Afaan Oromo

Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Letenaal Jeneraal Taaddasaa Worradaa Mana Hidhaa Hin Beekkamneetti Fudhatamuu isaanii Gabaafame.

Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Letenaal Jeneraal Taaddasaa Worradaa Mana Hidhaa Hin Beekkamneetti Fudhatamuu isaanii Gabaafame.

23 Jul 2026 · FNN Staff

ODPirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Letenaal Jeneraal Taaddasaa Worradaa, hidhaa dhaabbii mana isaanii keessa turan irraa gara mana hidhaa iddoo isaa hin beekkamneetti hidhattoota TPLF'n …

ABUT humnoota bulchiinsa Muummee Ministiraa Abiy morman waliin tumsa uumuun murteessaa ta’uu ibse

ABUT humnoota bulchiinsa Muummee Ministiraa Abiy morman waliin tumsa uumuun murteessaa ta’uu ibse

22 Jul 2026 · FNN Staff

ODUU Addi Bilisabaasaa Ummata Tigraayi (ABUT) humnoota bulchiinsa Muummicha Ministiraa Abiy Ahimad morman waliin tumsa uumuuf deeggarsa isaa irra deebi’ee ibse. Paartiin kun tumsi akkanaan …

Yaa'ii #Dhaddacha #Baldhaatti geggeeffamaa jiruun dhimma “#Gabbaraafi #Godaansa seeraan alaa” dabalateemurtiiwwan gurguddoon jaha lallabaman

Yaa'ii #Dhaddacha #Baldhaatti geggeeffamaa jiruun dhimma “#Gabbaraafi #Godaansa seeraan alaa” dabalateemurtiiwwan gurguddoon jaha lallabaman

21 Jul 2026 · FNN Staff

ODUU FNN. Yaa'ii #Dhaddacha #Baldhaatti geggeeffamaa jiruun dhimma “#Gabbaraafi #Godaansa seeraan alaa” dabalateemurtiiwwan gurguddoon jaha lallabaman Finfinnee, A Yaa'iin Gadaa Sikkoo Mandoo Godina Baalee Bahaa …

Kaayyoo fi Akeekni Hiriira Boru PP waamtee maali?

Kaayyoo fi Akeekni Hiriira Boru PP waamtee maali?

17 Jul 2026 · FNN Staff

HIRIIRRI NAGAA BORUU: DEEGGARSA MOO? MORMII UUMMATAA DHOKSUUDHAA? FNN. Adoolessa 17/2026. Waamichi Mootummaan Federaalaa hiriira nagaa boruuf dhiyeesse mootummaa biratti nageenya, tokkummaa fi marii biyyaalessaa …

Letenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa Hidhaa Manaa Jala Jiraachuu Maatiin Isaanii Dubbatan.

Letenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa Hidhaa Manaa Jala Jiraachuu Maatiin Isaanii Dubbatan.

17 Jul 2026 · FNN Staff

Letenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa Hidhaa Manaa Jala Jiraachuu Maatiin Isaa Ibsan Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay kan ture Letenaal Jeneraal Taaddasaa Warradaa, Roobii darberraa eegalee …

Waltajjii Marii Biyyoolessaarratti karoorri Oromiyaa fiiguuf deemaa jiru akka hubatan hirmaattonni dubbatan.

Waltajjii Marii Biyyoolessaarratti karoorri Oromiyaa fiiguuf deemaa jiru akka hubatan hirmaattonni dubbatan.

17 Jul 2026 · FNN Staff

Waltajjii Marii Biyyaalessaa Irraa Akeekni Oromiyaa Diiguu fi Finfinnee Oromiyaa Irraa Adda Kutuu Calaqqisaa Jira" jechuun Hirmaattonni Muraasni Marichaa Ibsan. FNN. Adoolessa 17/2026. Waltajjii Marii …

Dhaabbanni Gargaarsa Kaatoolikii gargaarsa Doolaara Miiliyoona 200fi Miiliyoona 35 ta’u tumsa namoomaa Itoophiyaafi Sudaan keessatti taasisuuf argate

Dhaabbanni Gargaarsa Kaatoolikii gargaarsa Doolaara Miiliyoona 200fi Miiliyoona 35 ta’u tumsa namoomaa Itoophiyaafi Sudaan keessatti taasisuuf argate

16 Jul 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni gargaarsaa Kaatoolikii, Kaatoliik Riliif Serviis (Catholic Relief Services) Ministeera Qonnaa Yuunaayitid Isteetis irraa gargaarsa midhaan nyaataafi deeggarsa nyaata madaalawaa ariifachiisaa hanga doolara …

Lammileen #Afriikaa_Kibbaa alaabaafi shimala qabatanii manarra demuun #godaantota manaa baasaa jiraachuun gabaafame

Lammileen #Afriikaa_Kibbaa alaabaafi shimala qabatanii manarra demuun #godaantota manaa baasaa jiraachuun gabaafame

10 Jul 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Gareen lammilee Afrikaa Kibbaa farra godantootaa ta'an Kamisa kaleessaa lammilee biyya alaa manneen isaanii magaalaa #Johaanisbarig keessaa humnaan gadi baasuun poolisiitti dabarsanii kennaniiru; …

Naannoo Tigraay keessatti daa’imman dabalatee lammiileen lammiilee humnaan bobbaafamaa jiru”: Human Rights Watch *********  Angawoonni naannoo Tigraay daa’imman umuriin isaanii waggaa 15 gadi ta’e dabalatee namoota nagaa butatanii humnaan waraana kan

06 Jul 2026 · FNN Staff

ODUU FNN “Naannoo Tigraay keessatti daa’imman dabalatee lammiileen lammiilee humnaan bobbaafamaa jiru”: Human Rights Watch Angawoonni naannoo Tigraay daa’imman umuriin isaanii waggaa 15 gadi ta’e …