Ittisaa Yuunaayitid Isteetis doonii fe’umsaa alaabaa Iiraan qabatte takka butuun to’annoo jala oolchuu isaanii beeksisuu hordofee, gatiin …

TPLF bulchiinsa yeroo Tigraay Jen. Taaddasaan durfamu diiguun kaabinee waraanaan dura tureen akka bakka buusu ibse

TPLF bulchiinsa yeroo Tigraay Jen. Taaddasaan durfamu diiguun kaabinee waraanaan dura tureen akka bakka buusu ibse

20 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan federaalaa angoo bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Jeneraal Taaddasaa Warradaan hogganamu waggaa tokkoof dheeressuu hordofee TPLF hin fudhadhu jechuun bulchiinsa yeroo diiguuf murteesse. …

Tuurkiin xiyyaarota waraanaa F-16 gara Soomaaliyaa Moqaadishootti bobbaafte

Tuurkiin xiyyaarota waraanaa F-16 gara Soomaaliyaa Moqaadishootti bobbaafte

15 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Yeroo mootummaan federaalaa Soomaaliyaa to'annoo isaa cimsaa akkasumas mormii naannolee irraa ka'u qolachuuf socho'aa jirutti, Tuurkiin xiyyaarota waraanaa F-16 Moqaadishoo keessa qubsiisuun deeggarsa …

Gatiin boba'aa torbanoota dhufan keessatti sadarkaa ol'aanaa galmeessuu akka danda'u himame!

Gatiin boba'aa torbanoota dhufan keessatti sadarkaa ol'aanaa galmeessuu akka danda'u himame!

15 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Waraanni Baha Jiddu Galeessaa keessatti deemaa jiru gabaa anniisaa addunyaa irratti dhiibbaa guddaa uumuu akkuma itti fufetti jira. Ministirri Inarjii Ameerikaa Kiriis Raayit …

Hirmaannaan sivilii Marii Berlin Irratti mul’achun jijjiirama guddaadha jedhan Ministeeri Muummee Sudaan duraanii Abdalla Hamdok

Hirmaannaan sivilii Marii Berlin Irratti mul’achun jijjiirama guddaadha jedhan Ministeeri Muummee Sudaan duraanii Abdalla Hamdok

14 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ministeeri Muummee Sudaan duraanii Abdallaa Hamdok, yeroo waggaa sadaffaa waraana Sudaan sababeeffachuun magaalaan Berliin konfaransii keessummeessuuf qophaa’utti jirtutti, sagaleen jiraattotaa karaa seera qabeessa …

Chaayinaan murteen Yuunaayitid Isteetis Ulaa Hormuuz cufuuf dabarsite “gocha hamaafi kan itti gaafatama hin qabne” jechuun walii galteen dhukaasa dhaabuu ariitiin akka taasifamu gaafatte

Chaayinaan murteen Yuunaayitid Isteetis Ulaa Hormuuz cufuuf dabarsite “gocha hamaafi kan itti gaafatama hin qabne” jechuun walii galteen dhukaasa dhaabuu ariitiin akka taasifamu gaafatte

14 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ibsa harra baasteen Chaayinaan murtee Yuunaayitid Isteetis ulaa galaanaa Hormuz cufuuf taasifte "tarkaanfii balaafamaafi itti gaafatamummaa kan hin qabne" jechuun balaalfeffatte; tarkaanfiin kun …

Birriin Itoophiyaafi Paawundiin Sudaan Kibbaa maallaqa addunyaa humna bittaa dadhabaa qaban keessatti ramadaman

Birriin Itoophiyaafi Paawundiin Sudaan Kibbaa maallaqa addunyaa humna bittaa dadhabaa qaban keessatti ramadaman

11 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Birriin Itoophiyaa fi Paawundiin Sudaan Kibbaa bara 2025 keessa (Muddee 2017 hanga Muddee 2018 A.L.H) tokkoon tokkoon isaanii humna bittaa isaanii dhibbeentaa 10 …

Raashiyaan Daa'imman Umurii waggaa 3tti  meeshaa Waraanaa akka baratan ajajje!

Raashiyaan Daa'imman Umurii waggaa 3tti meeshaa Waraanaa akka baratan ajajje!

11 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Qondaaltonni Kremlin daa’imman Raashiyaa keessa jiran “jaalala biyyaa” horachuuf umurii isaanii waggaa sadiitti leenjii waraanaa mootummaan deeggaramu irratti akka hirmaatan hayyamuuf murteessuu isaanii …

Aanga'aan Iraan mariif Islaamaabaad jiru, 'faara gaarii qabaannus amantaa garuu hin qabnu' jedhe!

Aanga'aan Iraan mariif Islaamaabaad jiru, 'faara gaarii qabaannus amantaa garuu hin qabnu' jedhe!

11 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Mariin nagaa Iraaniifi US jidduutti Paakistaanitti gaggeefamu har'a jalqabuu dura garas kan imale bakka bu'aan Iraan mariif faara gaarii qabaatanis amantaa garuu akka …