Afaan Oromo

TUMSA HUMNOOTA KAABAA fi PP

TUMSA HUMNOOTA KAABAA fi PP

20 May 2026 · Birhaanuu Hundee

Gara dhimma ijootti osoo hin seenin dura dubbistoota barreeffama kanaa waa lama hubachiisuun barbaada. Tokko, waayee marii fi tumsa ijaaruu humnoota warra kaabaa ilaalchisee odeeffannoo …

Walga’iin biyyoottan miseensa Biriiks (BRICS) Deelhiitti gaggeefafmaa jiru wal dhabbee Iraan irratti waliigaltee tokkorra utuu hin gahin goolabame

Walga’iin biyyoottan miseensa Biriiks (BRICS) Deelhiitti gaggeefafmaa jiru wal dhabbee Iraan irratti waliigaltee tokkorra utuu hin gahin goolabame

17 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ministiroonni dhimma alaa biyyoottan gamtaa Biriiksi (BRICS) walga’ii guyyoota lamaaf Niwuu Deelhiitti taasisan caamsaa 15 irratti ibsa ejjennoo waliinii (joint communiqué) osoo hin …

Qabsoo Oromoo keessatti aarsaa guddaa kan kafalan obbo Waldayohaannis Hundee du'aan addunyaa kana irraa boqotan.

Qabsoo Oromoo keessatti aarsaa guddaa kan kafalan obbo Waldayohaannis Hundee du'aan addunyaa kana irraa boqotan.

17 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Bara 1944 godina Arsiitti kan dhalatan obbo Waldayohaannis umurii isaanii harka guddaa qabsoo Oromoo keessatti dabarsuu seenaan isaanii dubbata. Bara 1971 yeroo sanatti …

Jilli Tiraamp sodaa basaasaa irraa kan ka’e Chaayinaa gadhiisuu isaa dura bilbilootaa fi kennaa barbadeessuun ibsame.

Jilli Tiraamp sodaa basaasaa irraa kan ka’e Chaayinaa gadhiisuu isaa dura bilbilootaa fi kennaa barbadeessuun ibsame.

17 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi marii dippilomaasii sadarkaa olaanaa pireezidaantii Chaayinaa Xi Jiinping waliin Beejiingitti taasisaa turanitti, humnoonni nageenyaa Ameerikaa nageenna naannoo jila kanaa …

Sanyiin Vaayirasii Iboolaa Haaraa Talaallii Hin Qabne RDC Keessatti Tatamsa'aa Jiraachuun barame.

Sanyiin Vaayirasii Iboolaa Haaraa Talaallii Hin Qabne RDC Keessatti Tatamsa'aa Jiraachuun barame.

17 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Biirooleen eeggumsa fayyaa Addunyaa tatamsa'iina vaayirasii Iboolaa cimaa Ripabiliika Dimookiraatawaa Koongoo (DRC) keessatti namoota 88 galaafate hordofee, labsii hatattamaa fayyaa hawaasaa labsan. Dhukkubni …

UK'n Hulaa Hormuuz eeguuf diroonii, jeettiifi meeshaa waraanaa biroo akka ergitu beeksifte.

UK'n Hulaa Hormuuz eeguuf diroonii, jeettiifi meeshaa waraanaa biroo akka ergitu beeksifte.

14 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Biriiteen doonii waraanaa, diroonii, jeettii fi adamsitoota dhootuu of danda'an bobbaasuun Strait of Hormuz eeguufi. Yunaayitid Kingidam (UK) sochii dooniiwwanii Hulaa Hormuuz irratti …

Yunaayitid Isteet qoqqobbii waraanaa Itiyoophiyaarra keessee turte kaafte.!

Yunaayitid Isteet qoqqobbii waraanaa Itiyoophiyaarra keessee turte kaafte.!

14 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ameerikaan qoqqobbii meeshaa waraanaa Itiyoophiyaarra keessee turte kaasuu beeysifte. Qoqqobbiin kun ka'uu kan beeysise Ministeera Dhimma Alaatti Daayirektoreetii to'annoo fi daldala meeshaa waraanaa …

Tiraamp Beejing gahe, Chaayinaan dhaabbilee US'f banaa akka taatu nan gaafadha jedhe.

Tiraamp Beejing gahe, Chaayinaan dhaabbilee US'f banaa akka taatu nan gaafadha jedhe.

13 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Tiraamp Beejing gahe, Chaayinaan dhaabbilee US'f banaa akka taatu nan gaafadha jedhe. Tiraamp Chaayinaatti simatame. Tiraamp daawwannaa isaa Beejingi kanaan hoggantoota kaampaanota Ameerikaa …

Tajaajilli Elektriika Itiyoophiyaa Hojjettoota 1,100 ol irratti tarkaanfii bulchiinsaa fudhate

Tajaajilli Elektriika Itiyoophiyaa Hojjettoota 1,100 ol irratti tarkaanfii bulchiinsaa fudhate

13 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Tajaajilli Elektriika Itiyoophiyaa (EEU) hojjettoota 1,139 raawwii hojii badaa fi naamusa hojiirra darbuun himataman irratti ji’oota saglan darban keessatti tarkaanfii bulchiinsaa garaagaraa fudhachuu …