Afaan Oromo

Raayyaan Ittisa Biyyaa naannolee tokko tokkoo gad  lakkisee ba’uun yaaddoo nageenyaa uumuun ibsame

Raayyaan Ittisa Biyyaa naannolee tokko tokkoo gad lakkisee ba’uun yaaddoo nageenyaa uumuun ibsame

20 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Torbanoota dhiyoo kana humnoonni nageenyaa federaalaa naannolee garaa garaa keessaa guutummaatti ykn gar-tokkeen ba’uu isaanii hordofee, jiraattonni naannichaa yaaddoo nageenyaa guddaa keessa akka …

Daangaa Itoophiyaafi Sudaan jidduutti haleellaa  dirooniin namni tokko du’ee saddeet madaa’un gabaafame

Daangaa Itoophiyaafi Sudaan jidduutti haleellaa dirooniin namni tokko du’ee saddeet madaa’un gabaafame

20 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Haleellaan diroonii Gurraandhala 19, 2026 magaalaa Kurmuk, naannoo Biluu Naayil Sudaan, daangaa Itoophiyaa waliin qabdu irratti raawwatame lubbuu nama tokkoo galaafachuufi namoonni saddeet …

Godina Harargee Bahaa ona Cinaaksanitti hidhattoonni naannoo Somaalee ummta oromoorratti haleellaa banuu jiraattonni maddeenitti himan.

Godina Harargee Bahaa ona Cinaaksanitti hidhattoonni naannoo Somaalee ummta oromoorratti haleellaa banuu jiraattonni maddeenitti himan.

18 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Jiraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan akka jedhanitti araddaa Koraa Daawwee bakka addaa Daarimuu jedhamutti haleellaan uummata irratti kan baname ta'uu himuun, Haleellaa hidhattoota …

ODUU TAATEE TORBAN KANA KEESSAA.

ODUU TAATEE TORBAN KANA KEESSAA.

16 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti hidhaan ergamtoota mootummaatiin jiraattota irratti raawwatamu jabaatee itti fufee jiraachuu jiraattonni dubbatan. Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa …

Kaaba Itoophiyaatti duumessi waraanaa yeroo 2ffaa duumessaa'ee jira jedhan

Kaaba Itoophiyaatti duumessi waraanaa yeroo 2ffaa duumessaa'ee jira jedhan

12 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Waraanni kun yeroo kamittuu dhohuu danda'a jedhamee sodaatamee jira. Waraana marsaa jalqabaa waggoota muraasa dura ture irratti akkaataan hiriira humnoota turee fi kan …

Walitti bu'iinsi yeroo ammaa naannoo Amaaraas ta'ee Itoophiyaa guutuutti mul'atu hoggansi kan kennamuu fi loojistiksiin kan dhiyaatu Maqalee fi Asmaraarraa ta'uu ummanni keenya beekuu qaba jedhe Biiroon bulchiinsa naannoo Amaaraa.

ODUU FNN Kan wal lolaa jirru TPLF fi Shaabiyaa waliini jedhe Mootummaa naannoo Amaaraa "Kan wal waraanaa jirruun finxaalessaa karaa haxaawuuf waliin qofa osoo hin …

UN muddama Itoophiyaa naannoo Tigraayitti muudate irratti ibsa kenne

UN muddama Itoophiyaa naannoo Tigraayitti muudate irratti ibsa kenne

11 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Waldhabdee afaan qawweetin hiikuuf yaaluun balaa caalu malee gara furmaatatti kan geessu hin ta'u jedha Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Komishiniin Mirgoota Namoomaa muddama Tigraay …

Lammiileen Oromoo baqannaadhaan Yaman jiraatan rakkoon hamaan keessa jiran akka furmaata argatu gaafatan.

Lammiileen Oromoo baqannaadhaan Yaman jiraatan rakkoon hamaan keessa jiran akka furmaata argatu gaafatan.

11 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Waldaan Hawaasa Oromoo Yamanii fi Koreen Barbaacha Furmaataa xalayaa waliinui UNHCR'f barreessaniin, nuti akka bakka bu'oota hawaasa baqattootaa fi Kominitii baqattoota Oromotti rakkoon …

Koomishinarri Olaanaa Mirga Namoomaa Gamtaa Mootummootaa muddamni Tigraayitti mudate akka tasgabbaawu gaafate

Koomishinarri Olaanaa Mirga Namoomaa Gamtaa Mootummootaa muddamni Tigraayitti mudate akka tasgabbaawu gaafate

10 Feb 2026 · FNN Staff

ODUU Komishinarri Olaanaa Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Volkeer Türk, haalli nageenyaafi sarbiinsi mirga namoomaa Naannoo Tigraay keessatti hammaataa dhufaa jiraachuu ibsuun, qaamoleen hidhatan hundi …