Afaan Oromo

Ministirri Dhimma Alaa Israa’el daawwannaaf Soomaaliilaandi seenan jedhame

Ministirri Dhimma Alaa Israa’el daawwannaaf Soomaaliilaandi seenan jedhame

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Israa’el Soomaaliilaandiif beekamtii biyyumama kennuu hordofee Ministirri Dhimma Alaa Israa’el Geediyoon Saa’aar harra Magaalaa Hargeessaa gahanii jiran jedhame. Maddoota Soomaaliilaandi waabeffachuun i24NEWS akka …

Piyoongiyaang misaa'ela balistikii gara Galaana Bahaatti dhukaaste.

Piyoongiyaang misaa'ela balistikii gara Galaana Bahaatti dhukaaste.

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Kooriyaan Kaabaa misaa'ela balistikii gara Galaana Bahaatti dhukaasuu isii waraanni Kooriyaa Kibbaa beeksise. ''Kaabaan misaa'ela balistikii eenyummaan isaa hin beekamne gara Galaana Bahaatti …

Chaayinaan Ameerikaan nagaa Laatiin Ameerikaa balaaf saaxilaa jirti jette!

Chaayinaan Ameerikaan nagaa Laatiin Ameerikaa balaaf saaxilaa jirti jette!

06 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa Isniina kaleessaa yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti dhimmicha akka kaasu ibsuun, weerarri Ameerikaa nagaa Laatiin Ameerikaa balaadhaaf saaxilaa …

Gadaa Karrayyuutti tuutni Gadaa Michillee Gabalaan Baasoo buttaa qalee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kennuuf ardaa jilaa Tarree Leediitti jila gaggeessaa jira.

Gadaa Karrayyuutti tuutni Gadaa Michillee Gabalaan Baasoo buttaa qalee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kennuuf ardaa jilaa Tarree Leediitti jila gaggeessaa jira.

05 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Irree fi gaachanni sabaa WBO'n Arsii Bahaa aanaa Martii keessatti tarkaanfii laalessaa loltoota Bilxiginnaa irratti fudhachuu beeksise Abdii fi gaaddisni uummata Oromoo WBO'n …

Biyyoonni Afrikaa sadii lammileen Ameerikaa akka garas hin imale qoqobbii Viizaafi uggura imala kaa’ani

Biyyoonni Afrikaa sadii lammileen Ameerikaa akka garas hin imale qoqobbii Viizaafi uggura imala kaa’ani

01 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Biyyoonni Afrikaa sadii Nijeer, Burkinaafaasoofi Maaliin Lammileen Ameerikaa akka gara biyya isaanii hin imale uggura viizaa ka’uu ibsani. Kunis murtee Pireezidaantiin Ameerikaa Tiraamphi …

Manni murti himatni obbo Taayyee Danda'aa tokko akka fooyya'u murteesse

Manni murti himatni obbo Taayyee Danda'aa tokko akka fooyya'u murteesse

01 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Beellama har'aatiin Obbo Taayyeen harkisaanii kaateenaa (cancalaan) hidhamee gara dhaddachaa seenan. cancalaan hidhamee mana murtiitti hin dhiyaadhu akka jedhan kan himame Deetaan Ministeera …

Addi Bilisabaasaa Uummata Tigiraayi, Gamtaan Afirikaafi Michoonni Addunyaa  ariitiin rakkoo gargaarsa namoomaa Tigiraayi furuuf tarkaanfii akka fudhatan gaafate

Addi Bilisabaasaa Uummata Tigiraayi, Gamtaan Afirikaafi Michoonni Addunyaa ariitiin rakkoo gargaarsa namoomaa Tigiraayi furuuf tarkaanfii akka fudhatan gaafate

01 Jan 2026 · FNN Staff

ODUU FNN Addi Bilisabaasaa Uummata Tigiraayi (ABUT) rakkoon gargaarsa namoomaa Tigiraayi keessatti saffisaan hammaachaa dhufera jechaan ibsuun, Gamtaa Afrikaafi michootni idil-addunyaa walgahii hatattamaa akka waaman …

Godina Harargee Lixaa aanaa Odaa Bultumitti hanqina bishaan dhugaatii qulqulluutiin hawwaasni rakkoo hamaa keessa jiraachuu jiraattonni dubbatan.

Godina Harargee Lixaa aanaa Odaa Bultumitti hanqina bishaan dhugaatii qulqulluutiin hawwaasni rakkoo hamaa keessa jiraachuu jiraattonni dubbatan.

31 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Harargee Lixaa aanaa Odaa Bultumitti hanqina bishaan dhugaatii qulqulluutiin hawwaasni rakkoo hamaa keessa jiraachuu jiraattonni dubbatan. Jiraattonni yaada isaanii maddeeniif kennan akka …

Itiyoo -Telekoom kuufama tajaajila isaa adda baafaman irratti taariifa dabaluu beeksise

Itiyoo -Telekoom kuufama tajaajila isaa adda baafaman irratti taariifa dabaluu beeksise

30 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbanni telekoomii mootummaa, Itiyoo-Telekoom, kuufama tajaajila isaa hedduu irratti gatii dabaluuf murteessuu beeksise. Dhaabbatichi murtee kana kan fudhate baasii hojiifi kaappitaalaa dabalaa dhufe, …