Afaan Oromo

Humnoonni Finciltootaa Raappid Saapporti Foorsis #RSF #Sudaan keessatti yakka duguuggaa sanyii raawwachuun ibsame

Humnoonni Finciltootaa Raappid Saapporti Foorsis #RSF #Sudaan keessatti yakka duguuggaa sanyii raawwachuun ibsame

03 Jul 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni mirga namoomaafi Falmu #Amineestii_Internaashinaal humnni Finciltootaa Raappid Saapporti Foorsis bara 2024 hanga 2025tti magaalaa El-Fasher to'achuuf weerara raawwate keessatti yakka namoomaafi duguuggaa …

ODUU TORBAN KANAA.

ODUU TORBAN KANAA.

24 Jun 2026 · FNN Staff

Kaaba Shaggar Godina Salaale Ganda Dubbannatti waraanni mootummaa mana jireenya Uummata nagaa abiddaan gubuun dhaga'ame. FNN. Waxabajjii 23/2026. Salaalee Aanaa Kuyyuu Ganda Dubbannaa Agalootti Waraanni …

Itoophiyaan biyyoota haleellaan hojimaata barnootaa irratti gahu sadarkaa guddaan dabale keessaa tokko jedhamte.

Itoophiyaan biyyoota haleellaan hojimaata barnootaa irratti gahu sadarkaa guddaan dabale keessaa tokko jedhamte.

18 Jun 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Itoophiyaan biyyoota haleellaan hojmaata barnootaa irratti gahu sadarkaa guddaan dabale keessaa tokko jedhamte; taateen kun akka addunyaatti dabaluus gabaasi ibse 4 minutes read …

Tibba darbe godina Arsiitti kan argamtu aanaan Asakoo ijoo dubbii turte. Jiraataan naannawaa sanaa waan ta'e walduraa duubaan maddeenitti himan..

Tibba darbe godina Arsiitti kan argamtu aanaan Asakoo ijoo dubbii turte. Jiraataan naannawaa sanaa waan ta'e walduraa duubaan maddeenitti himan..

18 Jun 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dubbiin kan jallachuu jalqabe bubbuluu himan. Bulchiinsi aanaa Asakoo dhalattoota saba Amaaraa keessaa namoota fo'ee leenjiin loltummaa akka kennamuuf taasisuun milishoota jedhee hidhachiisee …

Haleellaa #Diroonii magaalaa #Sudaan  tarsiimawaa taate irratti raawwatameen namoonni 23 ajjeefaman

Haleellaa #Diroonii magaalaa #Sudaan tarsiimawaa taate irratti raawwatameen namoonni 23 ajjeefaman

12 Jun 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Haleellaa diroonii magaalaa Sudaan tarsiimawaa kan taate El-Obeid tti raawwatameen namoonni 23 ajjeefamuu isaanii Dhabbanni mirga namoomaafi jiraattonni kamisa kalleessa himan.Haleellaan kunis erga …

Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan.

Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan.

10 Jun 2026 · FNN Staff

ODUU FNN .Pireezidaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa haasaa uummataaf taasisaniin godaansa seeraan alaa irratti tarkaanfii akka fudhatan beeysisaniiru. Haasaan isaanii kunis hiriira mormii farra godaantotaafi …

Puutiin Raashiyaan Awurooppaaf balaa taatee hin beeytu, har’as yaaddoo miti jedhan.

Puutiin Raashiyaan Awurooppaaf balaa taatee hin beeytu, har’as yaaddoo miti jedhan.

30 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin himannaa Raashiyaan Awurooppaaf balaadha jedhu kuffisaniiru. Yaadni pireezidaantichaa kun kan dubbatan haleellaa dirooniin dhiheenna kana Rumaaniyaa keessatti raawwatameen booda …

Amineestiin ‘Kakuu Miidiyaa’ Boordii Filannoo Itoophiyaan qophaaye aggaammii gabaasa bilisaa irratti xiyyeeffate jechuun balaaleffate

Amineestiin ‘Kakuu Miidiyaa’ Boordii Filannoo Itoophiyaan qophaaye aggaammii gabaasa bilisaa irratti xiyyeeffate jechuun balaaleffate

30 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni Mirga Namoomaaf falmu Amineestii Internaashinaal, abbootiin taayitaa Itoophiyaa filannoo biyyoolessaa Waxabajjii 01 gaggeeffamuuf jiru dursanii miidiyaalee bilisaa irratti tarkaanfii ugguraa diriirsuu isaaniif …

Xiyyaarota waraanaa US yeroo waraanaa Iraan barbadeessite ilaalchisee gabaasni haaraan bahe.

Xiyyaarota waraanaa US yeroo waraanaa Iraan barbadeessite ilaalchisee gabaasni haaraan bahe.

28 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Gabaasni haaraa Kongiresiin US baase waraana Iraan irratti waraanni US hangam akka miidhame mul'ise. Gabaasni kun waliigalatti xiyyaaronni US 42 yeroo waraana kanaa …