Afaan Oromo

Lammiileen sababa Hongeetiin Godina Harargeetii kaafamaan rakkoo hamtuu keessa jiraachuun barame.

Lammiileen sababa Hongeetiin Godina Harargeetii kaafamaan rakkoo hamtuu keessa jiraachuun barame.

05 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Lammiilee sababa hongeetiin bara 1996 godinaalee Harargee irraa kaafamanii godina Jimmaa aanaa Limmuu Saqqaa keessa qubsiifaman sababa lagni Dhidheessaa hidhameef qe'ee isaanii irraa …

Gareen ABUT Dabratsiyoon Gabramikaa'eeliin hoogganamu mootummaa Tigraay waraana Kaaba Itoophiyaa dura ture jedhe deebisuu har'a ifoomse.

Gareen ABUT Dabratsiyoon Gabramikaa'eeliin hoogganamu mootummaa Tigraay waraana Kaaba Itoophiyaa dura ture jedhe deebisuu har'a ifoomse.

05 May 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Dabratsiyoon Gabramikaa'eel pirezidaantii naannichaa ta'uun “mana marii naannichaan” filatamuu beeksise. Ajajaan Armii 60 jedhamuu humnoota Tigraay jeneraal Hintsaa Waldagiyoorgis qophiin waraanaa mootummaa federaalaa …

Baqattonni Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataa jiran birmannaa gaafatan

Baqattonni Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataa jiran birmannaa gaafatan

29 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Jaarmiyaan idiladdunyaa mirga dhala namaaf falmu Human Rights Watch (HRW) baqattoonni Itoophiyaa 65 Sa'uudii Arabiyaa keessatti balaa ajjeefamuu jala jiru jechuun birmannaan akka …

Sudaan Kibbaatti namoonni miiliyoona saddeetitti dhiyaatan balaa beela hammaataaf saaxilamuuf jiru jechuun dhaabbileen miti - mootummaa akeekkachiisan

Sudaan Kibbaatti namoonni miiliyoona saddeetitti dhiyaatan balaa beela hammaataaf saaxilamuuf jiru jechuun dhaabbileen miti - mootummaa akeekkachiisan

29 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Akka gabaasa Tokkummaa Mootummootaa (UN) Wiixata baheetti, Sudaan Kibbaa keessatti walitti bu’iinsaa fi buqqaatii dabalaa dhufuun rakkoo namoomaa duraan ture caalaatti hammaachiseera; kanaan …

Pirezidaantiin bulchiinsa yeroo Tigraay kan mootummaan federaalaa yeroo aangoo bulchiinsa isaanii waggaa 1f dheeresseef kaleessa kaabinee isaanii walgahii waamanii waliin marii irra turan.

Pirezidaantiin bulchiinsa yeroo Tigraay kan mootummaan federaalaa yeroo aangoo bulchiinsa isaanii waggaa 1f dheeresseef kaleessa kaabinee isaanii walgahii waamanii waliin marii irra turan.

25 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Gareen ABUT kan Dabratsiyoon Gabramikaa'eeliin durfamuu fi dheereffamuu yeroo aangoo bulchiinsa yeroo mormee mootummaan waraana kaaba Itoophiyaa dura Tigraay ture akka deebi'u murteesse …

Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

25 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Naannoo Beenishaangul Gumuz, magaalaa Godina Matakkal kan taate Gilgal Balas keessatti haleellaa hidhattoonni bananiin namoonni torba ajjeefamuu jiraattonniifi miseensi paarlaamaa naannawa kanaa bakka …

Yuunaayitid Isteetis hariiroo dippilomaasii Eertiraa waliin qabdu haaromfachuuf xiinxalaa jirti jedhame.

Yuunaayitid Isteetis hariiroo dippilomaasii Eertiraa waliin qabdu haaromfachuuf xiinxalaa jirti jedhame.

23 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Yuunaayitid Isteetis murteessummaa handaara naannoo Galaana Diimaa irratti hundaa’uun, hariiroo Eertiraa waliin qabdu haaromsuu fi qoqqobbiiwwan irra keesse laaffisuufii irratti xinxalaa jiraachuu gabaasni …

Manni Murtii dhaabbata Tiyaansi Itoophiyaa qarshii miiliyoona 20, gaggeessitoota isaa lama immoo bakka isaan hin jirretti hidhaa waggaa 17’ fi adabbii qarshii miiliyoona 10 irratti dabarse

Manni Murtii dhaabbata Tiyaansi Itoophiyaa qarshii miiliyoona 20, gaggeessitoota isaa lama immoo bakka isaan hin jirretti hidhaa waggaa 17’ fi adabbii qarshii miiliyoona 10 irratti dabarse

23 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Cancallii gurgurtaa daldalaa “piiraamid” jedhamu fayyadamuun miidhaa geessisan kan jedhaman adabbiin hidhaa haga waggaa 17fi kan maallaqaa irratti murtaawuun gabaafame. Mala gurgurtaa kanaan …

Amineestii Internaashinaal galmee mirga namoomaa Itiyoophiyaa bara 2025 keessaa ilaalchisee, yakka raawwatameef himatamuu dhabuu, buqqaatiifi sochiin mirga hawaasaa dhiphachuu yaaddoo qabu ibse

Amineestii Internaashinaal galmee mirga namoomaa Itiyoophiyaa bara 2025 keessaa ilaalchisee, yakka raawwatameef himatamuu dhabuu, buqqaatiifi sochiin mirga hawaasaa dhiphachuu yaaddoo qabu ibse

23 Apr 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Amineestii Internaashinaal sarbamni mirga namoomaa Itiyoophiyaa keessatti itti fufuun isaa, keessattuu gocha seer maleessa raawwatamuuf itti gaafatamummaan dhabamuu, waraana hidhannoo itti fufee jiruu …